Qeerroo Jimmaa!! Guyyaa Kaleessaa

Aside

“ABO Yaaddessa dhiiraa dhuftaniiree…”
Jechaa ABO fi Ummata Oromoo faarsaa Olan.

Continue reading

Aside

No automatic alt text available.

Jimmaa Guyyaa Har’aa “Ulee Hokkoo Eda Muranii… ABO Koo Eessa Buusanii” Jechaa Qeerroon Jimmaa Diddaa Isaanii Dhageessisaa Jiru.

Aside

Continue reading

ONN: Oduu Olmaa Oromiyaa Onk 22/2017

Aside

SBO: Onkoloolessa 22 bara 2017. Oduu, Warraaqsa FXG Finiinaa Jiru ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa laatamee fi Gaaffii fi Deebii Jaal Dhugoomsaa Dhugaasaa waliin taasifame -kutaa jalqabaa.

Aside

እየተፋፋመ  ያለውን የጭቆና ፍጻሜ  ኣመጽ በተመለከተ ከቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ የተሰጠ መግለጫ

Aside

እየተፋፋመ  ያለውን የጭቆና ፍጻሜ  ኣመጽ በተመለከተ ከቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ የተሰጠ መግለጫ

ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ የኦሮሞ ህዝብ ያለበትን ኣጠቃላይ ሁኔታ፡ የወያኔ መንግስት ላለፉት 25 ዓመታት ሲገድሉንና ሲዘርፉን የነበሩትን በኢህኣዴግ ስር የመሰረታቸውን ተላላኪዎች ይዞ ከሁሉም የኦሮሚያ ድንበር ኣቅጣጫ በከፈተው ዘመቻ በዜጎቻችን ላይ እየደረሰ ያለው ዘግናኝ እልቂት፡ የተዘረፈውና የወደመው ንብረት፡ በተከፈተው ዘመቻ የተፈናቀሉትን ከ150,000 በላይ የሚሆኑ ወገኖቻችንን ከግምት በማስገባት፥ የኦሮሞ እስረኞች ፍትሓዊ ፍርድ ተነፍገው ለዓመታት በወህኒ ውስጥ መገደልና ለሰቆቃ መዳረግ በመቀጠሉ፥ ባጠቃላይ እነዚህና ሌሎችንም የኦሮሞ ህዝብ በሕወሃት/ኢህኣዴግ ኣስተዳደር ስር እያጋጠመው ያሉትን ኣስከፊ ሁኔታዎችን ለመቃወና ለህዝባችንና ለኣለም ለማሳወቅ እንዲሁም የመብት ጥያቄ ለማቅረብ ጥቅምት 11 ቀን 2017ዓም(ጥቅምት 1 ቀን 2010ዓም) ሰላማዊ ሰልፍ መጥራታችን ይታወሳል።

ይህ ሰላማዊ ሰልፍ ከተጠራበት ቀን(ጥቅምት 11, 2017ዓም) ኣንስቶ ከትላልቅ እስከ ትናንሽ የኦሮሚያ ከተሞች፡ በመላው ኦሮሚያ የሚገኙ የገጠር ቀበሌዎች ሳይቀር የኦሮሞ ህዝብ በነቂስ በኣንድነት ተነስቶ፡ ለጥሪው ምላሽ በመስጠት የሃገር ባለቤትነት መብት ጥያቄና የሉዓላዊነት ትግሉን ለመንግስትና ለዓለም በቀጣይነት ኣሰምቷል። ይህም በዚህ ዓመት መጀመሪያ ላይበጨቋኙ ስርዓት ላይ የተገኘ ከፍተኛ ድል መሆኑን ለሁሉም መግለጽ እንወዳለን። ለኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል መስዋዕትነት በመክፈል ላይ ያላችሁትና ሰፊው ህዝባችን ይህን ከፍተኛ ድል በመጎናጸፋችን የተሰማንን ደስታ እንገልጻለን፣ ህዝባችን እየፈጸመ ባለው ጀግንነት ኩራት እንደሚሰማንም እንገልጻለን። Continue reading

SQ- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Onkoloolessa 20, 2017

Aside

Haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Deemaa Jiru Ilaalchisuun Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

Haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Deemaa Jiru Ilaalchisuun

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Qeerroon Bilisummaa Oromoo haala waliigalaa ummanni Oromoo keessa jiru ilaalchisuun: duula mootummaan Wayyaanee kittillayyoota EPRDF jalatti ijaaratte waggaa 25 nu ajjeesaa fi samaa bahe qabatee daangaa Oromiyaatti kallattii hundarra bane dhumaatii suukaneessaa lammii keenyarraan gahaa jiru, qabeenya saamamee fi barbaadaawe, duula baname kanaan buqqa’uu lammiilee keenya 150,000 caalanii ilaalcha keessa galchuun; hidhamtoonni Oromoo murtii haqaa waakkatamanii bara-baraan hidhaa keessatti galaafatamuu fi gidirfamuun itti fufuurraa, walumaagalatti haallan kanneenii fi biroos ummanni Oromoo bulchiinsa suukanneessaa TPLF/EPRDF jalatti mudataa jiru mormuu fi ummata keenyaa fi addunyaa beeksisuuf akkasumas gaaffii mirgaa dhiyeeffatuuf Onkoloolessa 11,2017 (Onkoloolessa 11 bara 2010) hiriira nagaa waamuun keenya ni yaadatama. Continue reading

ኦሮምያ ውስጥ የተቀጣጠለውን ሕዝባዊ ተቃውሞ አስመልክቶ ከቄሮ ብልሱማ ዓለም ዓቀፍ ድጋፍ አስባሳብ ም/ቦርድ ስብሳብ ጋር የተደረግ ውይይት ==================

Aside

Hiriira Mormii Gutummaa Oromiyaa Kessattii QERROO BILISUMMAA OROMOOn Gaggefamaa jiru Ilaalchisee Gaaffif Deebii Qeerroo Taadiyoos Abdisaa Waliin . 

Akeekkachiisa Warra Mirga Hin Tuqamnee Mootummaa Wayyaanee TPLF/EPEDF Irraa argatanii Olola Afaanfaajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Ofuuf qabaa Nagadhiisa jechaa jiraniif.

Aside

Akeekkachiisa Warra Mirga Hin Tuqamnee Mootummaa Wayyaanee TPLF/EPEDF Irraa argatanii Olola Afaanfaajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Ofuuf qabaa Nagadhiisa jechaa jiraniif.

Warrii Mirga hin tuqamnee Wayyaanee irraa argattaan yeroo barbaaddanitti waan barbaaddan dubbachuuf abbaa barbaaddaan qeequufi olola afaanfajjii uumuuf marsaa mediafi social mediatti fayyaadamuun ergama keessan bahuuf naqabaa na gadhiisa jechaa jirtu. Namni uummata Oromoof qabsaa’uu icciitii qabsoo Continue reading