Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya!
Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee (Ibsa ABO – Ebla 11, 2020)
Ebla 11,2020] Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ti. Guyyaan kun Gootota qabsaawota keenya kanneen Bilisummaa Saba keenyaa mirkaneessuudhaaf dabarsanii of kennan/wareegaman kan itti yaadannee oolluu dha. Akeekni kabajaa fi yaadannoo guyyaa kanaa, injifannoo fi mirgoota wareegama isaaniitiin gonfanne tikfachuu fi Kaayyoo isaan (Goototni Wareegamtootni keenya) wareegamaniif itti fufnee guutummaatti galmaan gahuudhaaf Waadaa/Irbuu qabsoo haaromsachuu dha. Continue reading
Bilisummaa Oromoo fi Koongirasiin Federaaliistii Oromoo dhimma weerara koronaavaayirasii fi dheereffamuu filannoo irratti ibsa waloo baasaniin Boordii Filannoo Biyyaalessaa qeeqan.
ለክቡር ዶ/ር አብይ አህመድ፡
[SBO – Bitootessa 18,2020] Gumiin Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa 2ffaa Bitootessa 16 – 18, 2020 adeemsifate.
nagaa uummataa booreessuu, nageenya hammeessuu irratti bobbaa’an Impaayera Xoophiyaa keessatti madda gufuulee dimokiraasii ta’uu irra darbanii, nageenya biyyattiif yaaddeessaa ta’aa jiru.