SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 3, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“QABSOON OROMOO” NI TIIFEE MALEE HIN ROOBNEE !!! Aside SEENAA Y.G (2005) Picture from Bishoftu – Irreecha 2017 Qabsoon nuuti amma itti seennee jirru, eegee qeerransaa hin qabanii….isa jedhaniin tokko. Kana booda, Milkaa’uuf wareegamni nu gaafatu, yoo duubatti deebineef wareegama nu gaafatu gonkumaa hin caaluu. Bakka amma irra jirru irraa duubatti deebinaan, of awwaallee, awwaala keenya irratti diinni akka sirbuu hayyamuudha. Sochiin gama hundaa itti seenamee jiru gonkumaa laafachuu fi lafarrallee harkifachuu hin qabu. Diina afuura kutuu barbaachisa. Gama hundaan irratti hojjatanii diina mogolee buusuudhaa. Haalli ammaan tana keessa jirrun gonkumaa dagamuu hin qabnuu. Bilisummaa saba keenyaa fi walabummaa Oromiyaa barbaanna taanaan, kanarra hojjachuu nu barbaachisa.wal gargaarsaa fi wal tumsuun har’aa argaa jirru, Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu Aside (Ijoo Dubbii ABO) — Diinni waloo nuti (Oromoon) akka Sabaatti qab -nu humna weerartuu alagaa kan afaan qawweetiin biyya teenya (Oromiyaa) dhuunfatee mirga biyya teenya irratti abboomuu (Walabummaa) nu sarbee dha. Humnoota weerartuu alagaa dhufaa-dabraan yeroo gara Jaarraa tokkoo fi walakkaatti dhihaatuuf Oromiyaa irratti wal jijjiiraa har’a gahan keessaa tokko kan tahe murni Wayyaanee (TPLF) kanneen isa dura turan hunda irraa haala adda taheen Saba keenya Oromoo addatti baasee akka diina innikkaatti ramaduudhaan gochaan diinummaa irratti raaw’achaa turee fi jiru kan yoom illee seenaan hin dagannee dha. Diinummaa Oromoo Wayyaaneen labsatee waggaa 26f itti jiru ABO Ummata Oromoo hubachiisuu irraa yeroon itti haara galfate hin jiru. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Chawo Chawo Wayyaanee” Gadaa Xumura Gabrummaa Mirkaneessuuf Jecha Qeerroon Wayyaanee Chaawo Jechuun Dhadatan. Aside CHAWO CHAWO WAYYAANEE Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Ijoolleen ofii Raafuu Nyaattee Rafuu Yaaddi, Kan Halagaa Baaduu nyaattee baduu yaaddi. Aside Qalbeessaa Dhangi’aatiin Oromoon Oromoo qaba. Oromoon wal qaba. Waliif ka’a waliin ya’a. Adeemsi siyyaasa isaa qarqara Bilisummaa gaheera. Moggaa Garbummaa irra gahee jira. Moggaarraa dhumarra keessaa ba’a. Garbummaatti sabni hafu kamuu hinjiru. Nuti Oromoonis nii bilisoomna. Bilisummaan keenya fagoo akka hintaane argaa jirra. Oromoon bilisoomuuf tokkoon tokkoosaa sammuu isaa bilisoomsuu gaafata. Sammuu isaa walaba gochuun dirqiidha. Qabsoon Oromoo guyyaan inni itti galii isaa gahutu dhiyaataa jira. Ifa halagaan Oromoo gubee bobeeffataa ture dhaamuu jedha. Lafee qabsaa’ota Oromoo boba’ee ibsaa gaahaa ta’aafii turetu duraa dhaamuuf jira. Kana Booda lafee keenya qoraan godhachuun dhaabbachuu qaba. Eeyyee dhaabbatuu qaba. Halagaan ifa isaan ykn ifa lafee ilmaan Oromoon mirqaanuun dhaabbatuu qaba. Barbadaa isaa qaqqaammatee qorra irraa walabaa ta’uun halagaa dura dhaabbannoo godhataa jira. Qabsootu ifa guddaa ta’ee qabatee jira. Qabsaa’oota jiruun itti dukkanaa’e qabsaa’ota Oromoof ifa guddaa bahuuf jira. Ifti sun guca Qeerroon Bilisummaa Oromoo walitti fidaa jirudha. Eeyyee qabsaa’ita lafa dukkanaa jalatti hidhamaniif ifti bahuuf abiddi halagaa qabachuutti jira. Inni saamaa ture teessoon isaa wal dhahuu eegaleera Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ- Gabaasa Haala Irreechaa Bishooftuu 2017, Sagalee Qeerroo Bilisummaa Irraa Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Leencatu Dhale ABOn Bishooftuu Gale,Oromiyaa Gale” Irreecha Bishooftuu 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Sifan Lola Yaa WBO” Irreecha Bishooftuu 2017 Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...