Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira

Aside

Sadaasa 27,2017 Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira, Waraanni Wayyaanees guyyaa guutuu Ummatarratti reebicha gaggeessaa ooludhaan kunoo amma galgala kana saa’atii 12 irratti Ummata Ummata Mormii gaggeessaa oolee gara mana isaa deebi’aa jirurratti dhukaasa banee jira.Ammaaf namni miidhame hin jiruu waan jiru jala buunee isiniin geenya Continue reading

Makkalaakayaan Wayyaanee Maagaalaa Ciroo Keeysatti Uummata Lammii Isaanii Buqqa’an Gargaaruuf Deemaaa Jiran Irratti Reebicha Hamaa Raawwachaa Akka Jiru Ibsame

Aside

Raayyaan ittisa federaalaa har’a dilbata 27/11/2017 guyyaa sa’aatii 6:00 irraa eegalee, Garee gargaarsaaf ‘lammiin lammiif’jedhu
Yuunivarsiitii Madda Walaabuu Hospitaala Riiferaalaa Goobaa irraa gara Barraaq ganda jedhamtu deemee gargaarsa laate deebi’u irratti reebicha
hamaa geessiseera. Gareen kun Doktoroota (including specialists),ogeessota fayyaa garagaraa, barattoota ogeessa fayyaa,
hojjettoota bulchiinsa Hospitaalaa kan of keessaa qabu namoota gara 70 kan ta’an turan. Gareen kun gargaarsa yaalaa jimaata darbe irraa
kaasee laataa tureefi deebii irratti, seensa magaalaa goobaa irratti kan reebicha hamaan isaan irraan gahe. Isaan booda gamtaan deemnee itti
gaafatamaa qajeelcha poolisii godina baalee deemnee itti gaafatamaa qaleelchichaa koomaandeer Gazzaanyiifi Fayyisaa jedhaman argamanii
jara kana qabnee seeratti inuma dhiyeessina jedhanii waadaa nuuf galaniiru! Garuu isaan tokkumaa mee wal ilaalla jedhu ummanni jechuun Qeerroon Aanichaa gabaase.

Gama biraan Godina Baalee Aanaa Raayituuti Continue reading

Maaltu deemaa ture? Maaltu deemaa jira? Maaltu deemuuf jira?

Aside

Kutaa 2ffaa
Qalbeessaa Dhangi’aa
Sadaasa,26,  2017
Finfinnee Oromiyaa
Qabxiiwwan kaleessa kaasee itti akkan deebi’u waadaa baleen ture. Akkuman isinii waadaa gale,
3, Maqaa “Foollee” jettuun ijaarsa ijaaruu, ijaarsa sanaan dargaggoota sochii biyya keessaa hogganummaan gaggeessaan hordofsiisuu,(Qeerroo
Bilisummaa Oromoo) isaanuma falmii hadhaahaa godhan Foollee jechuun muuduu, erga uummanni tasgabbbaa’eemmoo deebisanii isaanuma hidhuu
4, Humna waraanaa biyyattii keessatti faana dhoksanii tamsaasuu. Labsii komandi postii malee sagale malee uummata keessa danbaliisuun
uummata doorsisuu
5, Dhuma irratti akka baroota caasaa ABO Daraaraa Kafanii (Amboo
keessatti kan Abbaan Duulaa Ajjeesise, ABO jajjaboo durii) dabalatee
hedduu isaanii ajjeesan dargaggoota humna jabaa ta’anii uummata Continue reading

Hagganooti OPDO Walgahii Dargaggootaa fi Foollef Godhan Irratti Goototi Qeerroo(Dargagoonni) Oromoo Bifa Kanaan Dura Dhaabbatan.

Aside

Part 1

 

ONN:Qophii Dooyaa Marii TVOMTn dhihaatee kessatti Maqaa Aktivistii Oromo Ja’u Jalatti Dhokatanii Qabso Ummata Oromo Sakaaluun Maaliif Barbaachise ? Sadaasa 26/2017

Aside

SBO: Sadaasa 26 bara 2017. Oduu fi Haala waliigalaa QBO fi Haala Yeroo irratti Gaaffii fi Deebii Hayyu-duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin taasifame -Kutaa 1ffaa.

Aside

ONN;Haala Mirga Dhala Namaa Oromiyaa Kessaa Laalchisee Marii Bal’aa Dura Ta’aa Mirga Dhala Namaa Gaanffa Afrikaa Ob.Gaaroomaa waliin Goone Kutaa 1ffaa Sadaasa 25/2017

Aside

Maaltu deemaa ture? Maaltu deemaa jira? Maaltu deemuuf jira?

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aa
Sadaasa, 2017
Loltoota kanneen fakkaatan Gadii kana akka waan loltoota Wayyaanee waraanu leenjisaa jiruutti Lammaaf dubbatamaa ture. Icciitiin dubbichaa garuu kana hinturre.( kana barruu itti aanu keessatti ilaalla)
Akkan odeeffannoo ganama kana argadheettii. Wayyaaneef OPDO’n  Tooftaawwan uummata Warraaqsa jabaa kaase of harka galchuun dandaa’amu keessa kan irratti walii galan.
1, Sobanii afaaniin walhadheessu
2,Jechoota uummatni itti gargaaramee isaan mormaa jiru fayyadamuu
3, Maqaa “Foollee” jettuun ijaarsa ijaaruu, ijaarsa sanaan dargaggoota sochii biyya keessaa hogganummaan gaggeessaan hordofsiisuu,(Qeerroo Bilisummaa Oromoo) isaanuma falmii hadhaahaa godhan Foollee jechuun muuduu, erga uummanni tasgabbbaa’eemmoo deebisanii isaanuma hidhuu Continue reading

Albuudi Cilee Godina Iluu Abbaa Booraa Keessa Jiru Haalaan Saamamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Aside

  Iluu Abbaa Booraa

Image may contain: outdoor, nature and water Ona Yaayyoo “Albuuda cilee Aana Yayyoo Ganda Aciibo Keessaa Irraa Bu’aan Uummaataaf Argamuurraa Taree Namoota Dhuunfaatti Gurguramee Halagaan Ittiin Taajaajilamaa Jira[SQ,sadaasa, 24,2017] Albuudaawwaan  Oromiyaan qabdu harka caalu Wayyaaneen gurgurataa turuunshee ifaadha. Albuuda Uummataa saamanii saamsisanii qabeenyuma uummata Oromoo irraa argataniin Qawwee hidhatanii nu sakaaluuf

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Sadaasa 24 2017

Aside