Seife Nebelbal Radio, January 20, 2018

Aside

SBO Amajjii 21, 2018. Oduu, Haala Yeroo Irratti Ibsa ABO fi Mata duree Balleessinu malee hin bannuu TPLF dhugoome jedhuun Barruu Maamila keenya Simbirtuu Dhugaa irraa nugahe.

Aside

Qeerroon Maali ?

Aside

Seenaa Gabaabduu fi Cuunfaa Achii-As-Dhufa (Chronology)
Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Bara 1992 Wayyaaneen Chaartera Mootummaa Cehumsaa keessaa ABO dhiibbatee baase
Bara 1997 ammas Wayyaanee humna waraanaa qabuu fi gargaarsa waahillan isaatiin humna WBO irra guddeessa Oromiyaa keessaa dhiibee biyya ollaa Somaaliyaatti baase.
Bara 1998 ABOn Kora Sabaa Hatattamaa geggeeffate. Korri Sabaa Hatattamaa sun adeemsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo kan hanga yeroo sanaatti ture, jabinaa fi laafina diinota isaa, jabinaa fi laafina ofii isaa, jijjiirama haala siyaasa naannoo fi Idil-Addunyaa taasisee tarsiimoo qabsoo kan jijjiirama haala yeroo wajjin Qabsoo Bilisummaa Oromoo galmaan gahuuf dandeessisu qiyaasee hooggana haaraa filatetti dirqama kennee ka’e.  Continue reading

SQ – Qeerroo Special – On Welcoming Dr. Mararaa Guddina & Others

Aside

Continue reading

ከመተከል ቀሮዎች የተሰጠ መግለጫ!

Aside

የእ/ህአደግን ልብ እንኳን ሰዉ እግዝያብሔርም አያዉቀዉም

ከመተከል ቀሮዎች የተሰጠ መግለጫ!

እህአደግ ለረዥም ዘመናት ክዱት የነበሩትን በሀገራችን ሽብርተኛ እን የፖለትካ እስረኞች የሉም ብለዉ ለአለም መንግስታት  እና ዓለም አቀፍ የሰብዓዊ መብት ተሟጋች ድርጅቶች ዉ የነበሩት በአፍርካ ቀንድ ያሉትን የተለያዩ የሽብር ሃይላት ለመደምሰስ በሚል ሰበብ ከምዕራባዉያን የሚወስዱትን ከፍተኛ መጠን ያለዉን ዶላር በሀገራቸዉ ዉስጥ ያሉትን ብሄር ብሔረሰቦች ስያጋጩበት የትጋራይን ክልል ስያለሙ፣ የወያኔ ደህንነት መስርያ ቤቱንና መከላለያ ሃይል ስያደራጁና ለትግራይ ተወላጅ የወያኔ ቅጥረኞች በሃገራችን ህዝብ ስም ከምዕራባዉያን ስወስዱት የነበሩት ብድር ስያተረማምሱ የነበሩት እዉነተኛ የህዝብ ልጅ የሆኑትን የኦህደዴድና የብአዴን፣ የጋምበላና፣ የሶማሌና ሎች የኢትዮጽያ ልጆችን በማቧደን ሁለተኛ ህዊሃትን በሌሎች ድርጅቶች ዉስጥ በመፍጠር ሀገራችንን ለ26 ዓመታትና ከዚያ በላይ ሲመጣትና ስያጎሳቅሏት የኖሩ ብሔር ብሄረሰቦችን እርስበርስ ያጋጩና ከፍተኛ ደም ያፈሱ የነበሩት ብዙ ቁጥር ያላቸዉን የዪኒቨርሲ ተማርዎችን ሰልፍ በወጡበት በወያ አጋዚ ክፍለ ጦር ሰራዊትና የደህንነት ሹማምንት እራት ሲያደርጉ የነሩት ለ26 ዓመታት ሃገራዊ ስሜት የለሌላቸዉ ስለ ኢትዮጵያ አንድም ቀን  Continue reading

Qeerroon Wallagga Naqamtee Simannaa Qabsaawota Hidhaa turanii Irratti AKKAS JEDHAN!

Aside

Continue reading

“ABO WBO koo” jedhu, Simannaa Magaalaa Naqamtee keessatti uummanni taasise.Gootota Qeerroo Bilisummaa

Aside

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Amajjii 19,2018 ,

Aside

Continue reading

Simannaa Sabboona Oromoo Dr Rufaa’el Disaasaa Magaala Naqamtetti ta’ee fi hidhamtoota lakkifamaniif Ambootti ta’e.

Aside

Continue reading

Must Listen- Sabboontota Oromoo Hidhaa Irraa Bahan Dr Rufaa’el Disaasaa fi Obbo Ashabir Onshoo

Aside


Continue reading