Guyyaa har’aa Bitootessa 30,2017 G/W/Liixaa magaalaa Naajjoottii Qeerroon magaalaa Naajjoo Bifa qinda’aa ta’een Warqaa wammichaa qabsoofi
akeekachisaa sirna Wayyaanee akeekachiisu of irraa qabu guutuummaa magaalaa Naajjoo maneen namaaf waajjirallee keessaa facaassanii ollanii jiru. Halaa warqaa faca’eerraattii Wayyanneen nasuu guddaa keessa seente humnaa polisii Feederraallaa dabalaata magaalaa naajjoottii bobasanii jiru..
Magaalaan Naajjoos yeroo ammaa kana humnaa warrannaa guutamtee jirttii. Continue reading
Blog Archives
Diddaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Magaalaa Amboo,FXG Guyyaa Har’aa Bitootessa 30,2017
Aside
Godina Lixa Shaggar Magaalaa Amboo Keessaatti Warraaqsi Biyyooleessa Oromiyaa FXG Gootota Dargaggootaa Barattoota Oromoon Itti Fufee Oole.
Aside
Bitootessaa 30/2017 AMBOO Gidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Amboo Keessaatti Warraaqsi Biyyooleessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo Dargaggootaa Barattoota Oromoon durfamu itti fufe.SBO Bitootessa 31,2017. Oduu, Ibsa KHR TUBD fi Gaaffii fi deebii Art.Tafarii Makonnin kutaa 4ffaa fi isa dhumaa
Aside
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Diddaa Uummataa Jabaachuu Irraan Humnooti Komaand Poostii TPLF Ummata Dararaa Jiru.
Aside
Bitootessaa 29/2017 Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Diddaa Uummataa fi Qeerroo Dargaggoota Oromoo irraa Sodaaguddaan kan itti bulee mootummaan Wayyaanee maqaa duulaa sakkatta’insaa humna addaa ABO jedhuun uummata hiraarsa jira.Dargaggoota Oromoo Warshaa Sukkaara Arjoo Dhidheessaa Keessaa Hojjetan 178 Ari’amuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Godina Arsii Aanaa Suudee Magaalaa Darrabbaa Keessaa Manneen Daldalaa Ummataa Waraana TPLFn Cufamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Bitootessa 29,2017, Godina Arsii keessatti manneen daldalaa dhuunfaa cufsiisuun akkuma itti fufetti jira,Godina Arsii Aanaa Suudee magaalaa Darrabbaa keessatti wayyaaneen manneen daldalaa dhuunfaa cufuudhan dirqamaan daldaltoota sabaan Oromoo ta’an dirqamaan gurmaayaa jechuun hojii dhuunfaa isaanii irraa ittisaa jiraachuun beekamee jira.
Bifuma wal fakkaatun Godinuma kana Maagaalaa Eddoo keessattis daldaltoota daldala dhuunfaarratti eeyyama baafatanii daldalan eeyyama haaromsiisaa jechuun manneen isaanii irratti cufuudhaan erga waajiratti waamaniin booda gurmootanii dalaguu qabdu jechuun dirqamaan hojii isaanii irraa ittisaa jiraachunis gabaafamee jira.
Wayyaaneen TPLF “Waldaan Ijaaramtanii Daldaluu Qabdu” Jechuun Ummata Tooftaa Hirkatummaa Jala Galchuuf Duula Banee Jira.
Aside
Bitootessa 28,2017/Gocha gara jabinaa hamaaf ajjeechaa suukanneessaa raawwachuun maqaa ABO tu akkas godha jedhuun waggoota dheeraa umurii dheereffattee turuun Wayyaanee beekamaadha.Gocha sana itti fuukleffachuun tibba darbe jechuun ji’oota muraasa duras dalagaa hamaa manneen kadhataa gubuu raawwattee Dhaabaaf,qaama biraatti maxxanfachuuf yaalaas turte.Adeemsa sanas uummanni irra aanuu hubachuun naannoowwan ollaa Oromiyaa uummata keenyaan walitti buuftee utuu jirtu tibbana,Godina Jimmaa Aanaa Limmuu saqqaa magaalaa Atinaagootti motummaan abbaa Hirree harkaa woyyaa jalaatiin dukkaana uffataaf Sheedii (Mana woldaa) dargaggoof kennamee ture abiddaan barbadeesse.ABO tu isin keessa jira jechuun hololtoota isaa OPDO keessw lakkisee jiraachuun himame. Namoota manneen duraa gubate Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa, Bitootessa 28, 2017
Aside
Anaa Baabboo Gambeel Godina Wallaggaa Ummataa fi Humna Waraana Wayyaanee Jidduu Walitti Bu’iinsi Jiraachuun Beekame.
Aside
Bitootessa 28,2017 /Godina Wallaggaa Anaa Baaboo Gambeel Keessaattii humni waraana Wayyannee uumataa nagaa gooluu irraan kan ka’e ummanni naannichaa wal gurmeessuun waraanni jiraattoota nagaatti roorrisu akka naannicha gadhiisee bahu yoo gaafatan illee ummata reebuu fi doorsisuun waan itti fufeef jecha gartuun komaandi poostii jedhamu mormii dhageessisuuf jettu jechuun uummata ba’aaf galla dhowwa jiru.. Magaalaan Baaboo moraa Leenjii warrannaa fakkataa yeroo amma kana uummanii deeme galuuf soda keessa jira…dhimaa kana irraattii Baaboodha nama dubbisunu qaban. Continue reading