Kutaa 2ffaa
Qalbeessaa Dhangi’aa
Sadaasa,26, 2017
Finfinnee Oromiyaa
Qabxiiwwan kaleessa kaasee itti akkan deebi’u waadaa baleen ture. Akkuman isinii waadaa gale,
3, Maqaa “Foollee” jettuun ijaarsa ijaaruu, ijaarsa sanaan dargaggoota sochii biyya keessaa hogganummaan gaggeessaan hordofsiisuu,(Qeerroo
Bilisummaa Oromoo) isaanuma falmii hadhaahaa godhan Foollee jechuun muuduu, erga uummanni tasgabbbaa’eemmoo deebisanii isaanuma hidhuu
4, Humna waraanaa biyyattii keessatti faana dhoksanii tamsaasuu. Labsii komandi postii malee sagale malee uummata keessa danbaliisuun
uummata doorsisuu
5, Dhuma irratti akka baroota caasaa ABO Daraaraa Kafanii (Amboo
keessatti kan Abbaan Duulaa Ajjeesise, ABO jajjaboo durii) dabalatee
hedduu isaanii ajjeesan dargaggoota humna jabaa ta’anii uummata Continue reading
Category Archives: Oduu/News
Hagganooti OPDO Walgahii Dargaggootaa fi Foollef Godhan Irratti Goototi Qeerroo(Dargagoonni) Oromoo Bifa Kanaan Dura Dhaabbatan.
Aside
Part 1
ONN:Qophii Dooyaa Marii TVOMTn dhihaatee kessatti Maqaa Aktivistii Oromo Ja’u Jalatti Dhokatanii Qabso Ummata Oromo Sakaaluun Maaliif Barbaachise ? Sadaasa 26/2017
Aside
SBO: Sadaasa 26 bara 2017. Oduu fi Haala waliigalaa QBO fi Haala Yeroo irratti Gaaffii fi Deebii Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin taasifame -Kutaa 1ffaa.
Aside
ONN;Haala Mirga Dhala Namaa Oromiyaa Kessaa Laalchisee Marii Bal’aa Dura Ta’aa Mirga Dhala Namaa Gaanffa Afrikaa Ob.Gaaroomaa waliin Goone Kutaa 1ffaa Sadaasa 25/2017
Aside
Maaltu deemaa ture? Maaltu deemaa jira? Maaltu deemuuf jira?
Aside
Qalbeessaa Dhangi’aa
Sadaasa, 2017
Loltoota kanneen fakkaatan Gadii kana akka waan loltoota Wayyaanee waraanu leenjisaa jiruutti Lammaaf dubbatamaa ture. Icciitiin dubbichaa garuu kana hinturre.( kana barruu itti aanu keessatti ilaalla)
Akkan odeeffannoo ganama kana argadheettii. Wayyaaneef OPDO’n Tooftaawwan uummata Warraaqsa jabaa kaase of harka galchuun dandaa’amu keessa kan irratti walii galan.
1, Sobanii afaaniin walhadheessu
2,Jechoota uummatni itti gargaaramee isaan mormaa jiru fayyadamuu
3, Maqaa “Foollee” jettuun ijaarsa ijaaruu, ijaarsa sanaan dargaggoota sochii biyya keessaa hogganummaan gaggeessaan hordofsiisuu,(Qeerroo Bilisummaa Oromoo) isaanuma falmii hadhaahaa godhan Foollee jechuun muuduu, erga uummanni tasgabbbaa’eemmoo deebisanii isaanuma hidhuu Continue reading
Albuudi Cilee Godina Iluu Abbaa Booraa Keessa Jiru Haalaan Saamamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Iluu Abbaa Booraa
Ona Yaayyoo “Albuuda cilee Aana Yayyoo Ganda Aciibo Keessaa Irraa Bu’aan Uummaataaf Argamuurraa Taree Namoota Dhuunfaatti Gurguramee Halagaan Ittiin Taajaajilamaa Jira[SQ,sadaasa, 24,2017] Albuudaawwaan Oromiyaan qabdu harka caalu Wayyaaneen gurgurataa turuunshee ifaadha. Albuuda Uummataa saamanii saamsisanii qabeenyuma uummata Oromoo irraa argataniin Qawwee hidhatanii nu sakaaluuf
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Sadaasa 24 2017
Aside
Ethiopian empire policies are fecal occult blood while their actions are considerably hemorrhagic.
Aside
Before I am going to enter my main point let me define fecal occult blood and hemorrhage.
Fecal occult blood (FOB) refers to blood in the feces that is not visibly apparent. Occult blood in the stool may indicate colon cancer or polyps in the colon or rectum. The fecal immunochemical test (FIT) is the initial non-invasive investigation of choice for population-based colorectal cancer (CRC) screening. Also called fecal immunochemical test, FIT, iFOBT. The fecal occult blood test (FOBT) is a lab test used to check stool samples for hidden (occult) blood.
