Godina Jimmaa Aanota Adda Addaa Keessatti Dargaggootii fi Ummanni Oromoo Jimulaan Hidhamaa Jiru.

[SQ, Bitootessa 29,2018] Godina Jimmaa Aanaalee garagaraa keessatti Namoota Komaand poostiin hidhamanii jiran jiran keessaa kanneen maqaa isaanii akka armaa gadiitti jirtu dha.

 Aanaa Gommaa Aggaarootti

1.Injinar Baahir Zeenuu Geembee irraa

2.Miftaahii Abdussalaam Aggaaroo irraa

3.Fu’aad Alii Geembee irraa

4.Naamus Abbaanagaa(Abbaaf Obboleessa woliin komaand poostiin dura sobaan hidhame!) Geembee irraa

5.Fayyisaa Hirphaa Aggaaroo irraa

6.Miftaahuddiin Abbaanuuraa Aggaaroo irraa

7.Ibraahim Zaakir

8.Faysal ……………

9.Jamaal Abbaajabal w/ra DHDUO tti gaafatamaa dhimma siyaasaa

10.Naziif Huseen magaalaa Aggaarootti dura bu’aa ganda 02 ti!

11.Mu’aaz Abbaajabal Abbaaduraa Geembee irraa

12.Idriis Ahmad Abbaasaambii barsiisaa geembee

13.Miftaa Siraaj Geembee

14.Madad Daaffis Geembee

15.Miftaa Amiin Geembee

16.Ilyaas Abbaamaccaa Geembee

17.Toofiq Abdallaa Geembee

18.Nuuraddiin Abdallaa Manchoo

19.Mokonnin Sisaay Manchoo

Aanaa Maannaa Yabbuutti kanneen hidhaman

1.Seefuu Abbaagaroo

2.Tijjaanii Abbaamaccaa

3.Abdullaxiif Ahimannajiib

4.Muzammil Abbaaraayyaa

5.Alaamuddiin Abbaaraayyaa

6.Haamid Abbaatamaam

7.Faaxumaa Abbaaraayyaa

8.Badruu Abbaamaccaa Itti aanaa bulchaa ganda Gubbee Bosoqaa

Aanaa Qarsaa Sarbootti

1.Abdulwaahid Abdulqaadir

2.Fayyoo Faayiz

3.Hasan Abbaamaccaa

4.Abdulwaahid Mahmud

5.Iidii Na’iim

Aanaa Saqqaa Coqorsaa saqqatti

1.Mahammad Awwol dura bu’aa w/ra DHDUO

2.Jabaa Abbaagiddii

3.Abdulwaahid Tijjaanii Abbaagaroo

4.Dhaabaa(Amboo) ……….

Aanaa Dedoo Gabaa sheekiitti

1.Injinar Anwaar Mahammad Siraaj

2.B/waa JamaalAbbaafiixaa

3.Mahammad Abbaatamaam

Aanaa Limmuu Saqqaa Atnaagoo

1.Naziif ………. Dhimma nageenyaa Aanaa

2.Muniir Shifaa bulchaa Magaalaa komaa jedhamtuu

3.Awwol Sharafuu

Aanaa Limmuu Kossaa

1.Naazimuu Hajii B/M  Jimmaa

Buufata poolisii Alaazaar

1.Biraanuu Lammeessaa

2.Alamuu Lammeessaa

3.Katamaa Magarsaa

4.Cimdeessaa Dirribaa

5.Saabit Abbaajihaad

6.Fahmii Zaakir

7.Nuuraddiin Abbaazinaab

8.Tolaa Tasfaahuu

9.Tasfaayee Mangistuu B/M/J

Buufata poolisii 1ffaa

1.Shamsuu Abbaagiddii

2.Tijjaanii Madad

3.Seefuu Aliyyii

4.Galaasaa Mootummaa

5.Abdulkariim Jabal

6.Naziif Abbaasaambii

7.Takkaa Gabayyoo

8.Nuuraddiin Adam

9.Asraat Abaatee

10.Naatnaa’el Nugusee

11.Anduwaalam Tafarraa

12.kiroobeel Lammaa

13.Ermiyaas Tsaggaayee

14.Gazzahany Lammeessaa

15.Naziif Maqaa Abbaa isaa hinarganne

16.Miftaahuu Maqaa Abbaa isaa hinarganne

17.Sisaay Maqaa Abbaa isaa hinarganne

18.Kabbadaa Maqaa Abbaa isaa hinarganne

19.Naatnaa’el Nugusee

20.Jamaal Mahammad .

Namoota Komaand poostiin woliin ta’uun uummata Rakkisaa jiran keessaa; kanneen Ifatti Diinummaa saba kanaaf qaban calaqqisiisaa, Komaandii poostiin woliin sochoohanii dargaggoo (Qeerroo) Oromoo hidhaatti guuranii guursisaa jiran kanneen armaan gadiiti!!

1.Komaandar Naziif Abbaajabal Aanaa Dedoo mee maal fiddu jedhee qeerrootti dhaadata

2.Sabsib Tsaadiq(Kafaadha) Komunikeeshinii Magaalaa Jimmaa

3.Shaafii Abbaafiixaa bulchaa Magaalaa Geembee

4.Darrasee Indeshaa kantiibaa M.Geembee

5.Ra’iis Huseen(Guraageedha)Bulchaa Aanaa Gommaa

6.Abdallaa Abbaamaccaa(Kuulloo) dhimma nageenyaa Aanaa dedoo

7.Awwol Abbaasimal dhimma Nageenyaa Aanaa Gommaa

8.Haafiz Abbaagaroo Ramadamaa Ganda Gubbee Bosoqaa Aanaa maannaatti

9.Miftaahii Abbaazinaab bulchaa ganda g/Bosoqaa

10.Mahammakkabiir Abbaajabal katee komaand poostiin ta’e Dedoo irratti kan hojjataa jiru

11.Hasan Abbaagaroo Naggaadras Geembee Isaan kanaaf kanneen qulqulleeffachuuf qusanne muraasa kan akka ilmaan Oromoo Jimmaan keessatti qolee olqabattee namaan qixxaattee hindeemne gochaa jirtudha. kanaaf namni hundi qaamni hundinuu kana beekne addaan baafachuudhaan bu’aa qaba jedhamee amanametti worra kana irratti tarkaanfiin akka fudhatamu isaanis hawaasni keenyas akka nuuf beekuun ganamumaan dhaammanna callisuun jiraachuu miti bu’aa calaa barbaachaaf malee jechuun Qeerroon dhaamsa dabarse. GADAAN GADAA INJIFANNOOTI!!!! Qaama Worraaqsichaa irraa bitootessa 20,bara 2018 Jimmarraa!!!!!!!!!!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s