Sadaasa 25/2017 Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Bachootti Konfiraansiin Dh.D.U.O 7ffaa gaggeeffameera.Kanuma irrratti hundaa’uun Gaa
ffilee gurguddoo Ayyaana dhaabbatummaa 7ffaa Dh.D.U.O irratti gaafatama
niiru. Isaanis: Continue reading
Sadaasa 25/2017 Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Bachootti Konfiraansiin Dh.D.U.O 7ffaa gaggeeffameera.Kanuma irrratti hundaa’uun Gaa
ffilee gurguddoo Ayyaana dhaabbatummaa 7ffaa Dh.D.U.O irratti gaafatama
niiru. Isaanis: Continue reading

Afran Qalloo was formed in 1962 and fell apart in 1965. The name Afran Qallo derives from the collective reference to four of Qallo’s sons – Alaa, Babile, Daga and Oborra. In 1963 the Macha Tulama self-help association was formed and banned in 1966. In their short periods, these two organizations laid down a profound cornerstone for the struggle the Oromo people.
Netherlands, The Hague, Hagayya 5, bara 2017
Seensa
Ijaarsi (jaarmiyaan) uummati ijaaratu gosti kamuu meeshaa dantaa waloo tiksuu dha. Jaarmiyaa sadarkaa olii keessaa motummaan isa tokko. Motummaan jaarmiyaa (meeshaa) bulchiinsaa ti. Jechuun, jaarmiyaa dirqamaa fi gaafatamummaa ofitti fudhatee uummataa fi biyya hogganuu dha. Continue reading
Guyyaa hardhaa 15/2010 Nageellee Arsii keessatti Barsiisaa history kan ta,ee Abbuu umar saba Amahara (goondareen ) Ajjeffameeraa hanga barsiisaan kun ajjefamee qeerroon hiriiraa guddaa godhaa jiru . qabeenya goondariicha ibiiddaan barbadeesaniirruu. qeerroon karaa wan cufaaraniif konkolaataan tokkosii oliif gad hin darbu.dhukkaasni guddaanis bannamee jira.namichii ajjeessee seera jalaa ooleeraa mana hidhaatti gad basaa namichii kana ajjeesuu qabna jedhanii qeerroon dhadacha jiraan. namichaa mana hidhaattii gad basuu didaanii jennaan qeerroon Aaridhaan ganda 03 manneen jirrenyaa hedduu ibiddaan gubanii jiru.yaa ummata keenya Eega kan bobaa keenya keessa jiraatullee Nunyaatuu Eegale Akkam taana lakkaa Amma gara laafummaan keenya kun haa gayuu duraanuu gara laafummaa kanatuu Rakkoo guddaa Nurraan gayaa turee
[SQ,sadaasa,24,2017]
Hidhaaf dararaan bulchiinsa Lammaa keessallee haala duraan olittuu nurratti raawwataa jira, ilmaan keenya keessattuu dargaggoon ba’aniigaluun yaaddessaa dhufeera.
Humni waraanaa TPLF akkuma galaanaa nu keessa danbali’ee dargaggoota mana hidhaatti guuraa jira, kan jedhan jiraattoonni danbidoolleegabaasa sagalee qeerroo bilisummaa oromoof ganama kana erganiin “Haalli Dambidoolloo daran yaaddeessaadha. Uummati Oromoo nuu dirmadhaa namoota yeroo darbe Manni murtii Dambidoolloo Abbaan Seeraa Lalisaa Oljirraa jedhamu “iyyati Poolisii sirrii miti” jechuun “guyyaa
torba booda mirga wabii eegna” jedhee, hangasitti Waajjira Poolisiii Dambi doolloo akka turaniif ajajee ture. Continue reading
Yuunversiitii Wallaggaa keessatti barattoonni Oromoo maqaa Oromoo ta’an duwwaaf caalmaattimmoo sababa gaaffii mirgaa gaafatan duwwaaf shakkamanii akka ari’amaniif maqaan isaanii ba’uun maxxanffamaa jira.
Warraaksa biyyaalessaa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti belbelaa jirutti kan rifate mootummaan wayyaanee barattoota moorichaa maqaa barattoota qindeessitan akkasumas jeequmsa kaastan jedhuun sabboontota ilmaan oromoo heedduu maqaa isaanii akka ari’amaniif qabxii barnootaa isaanii GPA waliin baasuudhaan mooricha keessatti baasee maxxansaa jira. Continue reading
https://youtu.be/Ftp1tHyODdw QOPHII KAAYYOO Live Streamhttps://youtu.be/fJzOU0ApU64
Sadaasa 23,2017/Murni afaan qawweetti amanuun biyya bulchaa jiru sirni Wayyaanee FXG akka abidda saafaatti belbelaa jiru dhaamsuu waan dadhabeef murtiisaa xumuraa keessa galuudhaan bifa haaraatiin waraana agaazii guutummaa yuunversiitii golee oromiyaa fi dhaabbiilee barnootaa sadarkaa 1ffaa hanga sadarkaa 2ffaa kanneen jiranitti ol seensisuudhaan barattoota nagaa dhorkaa akka jiru hubatamee jira.Gochi diinummaa kunis tooftaa kaleessa maqaa komaandi poostii jedhamuun uummata Oromoorratti k