SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 5, 2018 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
OROMIYAA Keessatti Wayyaaneen OPDO Qabattee Maal Xaxaa Jirtii Maal Xaxaas Turtee? Aside Amajji 2018 Qalbeessaa Dhangi’aa Finfinnee Oromiyaa Boondiin OPDO alaaf keessatti maal fakkaata? Barruu kana suuta dubbisaa! Waan dhugaa dubbannuuf nu jibbu! jette urunguun ykn jajjuun Kaleessarraa kaana. Biyya har’a akka waan ofii qofa ijaaraniitti habaashaan ittiin dhaadatan Xoophiyaan lafee abboota keenyaan ijaaramte. Lafee nama keenyaan haa ijaaramtu malee numaaf ‘Si’ool’ lafarraa taatee nu dararaa jaarrolee lakkoofsisaa jirti. Xoophiyaa ijaaruu keessatti gootonni keenya gootummaa isaaniin lafee cabanii dhiiga dhangalaasaa turan. Ta’ullee akka nama biyyaaf of wareegee dhiisii akka nama maatiif of wareegeellee hanqisanii seenaa gootota keenyaa mara moofaa jibbaaf moofaa hacuuccaan haguugan. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...