Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast, August 2, 2014 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barattooti Oromoo Yuuniversitii Adda Addaa Irraa Qabamanii Hidhaa Ma’ikelaawwii Galan Keessaa 11 Dararaan Jabaa Erga Irratti Raawatameen Booda Gadiifaman. Aside Gabaasa Hagayya 03,2014 ilmaan Oromoo balleessaa tokko malee sobaan mana hidhaa Wayyaanee Maa’ikalaawwii keessatti dararamaa turan keessaa barattootni 11 dararaan cimaa erga irraan gahamee booda hidhaa irra gadhiifamaniru.Kanneen kunis:- Falmataa Bayechaa Barataa Medicine waggaa 5ffa Yuniversiitii Jimmaa Eebbisaa Dhaabaa barataa sportii waggaa 3ffaa Yuniversiitii Jimmaa Nimoona Kabbadaa barataa barataa Seeraa waggaa 5ffaa Yuniversiitii Wallaggaa Mo’ibul Misganuu barataa laboratory waggaa 2ffaa Yuuniversiitii Wallaggaa Baqqalaa Gonfaa barataa water Engineering waggaa 3ffaa Yuunivarsiiti Wallaggaa Rattaa Dajjash barataa water engineering wagga waggaa 4ffaa Yuuniversiitii Wallaggaa Ararsaa Laggasaa barataa water Engineering waaggaa4ffaa Yuuniversiiti Harommayaa Ashannafii Margaa barataa engineering waggaa 2ffaa Yuuniversiitii Harammayaa Baraisii Jamaal barataa technica fi Ogummaa Magaalaa Dirree Dawwaa Abbuu(Guyyoo) Galmaa barataa kutaa 9ffaa Godina Boorana irra qabame umriin isaa wagga 14 kan ta’e.. Alii Sheedoo barataa kutaa 9ffaa kan umriin isaa waggaa 15 ta’a Godina Boorana irra qabame kanneen keessatti argaman ilmaan Oromoo dararaan guddaa erga irrtti raawatameen booda mana hidhaa Ma’ikelaawwii keessaa gadhiifaman. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...