‘”Ka”ii Loli” Wallee Warraaqsaa Haaraa Artist Jaalataa Lammii fi Keebeek Hundarraa

Aside

Godina Laxa Shaggara Aanaa Midaa Qanyii Araddaa Haleeluu Keessatti Waraanni Wayyaanee TPLF Ummata Irratti Yadda Sukkanneessaa Raawachaa Jiraachuun Saaxilame.

Aside

Fulbaana 16/2016 Godina Laxa Shaggara Aanaa Midaa Qanyii Araddaa Haleeluutti yakki suukkaneessa qonnaan bultoota Oromoo irratti rawwatamuun manni Jireenyaa qonnaan bultoota Oromoo shan(5) irratti waraanni Wayyaanee fi Dabballootni Wayyaanee OPDOn durfaman boombii roobsuun ibiddaan barbadeessuu gabaasuun keenya ni yaadatama. Qonnaan bultootnı kun fulbaana 8/2016 humna waraanaan qabamanii hıdhamanii dararama utuu jirani yakki kun irratti rawwachuun beekamadha. Yeroo Amma Kanas qonnaan bultootni kun maatii isaanii daa’imman umriin hidhaaf hin geenye illee kan keessatti argaman mana hidhaa keessatti dararama jiraachuun gabafamera. Kanneen daa’imman isaanii waliin hidhamani dararamaa jiran keessa :

 

1. Obboo Getachoo Raggaasaa manguddoo ganna 70 kan ilmaan isaa waliin hidhamee utuu jiruu manni galmaa isaa wayyaaneefi ergamtuu wayyaaneen duraa barbada’e  Continue reading

SBO Fulbaana 18,2016. Oduu, Gaaffii fi deebii Artist Zarihun Wadaajoo kutaa xumuraa fi qophii haala yeroo irratti hundaa’e

Aside

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

Dhaadannoo Ayyaana Irreecha Bara 2016  

Ayyaana Irreecha Guddicha  Bu’aa Qabsoo Bilisummaa Oromoon Argamee As Gahe Qabsoon Kunuunfanna”

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.

Ayyaanni  Irreechaa kabajamaa fi jaalatamaan uummata Oromoo miliiyoona kudhanootaan kan kabajamu bu’aa  qabsoo bilisummaa Oromoo wareegama qaalii lafee gootota Oromoo fi dhiiga gootota Oromoon tikfamee hardha ga’ee , yeroo ammaa kanattis ayyaana Irreechaa fi aadaa Oromoo kunuunsanii tiksuun dhalootaaf dabarsuuf gootonni Oromoo wareeegama qaalii itti baasaa jiru. Baroota darban keessa ayyaana Irreechaa kabajuuf jecha ummanni Oromoo fi sabboontotiin hedduun waraana Agaazii fi Poolisoota sirna TPLFn hedduu dararamanii jiru, gariin qabsaawotaa fi dargaggoonni Oromoo bakka irreecha kabajatanii fi kabajuuf deemanitti reebamuun kanneen qaamaa hirdhatan hedduu dha. Warri hidhamanii hanga ammaa bakka buuteen isaanii wallaalalme dhibbootaa  hedduu dha. Kanas ta’ee gootonni Qeerroo Bilisummaa hiraarsa kora bittinneessaan osoo hin jilbeeffatiin ayyaana Irreechaa Oromiyaa bakkoota adda addaatti kabajamu sirna miidhagaan kabajachuun aadaa Oromoo aduunyaatti muldhisaa turan. Haalleen dararaa fi gufaatii sirni Wayyaanee TPLF ummata keenya irraan gahu hunda keessa qaxaamuruun bu’aa gootota wareegamanii kan ta’e Ayyaana Irreechaa kana daran midhagsuu fi aduunyaatti muldhisuuf har’a sadarkaa UNESCO itti galmaa’aa jiraachuun qabsoo Oromootiif injifatnoo tokko. Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Fulbaana 16, 2016

Aside

WAREEGAMNI KEENYA HAAROMSA WAYYAANEEF MITI!! 

Aside

SEENAA  Y.G  (2005)

Famine under a severely bartered regime

Famine under severely bruised Ethiopian regime with violence

Utubaa tortoree dagaleen jabeessuuf yaaluun wallaalummaadha. Of gawwamsuudha. Guyyaa hin beekamnetti mana of irratti jigisanii of ajjeesuuf beellamaan jiraachuudha. Mata duree har’aa kana akka lamatti ilaaluun dansaadha. Inni jalqabaa, gawwamsaa wayyaanee kanaaf yoo dabarsinee of kenninee nuuf dhumachuu isaa. Inni lamadaa, wayyaaneen mataa isaa, waan tortoree jiru irratti haaroomsa jedhee of gawwamsuun isaa, Boolla ofiif qotaa jiru gadi fageessaa jiraachuu isaatii. wayyaanee ofiinuu tortoree, haaromsa buqqaasaan gaggeessa jechuun isaa, adda durummaan of ilaalee osoo hin taanee, nu tuffachuu irraa ta’uu beekuun gaariidha. Akka loon soogiddaan gara barbaadanitti oofanii sanaallee kabajaa nuuf hin qaban jechuudha. Humna hanga hin qabneetti maal fiduun nu tilmaamaa jiranii huadhaa.isaaniif baatii tokkotti lammiilee 700 ol dhabuun keenya, itti hin dhaga’amu. Kan itti mul’aatuu Angoo irraa haala itti hin buunee uumuu qofaadha.kun nuuf salphina!!!! Utubaan tortoree tasumaa Dagalee haaraadhaan hin jiraatu. buqqa’uu akka qabuu fi Utubaa haaraan dhaabbachuu akka qabu murteeffachuu nu barbaachisa. Utubaan sirna tortoree ol aantummaa Hiwaatootaa fi sirna isaaniitii. Kanatu buqqa’uu qaba. Continue reading

Empire of bleeding and thrombosis kept under bad physicians and wrong remedies

Aside

By Dr. Baro Keno Deressa

Baaroo

Dr. Baro Keno Deressa

The Oromo people are managed to unite under their vanguard organization OLF to fight for the same purpose (eradicating colonization). The formation of unity under one organization and the bravery act of Oromo people brought changes in Ethiopian empire. The Patriotic act and the clear message of qube generation guided by qeerroo leadership from Oromia get a good response from all nations of Ethiopian Empire (Amharas, Gurages, Afars, Ogaden, sidama, Benishangul, Gambellans, innocent Tigreans ….etc).

Many Oromo nationalists criticize the colonial system of Ethiopian Empire. The core value of Ethiopian empire was not build on the will and equality of all nations. Nations are a product of the human will and imagination and the institutions that sustain their collective efforts. The key values of federalism, democracy, and inclusive government have not been sufficiently consolidated as core values for their nations. Full or real freedom, they believe, will come with freedom of all. Eradicating all forms of colonial system of domination is crucial (political, economic, social, military) in order to accomplish freedom of all nations. Continue reading

Gabroonfataan Mirga Kamuu Ququnxuree Nuu Rabsuuf Mirga Hin Qabu!

Aside

Baarentuu Gadaa irraa
14238371_658212811000444_1439995930966660242_nUmmanni Oromoo gabroonfattuu, saamtuu fi darartuu murna bicuu Wayyaanee irraa  mirgi gaafachaa turee fi jiru hin jiru.  Oromoon Wayyaaneedhaan takkaawuu  kun natti hirrattee jira, kana naaf guuti, kun najalaa hafee ykn natti xiqqaatee jira isa kana  itti naaf dabali jedheehin beeku, jedhaas hin jiru.  Wayyaaneen Oromoofis ta’ee saboota humnaan weerartee jirtuuf mirga qunxurtee laachuufiif mirgas, hamilees hin qabdu.

Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Fulbaana 15,2016

Aside

SBO Fulbaana 16,2016. Oduu, Ibsa Gootichi Oromoo Atileet Fayyisaa Leellisaa Gaazzexeessitoota Bebbeekamoo Adduny aaf Kenne Irratti Gabaasa Qophaa’ee fi Gaaffii fi Deebii Artist Zarihun Wadaajoo kutaa 3ffaa

Aside