SBO Amajjii 28, 2018. Oduu, Ajjeechaa Jumlaa Mootummaan Wayyaanee Lammilee nagaa irratti Waldayatti raawwate ilaalchisuun Ibsa Tumsa Ummattootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) irraa laatamee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Araarsoo Abbaahumnaa Waliin taasifame kutaa 3ffaa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/01/28012018sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Ammajjii 27/2018 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Odeessa Olmaa Oromiyaa Gara Garaa Aside [SQ, amajji 27,2018] Godina Iluu Abbaabooraa aanaa Daarimuu irraa gaaffii “Karaan nuuf haa hojjetamu, bishaan nuuf haa galu” jedhanii gaaffii dhiyyeessan qofaaf qabamanii hidhaman. Mootummaan abbaa irree wayyaanee dargaggoota Oromoo iraarsuuf duuba kan hin jenne, namoota gaaffii mirgaa gaafataniifi aantummaa uummataa qaban hidhuu itti fufteetti. Haaluma kanaan yeroo darbe dargaggoota gaaffii misoomaa gaafatan mana hidhaatti naqxeetti. Dargaggoonni kunniin maqaan kan nu dhaqqabe 1. Caalii luuccee 2. Sulee umar 3. Yaasin Jamaal 4. Salamoon Mabiraatee 5. Maammudee Muzammil 6. Huseen Fiqaaduufi 7. Abbush Darajjee akka ta’an maddeen keenya Daarimuu irraa SQBOf himaniiru. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sabboontonni Oromoonaannoo Beenishaangul Gumuz godina Matakkal irraa qabaman Manni Murtii Olaanaa Dhaddacha 19ffaa dhaddacha guyyaa 25/1/2018 (17/5/2010 A.L.Htti) ooleen ammas beellamaan mana hidhaatti deebise. Aside Akkuma Beekamu Sabboontonni Oromoo 16 olta’an Godina Matakkal (Dangab) Oromummaa isaaniitiin qofa yakkamanii Humna tikaa wayyaaneen qabamanii mana hidhaa wayyaanee “Maayikalaawwii” keessatti ji’oota toorbaa oliif hiraarfamaa turanii hagayya darbe Himata “Shororkeessummaan” yakkamanii Galmee obbo Habtaamuu Bayyanaatiin irrattibanamee murtee fi ragaa tokko malee mana murtiitti deddeebi’aa jiru. Sabboontonni Oromoo Matakkal kuni qabeenyaa fi Dinagdeen warra sadarkaa gaariirra jiran, Qabiyyee lafaa gaashaa qaban, Hubannoo siyaasaa gaarii kan qabaniifi hojii Mootummaa fi Miti-Mootummaa adda addaa keessaa hojjetan lafa jiranii adamsamanii mana hidhaatti erga darbamanii waggaa darbe. Kunis sababii Uummanni Oromoo naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatu gaaffii mirgaa gaafateefi karoora Saamichaa Mootummaan wayyaanee qabeenya Uumamaa naannichaa saamuuf karoorfate danqaa akka hin taaneef jecha. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Ibsa Ejjennoo Qeerroo Naannoo Matakkal. Aside Uummanni Oromoo naannoo Beenishaangul Gumuz jiraatu Hacuuccaa Mootummaa gabroofataa wayyaaneen irragahaa jiruu fi Shira mootummaan wayyaanee bifaa fi haala adda addaan irratti xaxaa jiru ofirraa molqee gatuuf qabsoo hadhaawaa gaggeessaa turuunsaa fi jiraachuunsaa nibeekama. Akkasumas qabsoo guutummaa Oromiyaa keessatti finiinaa jirus Qeerroon Oromoo naannoo Beenishaangul gumuz qoodaa fi dirqama lammummaa isaa bahaa jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...