Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaa Keessatti Sabboontoti Gowwomsaa OPDO Diduun Dura Dhaabatan.

Aside

Adoolessa 9,2017/Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaatti OPDOn Ummata Gowwoomsaa jirti. Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasatti Ergamaan Wayyaanee bulchaa aanichaa ta’e Obbo kamaal Tolaa Ummani Aanaa Gadab Asaasaa Humnoota badii biyyaa balleessudhaaf Fasydan addaa Umnanni Oromoo finfinnee irraa argatu sirrii miti jedhanii jeequnsa kaasuf deemu dura dhaabaachuu qaba. Continue reading

ONN: Oduu Oromia News Network Adolessa 8/2017

Aside

Baratooti Oromoo Yuniverstii Wallaggaa Irraa Eebbifaman Qabxii Cuunfaa Isaanii Dhorkaman.

Aside

Wallaggaa1Adoolessa 8,2017/ Yuunversiitii Wallaggaa keessaa baratoonni bara kana eebbifaman cuunffaan qabxii barnoota saanii mootummaa Wayyaaneedhaan akka yeroon hin laatamneef shirri baratoota moorichaa irratti dalagamaa jiraachuu qeerroon gabaase.
Barattoonni mooraa Yuunversiitii Wallaggaa keessaa  bara kana eebbifaman  cunfaan qabxii barnoota isaanii yeroodhaan kennamuu dhabuurraan kan ka’e barattoonni moorichaa rakkoo jabaa keessa seenanii gidirfamaa jiraachuu qeerron gabaase. Continue reading

Jiraattonni Godina  Harargee Lixaa Aanaa Masalaatti Dhimma Finfinnee Irratti Labsii Bahe hin Simannu Jedhan.

Aside

19756859_460758737628705_8128824244234840654_nAdoolessa 8,2017/ Godina  Harargee lixaa Aanaa Masalaatti Dhimma finfinnee irratti Labsii bahe hin simannu jedhan. Guyyaa Sanbata har’aa Wayyaanen Mormiin waa’ee funfinneetin ka’uutu mala jettee waan shakkiteef Ummata wal gahii yaaftee haala nageenya naannoo keessanii cimsadhaa eeggadhas. Dhimmi finfinnee dhimma gadi bu’ee ummanni irratti mari’atu malee kan xummuramee miti jechuun ergamtoonni wayyaanee Ummatatti Continue reading

Radio Simbirtuu , Adoolessa 6, 2017

Aside

“Kan Eboon Isaa Dhiiga Hin Qabnetuu Arrabni Isaa Dhiiga Qaba”

Aside

Waaqoo Nooleetiin

Biyya lafaa kana irratti mootummaan gabroomsaan afaan Qawwetiin aangotti ol bahe kamuu sirna bulchiinsa ummataa (Democracy) haqaa gaggeessuun biyya bulchu keessatti fedhii fi dantaa ummataa tiksee hin beeku; tiksiisuus hin danda’u. Impaayera Itiyoophiyaa keessattis mootummoota gita bittoota habashaa dhufoo lufoo irraa ummattoota biyyattis ta’ee Ummanni Oromoo “ Tiisisa irraa Damma hin eegan’’akkuma jedhamu mirgaa uumaan qabu sarbamuu, Qe’ee fi qabeenya isaa samamee biyyarraa baqachiifamuu, gaaffii tokkoon ala jumlaan qabamee hidhamuu fi itti qiyyaafatamee adda keessa rukutamuun ajjeefamuu irraa kan hafe kabaja mirga uumamaas ta’ee  faaydaan argate tokkolee hin turre; si achiis hin jiraatu. Continue reading

SBO: Adoolessa 9 bara 2017. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan Garaagaraa

Aside

Godina Arsii Aanaa Diksiis Hamdaa Keessatti Wayyaaneen TPLF Leenjii Gaggeessitootaa Jechuun Gaggeesite Irratti Gaaffii fi Diddaa Hojjettoota Irraa Itti Ka’e Deebisuu Hin Dandeenye.

Aside

19884224_409105782823196_3542033622031043866_nAdoolessa 7,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Hamdaa Keessatti leenjii gaggeessitootaa jechuun wal gahiin Wayyaaneen guyyoota hedduuf gaggeessaa oolte guyyaa har’aa kan xummurame yoo ta’uu.xummura wal gahichaarratti sabboontonni Oromoo gaaffilee ciccimoo gafachuu isaanii maddeen keenya Hamdaa irraa gabaasanii jiru.akka gabaasa achii nu gaheetti waa’ee hiree ufii ofiin

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 7, 2017

Aside

Aside

Image may contain: 20 people, people smiling, text