Seife Nebelbal Radio fi Simbirtuu Radio, Adoolessa 14, 2017

Aside

Continue reading

Gabaasa FXG Godina Lixa Shaggar Magaalaa Amboo.

Aside

#OromoRevolution Adoolessaa 13/2017

Itti fufaGidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Kanfaltiin gibiraa dachaa guddaan Uummatarratti dabalamuu waliin walqabatee daran jabaachuun Mormii Guddaan Qeerroo Dargaggoota Oromoo, Daldaltoota fi Uummata Hundaa kan Hirmaachise Warraaqsii Finiinaa jira.  Continue reading

Godin Shaggar Lixaa Magaalaa Ambootti FXG Itti Fufee Jira,Gama biraan Qonnaan Bultooti Rakkoo Xaawoon Wal Qabatee Roorroo Himachaa Jiru.

Aside

Adoolessa 13,2017

q10Godina Shaggarlixaa aanoota jiran keessatti rakkoon  hirdhina xaadhoo waan mudateef,qonnaan bultoota yaaddoo guddaa keessa galchee jira jedha gabaasni Qeerroo gama sanaa.
 Qotee bultoonni naannoo sana,mirga jiraachuu waan dhabaniif ,nuti sabni oromoo hanga yoomitti waan hundaan midhaamna ,hanga yoom mirgi keenyaa mulqamnee mirga Waaq- nuuf kenne uummata xinnoo waaqa hin beekne kanaan sarbamna jechaa aadachaa jiraachuu ykn quba nyaachaa jiru. Continue reading

FXG Itti Fufuun Ummanni Oromoo Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti Diddaa Itti Fufan.

Aside

RSWO: Adooleessa 13, 2017- ODUU, ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO

Aside

ONN: Haala Yero irratti Ibsa Gabaabaa Dubbi Himaan ABO

Aside

SBO: Adoolessa 14 bara 2017. Oduu, Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo fi Gaaffii fi Deebii Artiist Nafiisaa Abdulhakiim waliin taasifame -Kutaa jalqabaa.

Aside

Of-jijjiiranii Ummatatti dhihaatanii Holola Sobaa Gagggeessun Amala Weerartootaa fi Abbootii Irreeti!

Aside

Baarentuu Gadaa Irraa

Ummanni Oromoo akkuma ummata addunyaa kanarra jiru kamiituu ummata aadaa,afaan, seenaa fi duudhaa akkasumas ummata biyya mataa isaa kan Oromiyaa jedhamtu qabuu dha. Biyya isaarrattis baroota kuma hedduuf wal horee, sirna nagahaa fi guddina, akkasumas jaalalaa fi duudhaalee hedduu of keessaa qabu; sirna  bulchiinsaa Gadaa jedhamuun ummata wal-bulchaa turee dha.

Akkuma beekamu biyyi isaa Oromiyaanis; biyyi  facaasan irraa hammaaran, biyya irra bobbaasan horanii irratti badhaadhaniidha. Haa ta’uutii weerartoonni Habashaa jiruu fi jireenya Oromoo kanatti inaafanii fi qabeenyaa fi biyya isaa kan ofii godhachuu barbaadan, warri  bulchiinsi isaanii  bulchiinsa Oromootiin faallaa ta’e erga biyya isaa qabatanii booda kun hunduu hafee Oromoon kunoo biyya isaa irratti beelaan, rasaasaan, dhibeen mankaraaraa fi dhumaa jira. Continue reading

ONN: Oduu Oromia News Network Adolessa 11/2017

Aside

Godina Arsii Aanota hedduu keessatti Ummanni Beeksisoota Afaan Amaaraan Maxxanfamu Didaa Jiru.

Aside

Adoolessa 11,2017/ Godina Arsii Aanota hedduu keessatti Wayyaaneen Gaaffii Ummanni gaafachaa ture karaa hundaan deebisuuf kaane jechuun Taappeellaan Afaan Oromootin sirnaan haa barreeffamu jetti.Ergamtuun Wayyaanee OPDOn waggoottan 26 guutuu Ummata Oromootif hojjachaa turre akkuma jettee kijiba gadi naqaa turte Dagattee akka waan amma hirribaa ka’aa jirtuu godinaalee Arsii fi Baalee keessatti Continue reading