Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu maqaan hin waamamne gara hin qaban.Kanneen maqaan hin dhahamiin hafan nuuf eeraa?!
___
1. Urgeessaa Daammanaa.
2. Qajeelaa Galaanaa.
3. Habtaamuu Acaaluu.
4. Tokkummaa Mul’isaa.
5. Abbabaa Urgeessaa.
6. Dagaagaa Biraanuu.
7. Tufaa Malkaa.
8. Abbush Fiqiree.
9. Dagaagaa Malkaa.
10. Mulunaa Balaxaa Continue reading
Category Archives: Oduu/News
Godina Gujii Keessatti Ummata Oromoo Mirgaa fi Qabeenya Isaa Falmatu Qe’ee Isaa Irratti Rasaasaan Reebuun Falmii Qabsoo Oromoo Daran Dabala Malee Duubatti Hin Deebisu.
Aside
Godina Gujii Keessatti Ummata Oromoo Mirgaa fi Qabeenya Isaa Falmatu Qe’ee Isaa Irratti Rasaasaan Reebuun Falmii Qabsoo Oromoo Daran Dabala Malee Duubatti Hin Deebisu.
Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Caamsaa 8,2018
Finfinnee Oromiyaa
Ummanni Oromoo gaaffii mirgaa fi qabeenyaa dhimma albuuda MEDROC walqabsiisee gaafate, deebii wal rukutaa deebisaa kan jiran mornoonni Wayyaanee, Saamichi albuuda MEDROC faalama qilleensaa fi bishaaniin uummata Oromoo naannoo san jiraatanii fi beeleda qabeenya ummataa irraan gahe dhiibbaa fafa ta’uun dhibee adda addaa fi naafachuu garaagaraaf akka saaxilee jiru gartuun Wayyaanotaan bobbaafaman, jaarmiyaan waraanaa uummata nagaa hiriira bahee miidhaa isaa himatuu fi karaa nagaa mirga isaa gaafatu irratti dhukaasuun dhiiga uummataa dhangaalaa jiru. Dabalataan jaarmiyaan ololaa Wayyaanee TPLF kan ta’e OPDOn uummata afaanfajjeessuuf gaaffiin uummataa sirrii ta’uu afaaniin kan dubbatan, akkasumas gaafficha kallattiin deebii itti kennuun ummataaf furmaata argamsiisuu irra obsaa ni qoranna jechuun yeroo bitatanii ummata nagaa irraan gaaga’ama akka ta’uu fi guyya guyyaan rakkoo dhalate irratti rakkoo biroo geessisaa jiru. Continue reading
SBO: Caamsaa 9, 2018. Oduu fi Guutummaa Qophii har’aa kan ta’e Gaaffii fi Deebii Ajajaa WBO Godina Dhihaa kan ta’an Jaal Kumsaa Dirribaa waliin Haala Sochii WBO Godina Dhihaa fi Tarkaanfii WBO Godinichaa ilaalchiisuun taasif ame.
Aside
“Baga Dhalatte Qeerroo” Artist Zawuduu Silashii
Aside
“Si yaadee, yaa WBO Kiyya!” Gootota Qeerroo magaalaa Beddellee, Caamsaa 7, 2018.
Aside
Camsaa 7/2018 “ABO WBO koo Yaaddessa dhiiraa dhuftaniree” Kabaja Buttaa Qaluu Magaalaa Baddallee
Aside
ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa . Caamsaa 7/2018
Aside
New Oromo Music-Artistoota Qaqqalii Seenaa Solomoonii fi Keeyeroon Darajjee
Aside
