Tweet Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 4 April 2018

Aside

Ijaa Bahuuf Ija Baasuu Hin Qabnaa?

Aside

 Damee Boruu: 03/22/2018

Bitootessa 10, 2018 dhumaatii Ilmaan Oromoo Magaalaa Moyaaleetti  keessatti guyyaa waaree uummata nagaan jiruu fi jireenya gaggeefataa jiru irratti  raawwatameef  waraanni Wayyaanee WBOn haleelamuu ijaa (revenge) ykn  haaluu bahuuf akka tahe  Mootummaan EPRDF sababa dhiyeefatee jira.  Dhumaatii Haroo Arsadii, Calanqoo fi Hammarreesaaf immoo eenyuun ijaa ykn haaluu bahuu akka raawwatame  kan dageenye hin jiru. Mootummaan TPLF ilmaan Oromoo lafa irraa dugugee balleessuuf sababa himachuu hin qabu. Akka barbaadetti hidhee, tumee, ajjeessee, qaama irraa cirree bara dheeraa kana guutuu  itti sirbee bitaa jira. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Ebla 3, 2018/ Muudamuu MM Ethiopia Dr,Ahimed Irratti Ejjennoo Qeerroo Bilisummaa

Aside

ONN: Dr. Kedida Show
Continue reading

Ethiopia: The Government Must Heed Past Mistakes, Not Repeat

Aside

Ethiopia: The Government Must Heed Past Mistakes, Not Repeat

HRLHA Press Release

April 3, 2018

Since the second State of Emergency was recklessly declared, without any credible justification, by the dictatorial regime in Ethiopia on February 18, 2018- an action that has been strictly opposed by the Ethiopians, rejected by some Oromo Members of Parliament  and condemned by the world community, including the Ethiopian allied governments-over 15,000 Oromo and Amhara nationals have been incarcerated and many have been killed by the killing squads, the Agazi force.

However, the government controlled Fana Broadcast, Corporate reported on March 30, 2018 that only 1,107 people have been detained for violating the emergency decree, thereby diminishing the number of detainees by over fourteen fold. Continue reading

SBO: Ebla 4 bara 2018. Oduu, Kora ABO Kutaa Kanaadaa kan 2018 ilaalchisuun Gaaffii fi deebii Barreessa Jaarmayaa ABO Kutaa Kanaadaa J. Darajjee Galataa Waliin Taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 2 April 2018

Aside

Eebla 15 Duungoo keenya keessaan wareegamtoota keenya agarra!

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aan

Wareegamtoonni keenya aarsaa of baasuu dhiisii aarsaa kaffaluun yeroo ulfaatu keessatti, aarsaa of baasan qabsoon har’a diina huutee qabdee jirtu akka taliiguuf riqa jabaa nuu ta’aniiru. Har’a gaafa lallabnee garbummaa ofirraa fonqolchuuf gita bittoota habashaa dura dhaabbannu riqichi irra dhaabbannee jirru, riqichi kaleessaas, Har’as, boris dhalootni irra socho’uun qabsoo finiinsaa jiran riqicha wareegamtoota keenyaati. Wareegamtoonni Bilisummaa Oromoo waan guddaa nuu gamaachanii ofii addunyaa kanarraa godaananiiru. Gaafa garboonfataan akkasuma galaanni garbummaa nu liqimsuu nutti foolatutti isaantu riqicha nuu ta’eera isaaniin gamaa gamatti, baraa baratti ce’aa jirra.

Continue reading

ለአመታት ታስራ፣ እርቃኗን ምርመራ የተካሄደባትና፣ በቅርቡ ከእስር የተፈታችው ጫልቱ ታከለ ሰሞኑን ኢ-ፍትሃዊ በሆነ መንገድ ከታሰረው የኢትዮትዩብ ባልደረባ በፍቃዱ ሀይሉ ጋር ያደረገችው ልብ የሚነካ ቆይታ።

Aside

#Ethiopia: EthioTube Special – A conversation with Chaltu Takele – March 2018

 

Hidhamuun Ummata Oromoo Itti Fufee Godina Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa Keessaa Namniinni Nagaa 22 ol Hidhamuu Qeerroon Gabaase.

Aside

[SQ, Bitootessa 31,2018] Aanaa Guutoo Giddaa magaalaa Ukkee Qarsaarraa daataa namoota hidhamanii kan ammaatti Qeerroo Bilisummaa Oromoo galmeeffatee jiru.

1. Tasfaayee Dabalee (Bulchaa Magaalaa Ukkee, Raadiyoo Ameerikaaf yaada laatte jedhamuun hidhame)

2. Taakkalee Qallab

3. Addunyaa Raggaasaa

4. Addunyaa Moosisaa

5. Abdii Darajjee

Continue reading

QABSOO FINIINSUUN…WAREEGAMTOOTATTI KABAJAA HORUUDHAA !!!

Aside

Guyyaa Goototaa

SEENAA   Y.G (2005)     kutaa 1ffaa

Imalli Qabsoon Oromoo itti jiru waan Qoosaa miti. Lubbuu lammiilee keenya qaqqaalii itti wareegaa jirra. Kaayyoon nuuti deemnuuf, hegaree Ummata keenyaaf furmaata maayyii mirkaneessuufii. Luubbun Lammiilee keenyaa daldala shukkaaraa ykn Ashaboo miti. Uffata ganama uffatanii galgala baasaniis miti. Haqa Umama keenyaa deeffachuu barbaanna. Kanaaf wareegama lubbuu itti baasaa jirra. wareegama qabeenyaa fi jiruu fi jireenyaa itti gabbaraa jirra. Qabsoon keenya eessa ga’ee  xumura akka godhatu eenyunillee hin gaafannu. Kan Qabsootti cichee qabee jiruu miti, dhalooti har’aayyuu hubatee lubbuu isaa dabarsee kennaa jirra. Qabsoon keenya maal akka fakkaatuu fi maal gochuu akka qabnuu,,warra xiinxala siyaasaa qilleensarraa oofaniin ka qajeeluus miti. Akkatti eegalame qaba. 

Continue reading