Adoolessa 16/2017 Galgala keessaa sa’a 2:50 irraa eegalee Magaalaa Amboo Keessatti Dhukaasni cimaan kan waraana wayyaanee irraa uummatatti baname , gara naannoo Mooraa Yuunibarsiitii Amboottii Waraanni Wayyaanee dhukaasaa guddaa uummata sivilii irratti banuun dargaggoota Oromoo Lama Wareeguun Ibsame jira, Kanneen madeeffaman hanga gabasni kun nu gaheetti adda kan hin baanee ta’uu maddeen Qeerroo Magaalaa Amboo addeessaan. Magaalaan Amboo galgala kana caalaatti gara dirree waraanaatti waan jijjiiramte fakkaatti , gabaasaa dabalataan walitti deebina. Continue reading
Blog Archives
Ethiopia, Land for Sale (!!): A Threat or an Opportunity for Food Security (??)
Aside
By: Dejene A. Janna
16 July, 2017 Bonn, Germany Introduction
Classically, land grabbing is known as the seizing of land by a nation, state or organization, especially illegally or unfairly. It is recently redefined as a large scale acquisition of land through purchases or leases for commercial investment by foreign organizations. Both micro and macro scales of land grabbing can result in displacement of indigenous communities and disappearance of their identities over time, because land is not only a fixed asset essential to produce sufficient amount of crop and animal to secure supply of food, but it is also the foundation of identities (language, culture & history) of communities living on the land (Genocide Watch, 2016). Continue reading
Odeessa FXG Godinoota Oromiyaa Gara Garaa.
Aside
Adoolessa 16,2017/ Uummanni Shaggar lixaa rakkoo guddaa keessa jiraachuu Qeerroon naannoo Sana’a addeessan.akka gabaasa qeerroo naannoo sanaatti rakkoowwaan jireenyaa ilma namaaf barbaachisan kan akka,tajaajila Daandiin, Ibsaa,Bishaan fi kkf guutummaatti surni nama nyaataa mootummaa wayyaanee ummatarraa kuteera uummanni rakkoo guddaa keessatti argama.
Kun kanaan osoo jiru uummanni dalagee jiraachuu hin dandeenye,tajaajila uummanni argaachuu qabu kutuun gibira humnaan olii nurratti fedhuun mirgaa fi haamilee keenyaa cabsaa jira jechuun uummanni quba nyaachaa jira.sirni nama nyaataa mootummaan wayyaanee kun ilaalcha gad aanaa waan qabuuf hanga kana duraa karaa hedduun duguggaa Sanyii nurratti raawwaachaa ture ammammoo karaa gibiraa uummata keenyaa biyya mancaasuuf waan kadheef sabni Oromoo dammaquu qaba.qaamni sagalee guddaa qabu akka qeerroo kutaa maraa gurra nubuusan nudhaama jechaa jiru qeerroon naannoo sanaa. Continue reading
Children -Ijoollee , Artist Abbush Zallaqaa
Aside
ONN: Oduu – Oromia News Network – Adoolessa 15, 2017
Aside
Godina Shaggar Bahaa Bulchiina Magaalaa Bishooftuu Keessatti Lammiilee Oromoo Lafa Isaanii Irraa Buqifamaniif Durgoo Firaashaa fi Hamsoolaa Kennaa Jiru.
Aside
Adoolessa 15,2017/ Godina Shaggar Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Bushooftuutti Wayyaaneen Ummata Oromoo wlafaaf qabeenya isaanii irraa saamtee kaan investaraa biya alaatif kaan Wayyaanotaaf ciccirtee.qooddee Amma Ummata harka qalleeyyiif ispoonsarummaa warshaalee biiraa irraa arganneen Ansoolaa, Firaasha, Fi Uffata gara garaa kenninaaf jedhee itti
gaafatamaan waajjira Hojjataaf Hawaasummaa Obbo Baayisaa Waarii ummata keenna cinaa jirra ummanni keennas nu cinaa haa jiraatu ammaan booda jiraattonni hundi namoota akkanaa kana qarqaruuf akka dirqama qabu fi karaa ittiin buusii buuftaniif irratti haala mijjeessaa jirra jechuu.Saamicha maallaqaa karaa hundaan itti fufaa jiraachuu maddeen Oduu Qeerroo Bushooftuu gabaasanii jiru. Continue reading
Godina Arsii Aanaa Siree Keessatti Guyyaa Har’aa Suuqonni Hedduu Cufamanii Jiru.
Aside
Adoolessa 15,2017. Godina Arsii Aanaa Siree keessatti Guyyaa har’aa Suuqonni cufaa oolanii jiru. Tilmaama gatii kan galii gibiraa jechuun waajjirri Galii Aanichaa maxxanseen wal qabatee daldaltoonni hojii dhaabanii jiru Waraanni wayyasnees magaalicha keessa deemee ummanni dirqamaan akka suuqii daldalaa isaanii banan furqamsiisuf tattaafachaa jiraachuu maddeen keenya magaalaa Siree gabaasanij jiru. Continue reading
Godina Buunnoo Baddallee Keessatti Gibirri Humna Ummataan Ol Ta’uu Irraan Diddaa Hawaasa Keessa Deemaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Adoolessa 15,2017/ Godina Buunnoo Beddelleetti gibirri humnaa olii uummata keenya irratti gatamaa jiru biyya keenya sodaa keessa galchee jira.Bu’uuruma kanaan magaalaa Beddelleetti hoteela tokkotti gibirri murtaa’ee jiru waggaatti 4,000,000 (miliyina afur). Continue reading
