Sabboonaa Artist Cawwaaqaa Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2012/10/cawwaqa.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Ajajaan Poolisa Oromiyaa Duraanii fi Gaafatamaa Dhimma Nageenya Mootummaa Wayyaanee Kan Ta’e Fiqaaduu Sobbooqaa Gutummaatti Hojii Irraa Ari’ame. Aside Onkoleelessa 17,2012 Finfinnee Mootummaan Wayyaanee miseensota isaa irraa amantaa dhabuun hojii irraa ariiuu fi aangoo irraa buusuu erga jalqabdee bubbulus kan ammaa daran hammaachaa dhufee jira.Yeroo dheeraaf ajajaa poolisii Oromiyaa tahuun hojjetaa kan turee fi yeroo ammaa dhimma nageenyaa mootummaa Wayyaanee keessatti hojjechaa kan ture Fiqaaduu Sabbooqaa ati hojii keenya ,balleessaa jirta,hidhata ABO qabda,Hojiitti gahumsa hin qabdu,Iccitiin mootummaa gama keen saaxilame jira,Malaammaltummaa keessaa harka qabda jechuun hojii irraa ariianii jiran.Wal dhabdeen yeroo ammaa kana hanga Koree Gidduu galeessaa OPDOtti dhalachuun mootummaan Wayyaanee namoota amantamummaa irraa qabdu duwwaa haasofsiisaa akka jirtus saaxilamee jira.Wal gahii KG miseensotni marti irratti hirmaachuu qabanis qofaatti hirtee hirmaachisuu akka jalqabde saaxilamee jira.Mootummaa Wayyaanee yeroo ammaa kana rakkoo biyyattii keessatti dhimma siyaasaan,dinagdeen mudate dura dhaabbachuu dadhabaa akka jirtus keessi mootummaa kanaa ifa godha. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Onkoloolessa 17 Bara 2012 Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2012/10/17102012sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...