Sadaasa 27,2016
Erga labsii hattattamaa baafatanii asitti saamichi haala ulfaataan nurratti adeemsifamaa jira jechuun komii gurguddaan uummata magaalaattii cinaa dhoofamaa jira.Lafa magaalaaf manneen magaalaa keessa jiran tooftaa pilaanii dabilii ta’e jedhuun nama dhuunfaa saamanii Uummata Oromoo irraa kaasanii namoota qabeenya qaban lammii biraa bakka buusuun guyyaa gara guyyaatti waan nurratti adeemsifamaa jiruuf,dubbii mootummaan Waayyaanee nurratti raawwachaa jirtu baroo miti .
Torbee kana keessa qofa manni lamaa ol diigamee jira.Gatiin kaffalamu illee akka hin jirre kaasaan alatti haala saamichaa haaraa baafachuu isaanii odoossi Qeerroo Magaalattii irraa arganne ifa taasisa.
Monthly Archives: November 2016
KAAYYOO SHOW DHUFAA JIRA BAGA GAMMADAN!!
Aside
BBC-News. Fidel Castro, Cuba’s leader of revolution, dies at 90
Aside
Cuba’s former president Fidel Castro, one of the world’s longest-serving and most iconic leaders, has died aged 90.
His younger brother and successor as president Raul Castro announced the news on state television. Continue reading
Mooraa Jimmaa Yuunibarsiitiilee Keessatti Ukkamsaa Barattootaa Haala Ulfaataan Jabaatee Jira
Aside
Sadaasa 26,2016
Erga sochiin warraaqsaa mooraa Jimmaa Keessatti fineenee asitti barattoonni hedduun hidhamaa gidirfamaa,kanneen hafanis yaaddoo hamtuu keessa seenuun balaa hamaa saaxilamaa jiraachuu maddeen Qeerroo mooraa Jimmaay Yuunibarsiitii Gabaasu.Haalli hidhaa kun akkaa ulfaataa kan jiru yoo ta’u sochii Qeerroo Bilisummaa haala onnaataarraan gara kuteenyaan akka barataan jabeessee dhoosuuf haamilee guddaaf xiiqeffannoo jabaa gadi jabeessaa jiraachuu,akkasuma mooraa sana keessatti badii tokkoon alatti barataa barnootarraa ari’uuf hidhuun
kuna akkam akka barattoota aarsaa jiru dubbatamaa jira.
Bara baranaa kana keessatti barattoonni baay’inaan 100 ol ta’an ukkaamfamanii jiru.Mooraa kitoo furdisaa irraa hanga ammaa odeessi
Qeerroo Bilisummaa Oromoo dhaqqabe akka agarsiisutti moorichaa keessaa Oromoo taanaan akkamiin akka adamsamaa jiran wal nama hin gaafachiisu jedhu.Maqaa baewttoota hidhamanii muraasa Continue reading
SBO SADAASA 27,2016. Oduu, Gaabaasa yaadannoo FDG waggaa 11ffaa Minisootaa fi Oslootti geggeeffame, akkasumas guyyaa sabaa fi sablammootaa jechuun kan wayyaaneen ittiin ololu irratti ibsa gaazzexaa Jaarmayaan Sochii Haaromsaa Hararii jedhamu baase irratti gabaasa qindaa’e
Aside
Oromo: Seife Nebelbal Radio – Sochii Qeerroo Ilaalchisee Gaggeesitoota Qeerroo Bilisummaa Oromoo Waliin,Sadaasa 25,2016
Aside
Oromo Qaanqee Show by Habtamu Lamu Gaafii fi Deebii atleetotaa Oromoo South Africa irra
Aside
“Yoo Walii Galan Alaa Galani” Artist Keyeroon Darajjee 2016
Aside
Habaqaa fi Callaa kan Gargar Baasu Ummata
Aside

The power of the people is much stronger than the people in powr /JA
Qotee bulaan cimaan tokko maasii/lafa isaa yeroon qotee gulaalee yeroo bokkan robe shanyii gaarii facaasa. Biqila margu saniis jala kotakote, harame, soqee dalla itti jaaree haga midhaan san daraaree ija/free baasee bilchaatutti qotee bulaan kun hedduu humna isaa fi yeroo isaa irratti balleysa. Lakkuma midhaan isaa gara bilchalaa deemuun eeggumsaa fi toa’nnoon cimaa deema, sababni isaas bineesonni baayyeen waan midhaan bilchaate kana nyaachuu barbaadaniif. Guyya guyyaa jaldeesa, qalamee fi shimbiroo yo irraa eegu, halkan halkan dhaddee, booyyee fi karkarroo eega. Haala kanaan midhaan walitti qabatee callaa gara gootaraa yeroo galchu, baaqni gara kosii deema. Continue reading