Feyisa Lelisa on VOA Facebook Live

Aside

Olympic runner Feyisa Lilesa: ‘I will be killed if I go back to Ethiopia’

Aside

By Stephanie Busari, CNN

Ethiopian Feyisa Lilesa, making a similar gesure to the one made as he claimed silver in the men’s marathon at the Rio Olympics. Photograph: Mandel Ngan/AFP/Getty

Ethiopian Feyisa Lilesa, making a similar gesure to the one made as he claimed silver in the men’s marathon at the Rio Olympics. Photograph: Mandel Ngan/AFP/Getty

Lagos, Nigeria (CNN) — When Ethiopian runner Feyisa Lilesa raised his hands and crossed his wrists above his head in a defiant political gesture as he approached the finish line at the Rio Olympic marathon, it put the spotlight on his home nation.

“Crossing my wrists in Rio has already had a great impact on my life,” he said. “I am now separated from my dear mother, my supportive wife and my precious children in Ethiopia who I miss dearly.” Continue reading

Diddaan Qeerroo Bilisummaa fi Ummataa Itti Fufuun Oromiyaa Bakkoota Hedduutti Diddaan Daandiin Konkolaataa Cufuu Itti Fufee Jira.

Aside

abo2Fulbaana 14,2016 Oromiyaa guutuu keessatti daandii cufuun dhaabbataan  itti fufeedhuma jira. torban tokko dura gabaa lagannaan oromiyaa guututti kan taasifamee turee fi daandii cufuun haala wal fakkaataadhaan magaalotaa fi godinaale hundatti ammallee yeroodhaa yerootti cufamaa jiran. Haga ammaatti wayyaaneenis banuu kan hin dandeenye daandiin cfuamee kan hafee jiru Magaalaa shaashamanneetti guyoota hedduu lakkoofsisee jira daandii guddaan ,Boojjii Birmajii Biilaa,Qilxuu Kaarraa, Awwadaayi keessatti daandiin hin banamin torban lamaa ol lakkoofsiseera humna banuu hin dandeenye qabaachuun wayyaanees barameera akkasuma hamma ammaatti duulli hojii dhaabuu adeemsifamee itti fufee dhaabbachuus akka hin qabne waggaa kana guutuu duula hojii dhaabuutti hojetootni walii galaa jiraachuunis beekameera. Magaalawwan negellee,daaroo, mechaaraa, adaamaa fi kkf keessa halkan Qeerroon akeekkechiisa hojii dhaabuu gabaa lagachuu,danddii cufuu uummataa kennee jira barruun kunis magaalota kanneen keessatti bittimdfamee jira. Continue reading

Godina Lixa Shaggaar Aanaa Midaa Qanyii Gandaa Haleeluutti Waraanni Wayyaanee Jiraattota Irratti Yakka Sukkanneessaa Deemisaa Jira.

Aside

Fulbaana 13,2016 Godina Lixa Shaggaar Aanaa Midaa Qanyii Gandaa Haleeluutti Waraanni Wayyaanee Kora Bittinneessaa fi loltootni Liyyuu Hayilii Wayyaanee EPRDF/TPLF/OPDO Yakka Suukkaaneessaa Mana Jireenyaa Abbootii warraa Shani(5) İrratti dhuka’aa dhoosuu fi Ibiddaa itti qabsiisuun Barbadeessan.

 Tarkaanfii keessa deebii hin qabne dhiyeenya humni ittisa uummataa miseensa waraanaa fi basaasa Wayyaanee uummata hiraarsaa kan jiru nama maqaan isaa Fedhasaa Ganneetii jedhamuu irratti fudhateen wal qabatee mootummaan waayyaanee humna ittisa uummataa nyaachisaa jirtu , ijoolleen keessaan humna ittisa uummataa waliin hariiroo qabu jechuun uummata nagaa  irratti yakki suukkaneessan rawwatamee jira. Continue reading

Barsiisotii fi Hojjettooti Yuuniverstii Wallaggaa Walgahii TPLF Waame Lagatan

Aside

Fulbaana 14 /2016 Godina Wallagga bahaa magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti formiin itti fufuun, walga’ii guyyaa har’aa kana yuunversiitii Wallaggaa keessatti geggeeffamaa ooleen  sabboontonni barsiisonni Yuunversiitichaa guutummaan guutuutti wal ga’ii Wayyaanee kana  irratti diddaa  garboonffattuu Wayyaaneef qaban haala ajaa’ibsiisaa ta’een warra wal ga’icha geggeessuuf dhaqan afaan qabachiisanii jiru.
Qaamonni walgaicha mariisisuuf deemanis gaafii gaafachuun mirga keessan gaafa jedhanitti barsiisonnis gaaffii gaafachuu fi yaada isaanii kaasuu waan didaniif profeeseriin yuunversiitii wallaggaa kan ta’e dr Eebbaa miijanaa itti waamuudhaan dirqamaan gaaffii akka kaasaniif doorsisaa akka jiraniif doorsisaa akka oolan baramee jira.
Wal ga’icha irrattis barsiisonni  tokkoyyuu gaaffii kaasuu waan didaniif mootummaan wayyaanee dirqiidhaan gaaffii akka kaasaniif   hiraarsaa akka oole maddeen keenya achirraa nuqaqqaban ifa godhu.

Qeerron Arsii magaalaa Qoree keessatti mormii gaggeessaa oole,

Aside

14355651_10102538616054873_8183327846946256952_n 14359259_10102538619932103_7493638219964177665_n

Godina Lixa Shaggar Gidduugaleessaa Oromiyaa Aanaa Adaa’aa Bargaa Mogoritti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Daran Jabaatee Itti Fufe.

Aside

Fulbaana 13,2016 Godina Lixa Shaggar Gidduugaleessaa Oromiyaa Aanaa Adaa’aa Bargaa Mogoritti Warraaqsii biyyoolessaa Oromiyaa FXG daran jabaachuun itti fufe. Mogoor  keessatti

1. Sababa sochii duulaa gabaa lagachuu fı uggura dinagdee buusuu torbee tokkoof gaggeeffameen manneen daldalaa fi suuqiiwwaan cufamanii turan banamaa yeroo jirachuun walqabatee waraanni Agaazii Uummata irratti reebicha hamaa gaggeessuun jumlaan mana hidhaatti guuraa jira.

2. Hoojjettootni  Warshaa Simintoo DANGOTE hojii guutummaatti dhaabuun diddaa isaanii kan itti fufani jiran yoo ta’uu qondaalotni wayyaanee aangawootni warshichaa fi abbaa qabenyummaa isaa waayila wayyaanee lammii Naajeeriyaa kan ta’ee kasaaraa guddaaf saaxilamee waan jiruuf warshicha banuuf illee fedhii kan hin qabnee ta’uu argisiisee jira Yeroo ammaa kana hojjattootni warshichaa guutummaan mooraa warshichaa keessa dhaabbatanii argamu. Qeerroon Mogoor qindeessıtootnı sochii warraaqsaa FXG’n keenyaa roga hundan hanga wayyaaneen Oromiyaa gadhiiftee baatutti itti fufa jechuun dhaamsa dabarsan!!

US Congress is taking serious about Ethiopian regime’s human rights violations

Aside

Tamsaasa kallattii
Miseensi Mana Marii Yunaaytid Isteetsi (Congressman) Kriis Smiiz dhimma bulchiinsa gaarii fi mirga dhala namaa Itoophiyaa irratti yaada hijii ( resolution) dhuheessu laalchisee Mana Marii biyyatti Kaapitool Hiili ( Capitol Hill) funduratti ibsa kennaa jira. #Oromo #Ethiopia
“Briefing on S.Res.432 A. Resolution supporting respect for human rights and encouraging inclusive governance in Ethiopia”

http://www.Ayyaantuu.net

UN Human Rights Commission on human rights violation in Oromia

Aside

The UN Web TV Channel is available 24 hours a day with selected live programming of United Nations meetings and events as well as with pre-recorded video features and documentaries on various global issues. Continue reading

Milishoonni Wayyaanee Mana Nagadaa Sabboontota Naqamtee Cufaa Jiru,Diddaan Ummataas Itti Fufee TPLFn Burjaajessaa Jira.

Aside

Exif_JPEG_420

Exif_JPEG_420Guyyaa har’aa kana Fulbaana 13,2013  Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee keessatti dukkaanni(Suuqiin) Sabboontota Oromoo gabaa lagatanii turanii Milishoota Wayyaaneen gutummaan cufamaa jira.

Buufata konkolaataa magaalaa Naqamtees ganama irraa kaasee guutummExif_JPEG_420aatti cufamee jira.
Taaksiin magaalaa Naqamtee keessa jiranii fi baajaajjonnis diddaa mootummaa garboonfataa Naqamteef qaban ganama irraa kaasuudhaan akkuma itti fufanitti jiru.
Milishooti Wayyaanee ammoo Suuqiilee diddaa gabaa lagachuuf cufaa turan adabuuf jecha irra deemaanii cufaa jiru.Exif_JPEG_420

Gama biraan Goototi Barsiisoti Oromoo Aanaa Ginde Beret akka aadaa isaanii gootummaa hojjetan.
Har’aa Fulbaana 13,2016 Barsiisota Aanaa Gindebert mana barnootaa qopha’inaa fi sadarkaa 2ffaa dirqisiisuun walitti qabanii leejii isinii laanna jechuun dabballoonni TPLF siyaasa isaanii osoo hin dubbatiin duratti gootonni barsiisonni Oromoo itti iyyuun isin ummata Oromoo bakka bu’uu hin dandeessan dhaabi keenya ABO dha isin nu hin bulchitan jechuun itti iyyuun qaanessaa jiru.