SBO Fulbaana 14,2016. Oduu fi Ibsa Walgahii KHR-ABO akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Fulbaana 13, 2016

Aside

Godina Wallaggaa Aanaa Najjoo Keessatti Ummata Magaalaa Gorii Fi Warra Jirruu Jedhamu Walitti Buusuuf Jecha Dabballoonni Wayyaanee Wixxifataa Jiru.

Aside

Fulbaana 13,2016 Godina Wallaggaa lixaa aanaa Najjoo bulchiinsa magaalaa  Warra Jirruu fi Goorii kan jedhaman giduutti mootummaan garboonffattuu Wayyaanee uummata naannoo sanaa walitti naquuf jecha halkaniifi guyyaa boqonnaa malee hojjechaa akka jiru bira ga’amee jira.
Haaluma kanaan yeroo ammaa kana gandoota kanneen lamaan giduutti loliisa uumuuf dabbaloota isaa naannichaa akka kakaasaa jiru beekame.

Gandoota kana Goorii fi warra jirruu jedhaman kana gidduuttis loliisa  uumuuf jecha caalmaa lafaa fi baayyina lafaa akkasumas baayyina uumataa abbaa qabuuf aanaa laana  jechuun uummata gandoota warra Jirruu fi Goorii jedhaman walitti naqaa akka jiru baramee jira.
Namoonni Gandoota kana lamaan gidduutti jibba fiduuf mootummaa Wayyaaneef amanamanii hojjechaa jiranis maqaan isaanii eeruudhaan nuqaqabee jira.
magaalaa warra jirruu keessaa:
1.Leencaa Amuumaa  Hojiinsaa bulchaa magaalaa warra jirruu.
2,Mitikkuu Namarraa Hojiinsaa dhimma nageenyaa
3,Amanuu Tamasgeen Gita hojii dhimma nageenyaa
4,Hiikamee Namarraa
Hojiinshee basaastuu.
Bifuma wal fakkaatuunis bulchiinsa magaalaa Goorii keessaas namoonni kunneen ilmaan Oromoo gandicha keessa jiran irratti duguuggaa sanyii raawwachaa akka jiran bira ga’amee jira. Continue reading

ክብር መብታቸውን በሰላማዊ መንገድ ሲያቀርቡ ለታሰሩ፣ ለተደበደቡ እና ለተገደሉ!

Aside

ቅዳሜ, ሃምሌ 30
ከጠዋቱ 1:30 አካባቢ ይሆናል መስቀል አደባባይ ስንደርስ። በመንገዶቹ ላይ ወደስራ እና ለተለያየ ጉዳይ የወጡ የአዲስ አበባ ነዋሪዎች ይርመሰመሳሉ።
ከለገሃር ሰማእታት ሃውልት በእግር ነበር የሄድነው። ከሴንጆሴፍ ት/ት ጀምሮ እስከ ሰማእታት ሃውልት ድረስ መሳሪያ ያነገቱ ፌደራሎች በአጭር ርቀት Continue reading

Godina Shaggar Kaabaa Aanaa Yayyaa Gullaallee Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

Aside

Ibsa Walgahii Koree Hojii Raawwachiiftuu ABO

Aside

ABOKHR–ABO walgahii isaa dhaabbataa Fulbaana 1 irraa kaasee hanga Fulbaana 11, bara 2016tti gaggeeffachuun, gabaasaa dameelee dhageeffatee rakkoolee mumul’ataniif furmaataa fi qajeelfama eega akeekeen booda, haala qabsoo bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa, haala mootummaa faashistii Wayyaanee, haala sochiilee farra-faashistii wayyaanee; kan naannoo ummata Amaaraa (Gondor, Goojjamii fi Walqaayit) keessatti adeemaa jiru, haala sochii ummata Konsoo fi Majangir, Gambeellaa, Sidaamaa, Benshaangul, Ogaadeen, haala Gaanfa Afrikaa fi Afrikaa guutummaatti , haala addunyaa fi kallattiin ammoo, haala sochii qabsoo bilisummaa fi walabummaa Oromiyaa waliin waan wal qabate, dhimma dippilomaasii Oromoo ilaalchiisee, gadii fageenyaan gilgaaluu fi xiinxaluun murtiilee kanaa gadii dabarsuun walgahii isaa milkiin xumuree jira.

UMMATA BAL’AA OROMOO

Continue reading

Aside

Support Oromo athletes Tamiru Demisse, Megersa Tasisa and sport journalist Adugna Angasu who are in Rio de Janeiro, Brazil for the Paralympic 2016. Mr. Demisse won a Silver Medal in the T13 1500 meter race and declared his support for #OromoProtests. The three men fear persecution for supporting #OromoProtests if they go back to Ethiopia and are seeking political asylum.  Please donate whatever amount you can. Oromo Paralympic Athletes Support Team14449421_1473703739-0003

Artist Eebbisaa Malkaa/ Qeerroo Ka’ii Labsii Wal Yaami

Aside

Guyyaa Har’aa Oromiyaa Bakkoota Hedduutti FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Fulbaana 12,2016 Guyyaa har’aakana Qeerroon magaalota oromiyaarraa FXG itti fufuun oole. Akka biyyaatti guyyaan bara haaraa kn guyyaa kabajaa ture garuu Oromiyaan guyyaa gaddaan kan oolte FXG finiinsuu fi ummanni Oromoo waan hundarraa dhaabee qabsootti seenee beelaa fi dheebuu osoo hin jenne kan itti fufee jiru yoommuu tahu kanneen jalee wayyaanee fi diinonni uummata Oromoo hojii dhhuunfaa isaaniif Oromiya keessa konkolaataa isaanii sochoosanii fi konkolaataan geejjibni mootummaas Oromiyaa keessa deddeebihu hundi tarkaanfii Qeerroon guyyaa har’aa bakka hedduutti hojiin ala tahe jira.
Akka odeessa Qeerroo godinoota oromiyaarraa addeessutti torban kun torban uummanni Oromoo mootummaa Wayyaanee waliin wal’aansoo isaa
jabeessee gara Bilisummaatti cehuf tarkaanfii eegaleedha. Torbee kana keessa sababa kanatti konkolaataan Wayyaanee fe’iinsa ykn tajaajila kennuu irratti argaman Amboo gada Awwaarootti konkolaataa fe’iinsaa 2,irratti tarkanfiin jabaan irratti fudhatameera.  Akkasuma Arsii lixaa konkolaataan deddeebisaa uummataa kan diinaa tahes 5 hojiidhaan ala tahee jira. ummanni Oromoo ammas tarkaanfii itti aanutti Qeerroodhaan durfamee qajeelfamni itti kannemudhaan tarkaanfii isaa itti fufeetu jira.
Akkasuma tarkaanfii garagaraa uummanni oromoo fudhatu keessatti magaala shaashimannetti isin ABO fi WBO dha jedhamanii ijoolleen 30 humna wayyaanee agaaziittiin butamanii bakka buuteen isaanii kaleessa dhabamaniiru. Akkasuma kofalettis ilmaan Oromoo qabsoo irratti humnaa fi qabeenyaa isaaniin halkanii guyyaa itti jiran 12 eessa buuteen isaanii dhabamee jira.
Godina addaa Oromiyaa magaalaa sulultaa keessatti barreeffamni ” qabsoo eegallee jirru irra aanuuf duula diinagdee irratti diddaa uumuuf sochiin baadiyyaa irraa gara magaalaatti tahuun midhaan akka gurgurtaaf hin dhiyaanne gochuuf xoophiyaan kamuu gaheesaa akka bahu dhaamsa dabarsina” barraaffamni jedhu Qeerroodhan  raabsamee jira. haaluma kanaan torbanoota muraasa booda dhiyeessin midhanii Oromiyarraa gara Finfinnee galu guutummaatti citee mirkanaa’uu akka qabu Qeerroon waamicha dabarsee jira.

Na dadhabe garaan koo

Aside

beekanBeekan Gulummaa Irranaa

Dhugaa jalatten arge akkamittan obsaree osoo abbaan qe,ee jira keessummaan ol darbaree? ol darbuu qofa mitii yoo dhiibe abbaa qe,ee akkamittan obsaree Barrri dhufee ni darba, jireenya akka fixeensaa Yoo lammiin kee garboomu ati akkamiin teessaa?
Jedheetoo na gaafate surreen koo gadi qabee maal jedhee deebisuufree garaatoo na dadhabe maal ani dhiira mitii yoommuu haadhon koo du,ee du,ee awwaalcha dhabu
Continue reading