Onkoloolessa 17,2017 /Guyyaa har’aa Magaalaa Mattuutti Qeerroo fi hawaasni Oromoo marti hiriira bahuun tokkummaa isaanii agarsiisuun dhaadannoo dhageessaisaa oolanii nagaan galaniiru jedhee Qeerroon Aanaa Bachoo gabaaseera.Akkasumas Magaalaa Naqqamteetti Qeerrooni fi hawaasno Oromoo bifa addaan hiriira walirraa hin cinne adeemsisaa oluu isaani qeerroon naaf ifoomseera.
Bifuma walfakkaatuun Godina H.G.W magaalaa Shaambuuttis Qeerroo fi hawaasni Oromoo hiriira bahuun mormii isaanii dhageessisuun bifa ho’aadhaan adeemsisuun nagaan xumuruu danda’aniiru jedhee qeerroon magaalaa Shambuu kan odeeffannoo naaf kenne.
Akkasumas Godina Qellem Wallaggaas bifuma wal fakkaatuun hiriirri han itti fufee jiruu fi Godina Lixa Wallaggaa Magaalaa Gimbii fi Aanolee Godicha jala jiran mormii isaanii kan itti fufanii jiran ta’uu qeerroon magaalaa Mandii fi qeerroon Magaalaa Gimbii kan naaf ifoomsan.
*Bu’uuruma kanaan Qeerroon Godina Buunnoo Beddellees fincila kanaaf qophii isaanii xumuranii kan jiran ta’uu qaamaan magaalaa Beddelle..
Continue reading
Daily Archives: October 16, 2017
Chawo Chawo Wayyanee!! Gimbii Wallaggaa FXG Itti Fufe!
Aside
“Ka’i Ka’i Qeerroo” Wallee Haaraa Artist Dawitee Mokonnon, 2017
Aside
VIVA AMBO! Baattooti University Amboo gaaffii mirgaa qaban itti fufanii jiru!
Aside
Dhaamsaa fi waadaa Qeerroo Bilisummaa! Waan dhageeffatamuu qabu!!!
Aside
“Wayyaanee Isa Nyaatte Hoqqifta” Horroo Guduruu Magaalaa Shaambuu keessatti FXG Itti fufee jira.
Aside
Wallagga Magaalaa Shaambuu Keessatti Diddaan Qeerroo Itti Fufee Jira.
Aside
Horroo Guduruu Magaalaan Shaambuu Qeerroon Bilisoomtee Jirti.
Fincilli xumura gabrummaa guyyaa sadan kana deemeen alaabaan ABO/Oromoo waajjira bulchiinsa Magaalaa keessatti fannifamee magaalichi wallee ABO faarsuu fi dhadannoo warraaqsaan itti fufanii jiru.
Baddallee- Qabsoon Ficila Xumura Gabrummaa Itti Fufee Baddalleen Jabinaan ABO faarsaa Fincilaa Jirti!
Aside


Xumura Gabrummaa!!! Qeerroo Bilisummaa Oromoo!!!
Aside
“Chawo Chawo Wayyanee” Xumura Gabrummaa!
Aside
Gootota ilmaan Oromoo Qeerroo Bilisummaa
Godina Wallaggaa Angar Guttiin!
15/10/2017