
Sirni cunqursaa humnaaf aangoosaatti fayyadamuun humna qawween biyya bulchaa jiru yakka duguuggaa ilmaan Oromoo irratti raawwachaa ture ammas naga,e osoo hin jedhin Ilmaan Oromoo Oromummaa isaaniif quuqamanii Irratti duula duuguuggaa sanyummaa raawwachuu itti fufee jira.
Oromoo sababii ta,an duwwaafis Yakkamaa taasisuun Magaalaalee Oromiyaa bakkoota garaa garaa keessaa butuudhaan achi buuteen isaanii dhabamaa jira.
Erga labsiin hatattamaa golee oromiyaa mara keessatti labsamee kaasee mootummaan faashistii wayyaanee fxg uummanni oromoo finiinsaa jiru humna isaa ol itti ta,uun waan itti ulffaateef waan qabee gad lakkisus walaalee jira.
Kanummarraa ka,uudhaanis hidhaa dararaa fi ajjeechaan baratoota oromoo mooraa yuunversiitii wallaggaa keessa jiran irratti jumlaan raawwachaa jira.
Sadaasa 14/11/2016 Yuunversiitii wallaggaa keessaa baratoonni oromoo oromoo lama sababii ta,an duwwaaf moorichaa keessaa butamuudhaan achi buuteen isaanii dhabamaa jira.
Kanumaan wal qabatees baratoonni torbee kana keessa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessaa butamanii dhabaman
1,Fayyisaa Gaarii
Kaninninni dhalatee guddate godina wallagga bahaa Naannoo gabaa jimaataa jedhamutti.
Gosa barnootaa inni barachas jirus siivil injiineriingii waggaa 2ffaa .
Continue reading →
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk