Godina Jimmaa Aanota Adda Addaa Keessatti Dargaggootii fi Ummanni Oromoo Jimulaan Hidhamaa Jiru. Aside [SQ, Bitootessa 29,2018] Godina Jimmaa Aanaalee garagaraa keessatti Namoota Komaand poostiin hidhamanii jiran jiran keessaa kanneen maqaa isaanii akka armaa gadiitti jirtu dha. Aanaa Gommaa Aggaarootti 1.Injinar Baahir Zeenuu Geembee irraa 2.Miftaahii Abdussalaam Aggaaroo irraa 3.Fu’aad Alii Geembee irraa 4.Naamus Abbaanagaa(Abbaaf Obboleessa woliin komaand poostiin dura sobaan hidhame!) Geembee irraa 5.Fayyisaa Hirphaa Aggaaroo irraa Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oromoota Goojjam Matakkal irraa Labsii Yeroo Muddamsaa Wayyaanee asitti hidhamanii hidhaa jiran kan Qeerroon gabaase. Aside [SQ, Bitootessa 29,2018] Galeessaa irraa 1 Abarra Shoonee 2 Faqqadee Olaani 3 Abuyye Gannatii Gelgel beles irraa 1.Fiqadu Abera Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Hiryooshee Bitamuun Hanga Yoomii”?? Hanshaa Solomoon Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Dr. Abyii fi Lammaa Magarsaa Daddaffiin Waan gochu qaban! Aside TPLF Gaafi Oromoo ni deebisa yaadi jeedhu yoom ilee samuu ummataa keessa hin jiru garuu gareen Lama magarasa fi Dr. Abyi Ahemd fedhinnaa fi golgaa fedhii TPLF keessaa bahuu fi aanummaa sabaa qabaachuu isaanii kan ittiin muldhisan keessaa Gaafi ummata Oromoo kana gadii kana irratti daddaffiin furmaata gochuu deemsa siyaasaa tokko jedhanii jalqabuun barbaachisaa dha. Kanaaf ammatti waanneen gochuu qaban keessaa:- State Emergency waan hunda dura dhaabbu fi badii isaan geesisan sirreesu. Oromoon Millyoni 1 ol ta’e qe’ee irraa buqa’ee lafa galu dhabee magaalota keessaa karaa irra bulaa jira kaan ammo mooraatti galee lafti isaa Liyuu Poliisin qabame jira, Abdi Ilyee fi Waraanaa wayyane Achii basu qaba, Oromoo siyaasaan mana hiidha jiru hunda gadi dhisisu, EPRDF jijjirama bu’uura feesisa waan hundan TPLF seeran ala Angoo, Daldala fi bu’ura misomma hunda dhunfate jiru harka fudhu fi EFERTn qabeenya ummata gochu, Ango isaan waga 27 qabatan fakeenyaf Military security, finance, telecom, airlines, military industry, constriction industry kkf hunda qabachun isaan siiri miti, kun jiriramu qaba. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN- Qophii Kaayyoo,Oduu fi Sagantaalee Biroo Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qabsoon Abbaa Biyyummaa Ququnxuraa Siyyaasaan Hinargamu Aside Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinnee Oromiyaa Qabsoon uummanni Oromoo waggoottan 28 darban Wayyaanee waliin taasisaa tureef jiru qabsoo sirnicha dhabama gochuun abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuuti. Qabsoon abbaa biyyummaa ammoo ququnxuraa siyyaasaan akkasumas kennee aangoo siyaasaa gabroomfataa irraa kennamuun kan argamu miti. Qabsoon ummata Oromoo sirna gabroomfataa dhabama gochuun cunqursaa jarraa nutti lakkoofsise konkolaachisuu, mirga namoomaaf mirga lubbuun jiraachuu mirkaneeffachuuti. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Bitootessa 28, 2018. Oduu, Gabaasa Gumaacha maallaqaa WBOf taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaaa Afaan Amaaraa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/03/28032018sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Funyee Show on OBN Afaan Oromoo Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Ergamtoota Wayyaanee maqaa kumaandi postiitiin uummata iraarsuuf gara G/Wallaggaa aanaa Giddaa Ayyaanaa deeman uummanni fudhatama dhowwachuun dhaga’ame. Aside [SQ, Bitootessa 26,2018] Humni kumaan poostii aanicha buufatee aanicha dabalatee kanneen akka Limmuu Haroo Eebantuu Kiiramu qawween bulchuuf buufate bakki buufatasaa sirrii miti waraanni magaalaa keessa buufachuu hin danda’u kanaaf gara baadiyyaatti hiiqanii haa qubatan jechuun dhoksaadhaan bulchiinsa magaalaa erga beeksisanii booda akkas jechuun ergaasaanii ddhaammatan. Humni kun durumaanuu nun barbaachisu garuu mootummaan abbaa irree erga qawweetiin nudirqisiisii nutti erge magaalaa keessa uummata walii jiraachuu hin jedhan.itti fufuunis jarri poolisii kora bittinneessaa oromiyaa waliin mooraa tokko keessa galuun isaanii daran nu Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barsiisaa Qanaasaa Raggaasaa Laanshaahuu Qaamaarratti Yaalaa Dhabuun Lubbuusaaniif Yaaddesse! Aside [SQ, bitootessa 26,2018] Barsiisaa Qanaasaa Barnoota hawwaasaa Mana lbarumsaa sadarkaa 1ffaa sibuu Sireetti barsiisaa turan. Hayyuu qaroon hawwaasaa kun, Badii tokko malee bara 2008 magaalaa Godina Wallagga Bahaa aanaa Sibuu siree jalatti argamtu keessaa butamanii ukkaanfamuun waggoottan hanga kana reebichaaf dararaa Maakalaawwitti irra gahaa tureen Miillisaanii bitaan laanshaahuun dararaa hadhooftuu sa’atii kana mana hidhaa Qilinxoo keessatti argaa jiru. Reebicha maakalaawwiin kan laanshaahuun miilaa mudateen, baatamanii mana fincaanii dhaqaa kan jitaniif haallisaanii ammaammoo yaalaas dhabuun gara lubbuun darbuu laata jedhamutti yaaddessaa dhufeera. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...