Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira

Sadaasa 27,2017 Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira, Waraanni Wayyaanees guyyaa guutuu Ummatarratti reebicha gaggeessaa ooludhaan kunoo amma galgala kana saa’atii 12 irratti Ummata Ummata Mormii gaggeessaa oolee gara mana isaa deebi’aa jirurratti dhukaasa banee jira.Ammaaf namni miidhame hin jiruu waan jiru jala buunee isiniin geenya

One response

  1. Pingback: Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: