Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Diddaa Uummataa Jabaachuu Irraan Humnooti Komaand Poostii TPLF Ummata Dararaa Jiru.

Bitootessaa 29/2017 Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Diddaa Uummataa fi Qeerroo Dargaggoota Oromoo irraa Sodaaguddaan kan itti bulee mootummaan Wayyaanee maqaa duulaa sakkatta’insaa humna addaa ABO jedhuun uummata hiraarsa jira.
   Haaluma Kanaan  Aanaa Jaardagaa  Jaartee bakka addaa Shullukkee jedhamu keessatti Torbee darbe irraa eegaluun Mootummaan Wayyaanee Waraanaa Komaandii Poostii fi humnoota basaasa isaa uummatatti bobbaasuun  humna Addaa  ABOtu isin waliin jira jechuun sakkatta’insaa humnaa olii uummatarratti gaggeessa kan jiranii fi Uummats hiraarsaa jiraachuun ibsame jira.

  Bifuma Walfakkaatuun Aanaa Amuruu bakka,addaa Hagamsa jedhamuun beekamuttis  Humni Waraana Wayyaanee bobbaafamee humna addaa ABO isin keessa jira beektuu baasaa jechuun Uummata kan hiraarsaa jiran yoo ta’uu uummatni doorsiisa humna waraanaa komaandii Poostiif jennee dhaaba jalee wayyaanee uummata reebsisaa jirtuu OPDO  jalatti akka hin bullee murtii dabarfatee jiraachuu maddeen Qeerroo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa gabaasan .

One response

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: