New- “Dhiisi-Dhiisi” Wallee Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Haraa Bitootessa 28,2017

Aside

Godina Wallaggaa Magaalaa Najjii Keessatti Diddaan Barattoota Oromoo Itti Fufe.

Aside

Guyyaa kaleessaa 272017 G/W/Liixaa magaalaa Naajjoottii bartonnii mana barumsaa qopha’insaa Naajjoo Mormii yeroo jalqabanittii humnaa warannaa wayyanneen bitina’anii bartoottii hedduun gara lagaattii baqatanii turan haalumaa kanan bartoottii hedduun guyyaa kalleessa qabamanii mana hiidhaattii geessuun aduu keessa ka’iini reebichaa hammaan irraattii rawwachaa jira. Maatiin bartootaas ta’ee namnnii kammiyyuu hiidhamtoota dubbisuu hin danda’u. Continue reading

SBO Bitootessa 29,2017. Oduu, H/Dn ABO J/Daawud Ibsaa Giddu Gala Mooraa Leenjii ABOtti argamuun miseensota WBOf haasaa godhan. Kana irratti gabaasa addaa qabna; kutaa 4ffaan gaaffii fi deebii Art.Tafarii Makonnin itti fufa. Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

UNPO caught up with Shigut Geleta of the Oromo Liberation Front,

Aside

UNPO caught up with Shigut Geleta of the Oromo Liberation Front, one of our speakers at our conference “Women’s Inferno in #Ethiopia” co-organised with the People’s Alliance for Freedom and Democracy (PAFD) and hosted by Liliana Rodrigues MEP (S&D). Mr Geleta highlights his great concern for #women‘s rights in #Ethiopia, as they are the first victims when conflict strikes.

If you missed it look back at our live streaming here: bit.ly/2nS3LJc
The conference declaration: bit.ly/2nCkp24
The conference programme: bit.ly/2mQuxzM
Statement by UNPO General Secretary: bit.ly/2nkxiNo

ONN: Marii dhimma Gumii Oromiyaa Addunyaa(GGO)

Aside

ONN: “Waan nu keessa jiru moo waan nuti keessa jirru tara?”nuun jedha.

Aside

Godina wallaggaa bahaa magaalaa Naqamtee Fi Naannoo ishee keessatti waraanni mootummaa abbaa irree Wayyaanee uummata magaalichaa hiraarsaa akka jirutu ibsame.

Aside

Bitootessa 26,2017
Mootummaan sirna shiftummaa fi saamichaan hundeen ishee walitti coccoramuun bixxilamte sirni wayyaanee yeroo ammaa guutummaa magaalaa Naqamtee keessa waraana ishee facaasuudhaan uummata bahaa f gala dhorkaa akka jirtullee maddeen gabaasaa jiru.
Addattimmoo wayyaaneen yeroo ammaa waan qabduu fi gad lakkistu wallaaluudhaan uummata magaalichaa nagaan karaarra deemu qabdee ukkaamsuu fi reebuu irratti akka argamtu himame.
Gochi diinummaa kun kutaa magaalaa Naqamtee keessaa Adda durummaan Bakka addaa Muka Haraaraa/Boordii bakka jedhamuu fi Naannoo dargeettii ilmaan oromoo galgala galgala karaarraa qabamuun reebamaa akka jiran maddeen dabaluun gabaasaa jiran.
.
Torban kana keessa waraanni wayyaanee kunneen guyyaa sanbata duraa fi sanbata guddaa guutummaa magaalaa Naqamtee dhuunffachuudhaan uummata bahaaf gala dhorkaa jiraachuunis gabaafame.
Irra caalaattimmoo waraanni sirna wayyaanee kunneen shakkii addaa naannoo boordii fi naannoo Mana barumsaa qophaa’ina Naqaqteetii waan qabaniif naannoo sana irra caalaatti dhuunfatanii akka jiranillee maddeen keenya gootowwan qeerroo leeqaa irraa nu qaqqaban ibsanii jiru. Continue reading

Opening remark of Dr. Shigut Geleta, Oromo Liberation Front, on a conference entitled ‘Women’s Inferno in Ethiopia’ held at European Parliament on 22 March 2017

Aside

Video: <https://www.facebook.com/UNPOintl/?fref=ts&gt; bit.ly/2nS3LJc

Excellency Ms. Liliana Rodrigues (S&D), MEP and chairperson,

Your excellences Members of the European Parliament, Dear participants, Ladies and Gentlemen,

I would like to thanks the office of the Unrepresented Nations and Peoples Organization (UNPO) and the office of her Excellency Mrs. Liliana Rodrigues (S&D), MEP for Organizing this Conference.

I am honored for having an opportunity to give remarks on the present oppression and gross human rights violations committed by Ethiopian government on all peoples in Ethiopia on behalf of Peoples Alliance for Freedom and Democracy (PAFD). PAFD is a democratic alliance that was established in October 2015 to unite the efforts of five major organizations that represent the aspirations of more than 67% of the nations in Ethiopia. The Alliance intends to transform the current Empire of Ethiopia into free, democratic communities of nations who coexist peacefully, in freely chosen systems of governance.

Ladies and Gentlemen, Continue reading

SBO: Bitootessa 26 bara 2017. Oduu, Qophii Waa’ee Olola Wayyaanee Irratti Fuulleffatee fi Gaaffii fi deebii Artiist Tafarii Mokonnin Waliin Taasifame -Kutaa 2ffaa.

Aside

SBO: Bitootessa 26 bara 2017. Oduu, Qophii Waa’ee Olola Wayyaanee Irratti Fuulleffatee fi Gaaffii fi deebii Artiist Tafarii Mokonnin Waliin Taasifame -Kutaa 2ffaa.

Aside