Diddaa FXG Godina Wallaggaa Magaalaa Shaambuu Guyyaa Har’aa.

Aside

Image may contain: 3 people, crowd and outdoor Continue reading

SBO: Caamsaa 13, 2018.

Aside

ONN: Qeerroo fi Jaarsoliin Biyyaa magaalaa Shaambuu Murtee Dabarfatan. Caamsaa 12, 2018.

Aside

Guyyaa harraa jechuun 12/5/2018 GHW magaalaa Shaambuutti sirni gabroomfataa Wayyaaneetiin qeerroo Olii Margaa ajjeefaamuun sirni hawwalchaa rawwatee jiracImage may contain: 1 person, standing, shoes and outdoorhuu martuu quba qaba.

Sirna hawwalchichaatii boodas qImage may contain: 2 people, people smiling, outdooreerroon oromoof jaarsoliin biyyaa marii icciitii godhaniin,

kanaa booda nuti ilmaan oromoo TPLF fi OPDO addaan baafnee kan laallu yoo ta’e, nuti ofgowwoomsuudha jechuudha jechuudhaan dhaamsa isaanii dabarfatanii jiru.

Itti fufuunis qeerroof uummanni magaalaa Shaambuu kanaa booda sirna kanaaf gara laafinas hin qabnu; hin dhageeffannus jedhaniiru.
Gumaa qeerroo keenyaa baasuufis guyyaa, halkan, haalaafi bakka jirru kamittiyyuu baasuuf qophii ximmurrera jechuun yaada isaanii kan xiiqii ofkeessaa qabu waliif dhaamanii jiru.
Haaluma kanaan qeerroonis akkana jechuun waadaa waliif galeera.

“Nuti qabsaawwaa keenya Olii hawwaallee kan galleef, gallee ciisuuf miti. Qaamni dhiiga keenya dhangalaases ta’e kan dhangalaasise dhiigasaa ni dhangalaafna. OPDOn qaama Oromoo bakka bu’u miti.
Nuti amma ABOn biyya kana keessatti dhaabbatee sabasaaf gumaa baasutti cichoominaan nii qabsoofna.”
Jechuun waan gochuu qaban waliin dubbachuun maree icciitii isaanii xummuraniiru.

Continue reading

ONN: Marii gabaabaa Artist Jaallatamaa Miseensa WBO fi Miseensa hawwisoo WBO Michuu Seenaa waliin godhame , Caamsaa 11/2018.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 11,2018

Aside

SBO: Caamsaa 11, 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Haala yeroo irratti Gaaffii fi Deebii Miseensa Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbi Himaa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa Waliin taasifame kutaa 3ffaa.

Aside

Dursaan ADWUI Jijjiiramus Imaammatni Diinummaa Addichi Saba Oromoo Irratti Qabu Hin Jijjiiramne.

Aside

(Ijoo Dubbii ABO – Caamsaa 09, 2018) 

(SBO/VOL – Caamsaa 09,2018) Dursaan ADWUI jijjiiramus imaammatni diinummaa Addichi Saba Oromoo irratti qabu hanga hin jijjiiraminitti Ummatni Oromoo Mootummaa akka Sabaatti isa diinomsate of irraa buqqisee Bilisummaa isaa gonfachuudhaan Mootummaa isaaf tahu ijaarrachuuf Qabsoo Bilisummaa itti jiru daran finiinsuun daandii filmaata biraa hin qabne tahuu Addi Bilisummaa Oromoo gadi jabeessee hubachiisa.

Dhiheenya kana Kibba Oromiyaa Godina Booranaa Naannoo Moyaaleetti duulli waraanaa (lolli) Mootummaa Itoophiyaatiin qindeeffame Ummata Oromoo naannoo sanaa irratti geggeeffamaa jira. Lola kanaan hanga ammaatti lubbuun namoota 8 olii akka badee fi namootni 50 caalan madaawuu jiraattotni naannichaa Caamsaa 07, 2018 Raadiyoo Sagalee Ameriikaa (VOA)f ibsanii jiran. Continue reading

ONN: Qophii addaa Keemiikaalli warshaa Oomisha warqee fi Kan biroo midhaa isaan fidan ilaalchisee Dr Taklee Taaffasee – univeersiitii Kalgaarii-Kaanaadaatti Qorannoo Ba’oo keemiikaalii kan geggessan waliin marii godhame. Caamsaa 09/2018- kutaa 2ffaa

Aside

Continue reading

Tweet Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 9 May 2018

Aside

Sabboontota Oromoo Amma Illee Qilinxoo Keessatti Dararamaa Jiran

Aside

Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu maqaan hin waamamne gara hin qaban.Kanneen maqaan hin dhahamiin hafan nuuf eeraa?!
___
1. Urgeessaa Daammanaa.
2. Qajeelaa Galaanaa.
3. Habtaamuu Acaaluu.
4. Tokkummaa Mul’isaa.
5. Abbabaa Urgeessaa.
6. Dagaagaa Biraanuu.
7. Tufaa Malkaa.
8. Abbush Fiqiree.
9. Dagaagaa Malkaa.
10. Mulunaa Balaxaa Continue reading