Dabaree Seenaa Irraa

Gantoota sabaa warreen garaaf gugguufan of cina buusuun ABO irratti hololchiisu. Continue reading
Gantoota sabaa warreen garaaf gugguufan of cina buusuun ABO irratti hololchiisu. Continue reading
Rakkoo Koleeraa Biyyattii Dhaqqabee Jiruun Sababeeffachuun Sirni bulchiinsa Wayyaanee Shira Jabaa Xaxaa Waan Jiruf Of Eeggannoo Jabaan Nii Barbaachisa
Ummanni Oromoo afaan Qawwee diinaarraa damdamatee saatii warraaqsa waloo dhoosee jiru kanatti icciita gadi fagoo fayyaadamuun balaa koleeraa biyyattii mudaterraa bilisa taatu jechuun Lixa Shaggar bakkeewwan hedduutti qoricha summaawaa laachaa jiraachuun lubbuu ilmaan Oromoo hedduu gqlaafataa waan jirtuuf Uummanni Oromoo gama maraan of eeggannoo jabaa taasisuu akka qabu Qeerroon hubachiisa.
Sadaasa 23,2016
Wayyaaneen TPLF dhimma hanqina baajetaa mudate suphachuuf guutummaa biyyattii keessatti sirna baruuf barsiisuu manneen barnootaa sadarkaa olaanoo irratti waggaa tokko tokko ida’uuf qophii xumuraa jiraachuun dhaga’ame.Haaluma kanaan barattoota moora Yuunibaesiitii hunda keessattuu wagaa tokko tokko ida’uun garaagarumma waggaa tokkoo gidduutti baajeta qisaasame deeffachuuf mala salphaa taasifachuun uummatatti gadi baasaa jirachuu maddeen garaagaraa gabaasa jiru.Department hunda irratti waggaa tokko tokko ida’uun baru dhuguu ka’ee hojiirra nii oola jedhamee yaadama.
Tolcha Wegi irraa #SeenaaGootaa-Otumaan ta’ee yaadan wa’ee keenya kana ol basee, gadi busee dawwadhuu, yeroo hunda namini ija koo funduraa hin banne natti dhufe . Namini kun akka abbatis, akka obboleessatti nama na gorseewaan hunda na keessatti uume yoon jedhe sooba dubbachuu koo miti.Nama jalatamaa kanaan Oromommatu mana rakkoo keessatti wal nubarsiise.Namini kun amma lubbudhan hin jiru.Wareggameera. Inni waregamuus seenaa isaa Irriyoota koo fb irra jiraniif qoduun natti mullaate. mee kunoo qodadhaa.Maqaan isaa Nagasaa Kumsaati.
Dargiin namoota akka Mullataa Fayisoofa Jalduutti eerga nu biraa fiixee namooni lubbuun haafine sababii adda addatiin harka isaani seenne. Dugiddi keenya amma qunca’uutti reebamine. mana hiidhaa Amboo keessatti lukitti keenya sansalaata(Chain) Kilo grama 10 ulifatun hidhamine teenye mana hiidha keessatti boolli nutti itti ajjeefaminu balinaan qotameera. Continue reading