SBO Hagayya 26 bara 2012

Aside

Hojjettootni Mootummaa Daldaltoota ida’achuun QBO irratti marii jabaa gaggeessuun Ibsa ejjennoo lafa kaa’atan!‏

Aside

Hagayya 26,2012 Finfinnee

Hojjettootni mootummaa Waajjira Bishaan Oromiyaa fi Qorannoo qonnaa Oromiyaa daldaltoota dabalachuun Qeerroo waliin walitti dhufuun Hagayya 24/2012 marii baldhaa taasisuun ibsa ejjennoo lafa kaa’atanii jiran.Hojjettootni mootummaa ilmaan Oromoo tahan qabsoon qeerroon gaggeeffamaa jiruun itti boonuu ibsachuun qabsoo qeerroon gaggeeffamaa jiru waliin hiriiruuf murtii dhumaa irra gahanii jiran.
Waajjira maqaa Oromoonii fi Oromiyaan mogga’e keessatti gaggeessaan ilmaan habashaa tahuu fi miindaan harka ilmaan habashaa tahuun cunqursaan isaan irra gahu guddaa tahuu ibsatanii jiran.Haala mijataa yeroo waliin wal qabatee uumameen carraa bilisummaa ilmaan Oromoof dhufe of darbarsuu akka hin qabne irrattis dubbatanii jiran.Daldaltootni Oromoo yerootti mirga ofii falmachuuf ka’an ammaa fi amma akka tahes dhaamanii jiran.Dirqama dhaaba irraa dhufe guutummaan galmaan gahuun dirqama oromummaa akka tahes wal hubachiisuun ibsa ejjennoo armaan gadii gamtaan baasanii jiran
1.Hojjettootni mootummaa mirga isaanii akka falmuuf ka’an irratti adda durummaan ni hojjenna
2.Sagaleen ilmaan oromoo Addunyaa irratti akka dhaga’amuuf gumaata barbaachisaa ni goona
3.Qabsoo Bilisummaa oromoo ABOn gaggeeffamu cinaa yoomuu ni dhaabbanna
4.Ilmaan Oromoo barataan,Barsiisaan,Qotee bulaan,daldalaan,hojjetaan Oromoo mirga isaa falmuuf akka ka’u irratti ni hojjenna
5.Mirgi uummataa biyya Itoophiyaa keessaa osoo hin sarbamiin Oromummaa keenya calaqqisiisuu fi birmadummaa keenya mirkaneessuuf duuba hin deebinu
6.Waadaa keenya tiksuun tokkummaan QBO galmaan ni geenya Kanneen jedhan lafa kaa’atanii jiran.Hojjettootni mootummaas Qabsoo Bilisummaa Oromoon gaggeeffamu cinaa dhaabbachuu akka qaban waamicha jabaa dabarfatanii jiran.OPDOnis ergamtuu wayyaanee bara baraa akka hin taanee fi QBOn gaggeeffamaa jiru cinaa akka dhaabbatan waamicha dabarsatanii jiran.

Ambo Keessatti Uummanni Humnaan Akka Gadda Mallasaaf Bahu Gaafatame.

Aside

Hagayyaa 26,2012 Amboo
Guyyaa kaleessaa hagayyaa 25/2012 motummaan Wayyaanee du’aa Mallasaatiin walqabsisee Godinaa Lixaa Shaawaa Magaalaa Amboottii Ummataa Dirqamaan bahatanii gadaa Keessaan mul’isaa Ministeraa Mummee keenyatu du’ee jechuun kadiroonni Wayyaanee ummataa goolaa olan, Ummaannii garuu, malii nutu ajjeessee? Waaqatuu ajjesee, maali addatti du’a isaa kanaa hammaa kanaa gurraa guddisuu hin barbaachiisuu Radio fi TV dhaan dhaageenyeraa ni gahaa jechuun ummaannii itti qoosee, kanaa malees ,nuun kan nu gaddisiisuu du’aa Dararaa Kafanee, Baratotaa Oromoo, Jaagamaa Badhaanee, Gotichaa Oromoo Laggaasaa Wagii fa’itu nu arsaa nu gaddisiisaa isaan kana diinaa ummataa Oromootuu raasaasaan Ajjeesee, Maallaas garuu akkuma isiin garummaa isaa jajaa jirtaan gidiraa fi rakkoolee Oromoo irraan inni gahe lakkawamee hin dhumuu, jechuun Kadirota Wayyaanee of irraa deebisuun gabaafame.

A One Month Summary of Oromian Youth Movement (Qeerroo)- July 22 – August 22, 2012

Aside

Translated and Compiled in English by: Daandii Qajeelaa

The Oromian Youth Movement (Qeerroo) which was formed a little over a year ago is intensifying the struggle of the Oromo people for freedom, democracy and justice in a scale never seen before.

This report covers  widely intensified movement of Qeerroo over the month prior to the death of the Ethiopian dictator Meles Zenawi: July 22 through August 22, 2012. The report is directly taken from the archives of Qeerroo website.

August 20, 2012, Ayira Gulliso, West Wollega: TPLF Forces Killed Gamule Tasgara, and arrested several others.

In west Wollegga zone, several protesting Oromo youth were rounded up and arrested on August 20, 2012 and many of them were beaten severely in prison. Among those who suffered an unbearable torture, a young man named Gamule Tasgara lost his life in prison.

For more details A One Month Summary of Oromian Youth Movement (Qeerroo)

Hafe:Jecha Yaadannoo fi Gaabbii

Aside

(Qeerroo, Finfinnee, 25 Hagayya 2012) Oromoon gaafa birmadummaa isaa sarbamee eegalee, waa halle waliin sarbamuu isaa kan ibsatu keessaa tokko karaa aadaa afoolaa fi hogbarruu isaa ta’uu hayyuun aadaa fi afoola Oromoo ibsan.

Bara dheeraaf  aadaa afoola hogbarruu Oromoo irratti barsiisaa fi qorannoo adeemsisaa kan jiran Dr Asaffaa Tafarraa walatajjii dhimma afoolaa fi hogabbarruu Oromoo USA keessatti qophaa’e  irratti ibsa kennaniin Oromoon erga brmadummaa isaa sarbame, waan dhabe san ibsachaa jiraachuu addeessan.

“Hafe”- jecha gochaa alaagaan biyyaa fi saba Oromoo irratti dalagaa turee fi jiru kan ittiin yaadatan, dhalootaaf dabarsan Seenaa Gaddaa fi Gaabbii dabarsuu dha.

Oromoon har’as waan hafe, waan sarbame, akkanaan dhaloota isaaniitti himachuun Xurree Gadoobaa-Xurree Gadoo Baasuu dhalootaaf itti dhaaman ta’uu dhaamsa Hayyuu Oromoo kana irraa hubachuun ni dnada’ama.

Aadaan diddaa kan abbootii keenya irraa dhaalame ta’uu kan ibsan Hayyuun hogbarruu Oromoo kun, yeroo ammaa kanattis kaan yeroo Fincila Diddaa Garbummaa gaggeessan kaan immoo Diddaa Fincila Garbummaa gaggeessuutti akka jiran illee ifa godhanii jiru.

ETHIOPIA: Lest History Repeats Itself

Aside


21 Years of Human Right Calamity

HRLHA Press Release

August 24, 2012

PM Meles Zenawi

Only three heads of state exchanged hands over power in Ethiopia during a period of time that is about a century. This fact by itself is indicative of the non-existence of democracy in the country. During this extended time period, the various peoples and nationalities in Ethiopian never tolerated tyrants. The Feudal Regime of Haile Sellassie faced with various forms of peoples revolts and uprisings. Some paid maximum price, and others were condemned to indefinite incarcerations to bring regime down. Although some of the big questions such as the land ownership issue got answers, the Ethiopian peoples did not see the kind of change they wanted to, especially regarding fundamental human rights. Oppositions continued in different forms under the Dergue Communist Regime, in spite of the absolute political suppression. Again, hundreds of thousands were killed extra judicially, and hundreds of thousands of others sent to prison in the same extra judicial manner. But, that did not prevent the powerful Dergue Regime from falling. Once again, the Ethiopian peoples were very unfortunate that a political change did not come. Things got from bad to worse in some cases under the current TPLF/EPRDF regime. As a result, oppositions continued to be displayed in different forms, only to be met with the harshest hands that the country has ever experienced. The country became the home of countless official and unofficial jails of its own citizens. Most of those detention centres experienced spill-over. Kidnappings, disappearances, extra judicial killings, and many other arbitrary actions happened to be the daily events. Even currently, hundreds of thousands of worshipers of the Muslim Religion are being taken in a mass to concentration camps such as Dhidhessa in western part of the country.

HRLHA_PR-_Aug_24,_2012.pdf

Sagalee: Seife Nebelbal, Simbirtuu fi TV Oromiyaa

Aside

 Seife Nebelbal Radio Program, Aug 24, 2012 – Judge Teshale Abera’s Interview, Part II

Radio Simbirtuu with Dr. Alemayehu Birru for a philosophical analysis on the legacy of the late Prime Minister

TVOROMIYAA MAGAALAA TORONTO HAGAYYA 20, 2012

The Darkest Legacy of Meles Zenawi: extra-judicial killings,disappearances,arbitrary detention, torture and rape.

Aside

(Qeerroo, Adaamaa, 24 August 2012) The Oromia Support Group-OSG has , as of May 2012, reported  4,407 extra-judicial killings and 992 disappearances of civilians suspected of supporting groups opposing the government since 1991.

Most of these have been Oromo people. Scores of thousands of civilians have been imprisoned. Torture and rape of prisoners is commonplace, especially in secret detention centres, whose existence is denied by the government.

The US State Department reports that suspicion of belonging to the OLF is the most common cause for detention in Ethiopia. The report for 2000 states that the Ethiopian government ‘continued to detain persons suspected of sympathizing with or being involved with the OLF’.

Officials of the International Committee of the Red Cross visit 10,000 detainees in Ethiopia, nearly all in official prisons. Clandestine human rights organisations in Ethiopia claim that ten times that number are being held in unofficial detention centres.

Amnesty International report that torture and disappearance are more likely to occur in these centres than in official places of detention.

After he defected, the Minister of Justice in Oromia Region, Yonatan Dhibisa, stated that 30,000 Oromo political prisoners were being held in official detention centres in Oromia Region.

http://www.oromo.org/

Qeerroo: Urgent Press Release On Current Affairs

Aside

Urgent Press Release On Current Affairs

August 23, 2012 Finfinnee

Even if the death of the late PM of Ethiopia Meles Zenawi was rumoured months ago, the regimes media outlets have announced orchestrated news about his death only on 20th of August 2012. This is mainly due to the lengthy discussion and debates on unexpected succession conflict that is consuming the regime. Meles Zenawi was responsible for the terrible tragedies of human right abuse, torture, disappearance and death of thousands of innocent civilians in the past 21 years in Ethiopia, Nevertheless we feel sorry about his sudden death as any human being.
It is uncontested public secret, except for his collaborators, that the rule of Meles Zenawi was authoritarian and fascistic. It is to be remembered that, we have issued a clear statement in April 2011 for the PM to resign for his responsibilities in the aforementioned crimes.

The past 21 years Ethiopia has indulged in terrible political, social and economic crisis. Despite issuing an attractive constitution, it is known that the regime implemented extreme version of Stalin and Lenin policy, where the three branch of government (Judiciary, Legislative and Executive) are merged to one entity under one individual. We have presented our concern and protest on several other areas of national issue. But none of our requests were materialized by the PM and his government.

Once again, we hereby ask the governing regime of EPRDF to act immediately to address our request chartered as follows:

1. All political prisoners of all background should be realised without any discrimination. Specially an estimated 25 thousands of Oromo’s imprisoned since 1991 should be released immediately and without any precondition.
2. Government should stop meddling in religious affairs and stop persecuting these who demanded their legitimate and constitutional right.

3. Recent proclamations concerning issues of “Terrorism or anti terror legislation”, Media and NGOs, which contradicts with the State constitution and seriously impedes human rights should be repealed immediately.

4. Long standing wars between the government and liberation fronts’ such as OLF, ONLF and others should be halted immediately. The government should initiate negotiations with all political parties and pave the way for peaceful settlement of major national issues.

5. The right to peaceful demonstration and association should be allowed as guaranteed in the Constitution. Other proclamations issued to restrict these rights should be revoked immediately.

6. The right to freedom of expression and association should also be guaranteed.

Qeerroo, the national youth movement for freedom and democracy (NYMFD), will continue its struggle until credible actions are taken to address the aforementioned requests.

The Oromo people and other oppressed nations of the Ethiopian empire should enhance their ongoing struggle to get their democratic and legitimate rights.
Finally, we would like to underline that, our struggle continues until the repressive regime and its killing machine is gone for good.
Justice shall prevail.
Qeerroo: National Youth Movement for Freedom and Democracy (NYMFD)

August 23, 2012

Finfinnee

Urgent press release on current affairs. Aug 23

Waraanni Mootummaa wayyaanee dargaggoo Gamulee Tasgaraa Ayiraa Gullisootii ajjeesuun darbe.Diddaan daran jabaate.Dargaggootnis Jumlaan hidhamaa jiru!

Aside

Hagayya 24,2012 Aiyraa Gullisoo

Godina Wallagga lixaa magaaala Ayiraa fi Gullisoo keessatti dargaggootni Oromoo FDG qabsiisan.FDG qeerroo oromoon dhalate mootummaan Wayyaanee dura dhaabbachuu dadhabuun tarkaanfii gara jabeenyaa raawwachaa jira.Dargaggoon oromoo Gamulee Tasgaraa jedhamu waraana mootummaa wayyaaneen ukkaamsamee ajjeefamee jira.Gamulee Tasgaraa waraana mootummaa Wayyaaneen Hagayya 20/2012 kan qabame yoommuu tahu waraanni Wayyaanee reebicha addaa irraan gahuun ajjeesanii darbanii jiran.ilmaan oromoo

1. Dragaggoo Yaaddessaa Tafarii

2. Barataa Seenaa Tafarii umrii waggaa 12

3. Dargaggoo Lijaalem Hambisaa

Jedhaman hidhamuun dararama jabaa keessatti kan argaman yoommuu tahu uummatni Oromoo naannoo kanaa ijoollee keenya gadhiisuu qabdu,Osoo arginuu qabdanii ajjeestanii hin darbitani jechuun dhaadannoo garaa garaa dhageessisaa jiru.Diddaan yeroodhaa yerootti babalachaa dhufeen alaabaan ABO magaala Gullisoo keessatti balaliiuun isaas ni yaadatama.