[SQ, Waxabajji 5,2018] (Shaambuu) Guyyaa (7) toorbaan tokkoof magaalaa Shaambuu irraa ibsaa balleessuun uummata Shaambuu dararaa kan turte wayyaaneen; Kaleessa galgala waxabajji 4,2018 (27/9/2010) sa’a 7:00WB (1:00) irraa egalee mormiin qeerroo fi uummata magaalichaan bifa qindaa’een gaggeeffamuun gabaafame. Hiriirri mormii kun qaama poolisii fi waajjiraalee kanneen akka waajjira Ibsaafi bulchiinsa magaalaarratti tarkaanfii eegalameen sa’a 1:50WBtti ibsaan gadhiifameera. Qeerroon magaala Shaambuus tarkaanfii sirreessaa fudhatetti milk’aauu irraa dhiichisaa, OPDOn ammoo uummata kan darartu itti yaaddeeti ta’uu Ummanni Oromoo jabeessee akka hubatu ibsaa dhaamsuun torbaan tokkoo oliif dararaan Ummata Magaa Shaambuu irra gahe raga guddaa ta’uu ibsuun afaan mi’aahaa garee Lammaa Magarsaa fi Dr Abiyyiif Ummanni keenya moofkamuu akka hin qabnee fi qabsoo isaa jabeessee akka itti fufu Qeerroon naannichaa dhaamuu maddi Qeerroo Bilisummaa Oromoo Shaambuu irraa gabaaseera.
Category Archives: Oduu/News
Agaaziin Ummata Oromoo ajjeessuu jabeessitee itti fufte
Aside
[SQ, Waxabajji 4,2018] Lola guyyaa har’aa godina Gujii Lixaa bakka Hedeerraa jadhamutti gaggeeffameen agaaziin nama 5 galaafattee jiraachuu Qeerroon Bilisummaa Oromoo gabaase. Akka gabaasaan keenya jedhetti manneen barnootaa 3 waraana agaaziin gubatanii jiru. Lollis ammayyuu hammaatee itti fufee jiraachuu gabaafame.
Mootunmaa aannoo Oromiyaati kan ofiin jedhu gareen Ob. Lammaa Magarsaa fa’aa aantummaa Ummata Oromoo yoo dhugumaan qabaatan Uummata nagaa irratti ajjeechaa gaggeeffamaa jiruuf ittisa gochuun qabuuyyu. Garuu waltajjii qabatanii dhaadachuu fi haasaa mimmi’aahaa haasa’uun ummata bakka bu’uu akka hin taane ummatni keenya hubatee lola itti baname tokkummaan ka’ee ofirraa qolachuu akka qabu Ummanni Oromoo godina Gujii Lixaa jabeessanii dhaamaa jiru. Lola adeemaa jiru ilaalchisee odeessa dabalataa hordofnee Ummata keenya ni geenya jechuun maddi Qeerroo Bilisummaa Oromoo gabaaseera.
Begiitti walitti bu’iinsa Uumata Benishaangul Gimuzii fi Ummata Oromoo jedduutti ta’een lubbuun namaa darbeera.
Aside
[SQ, Waxabajji 4,2018] Ummata Oromoo fi saboota Ollaa walitti buusuun umurii bittaa ishii dheereffachuuf imaammata dhaabbataa kan godhataa jirtu Mootummaan Wayyaane guyyaa har’aa Ummata oromoo fi Ummata Beenshaanguli walitti buusuun miidhaan guddaan Ummata Oromoo irra gahuun madden Qeerroo Bilisummaa oromoo gabaasan.
Haaluma kanaan ganama har’a Begiitti walitti bu’iinsa Uumata Benishaangul Gimuzii fi Ummata Oromoo godduutti ta’een manneen Oromoo shantamaa (50) Ol gubachuu fi namni Ashee Hasan Ahemad jedhamu wareegamuu namoonni afur ammo miidhaan guddaan irra gaheera. Namoonni arfan haala hammaataan miidhaan irra gahee hoospitaala Begiitti yaalamaa jiraachuu maddi Qeerroo Bilisummaa Oromoo naannichaa gabaaseera.
Warri Saamicha Lafaa gaggeessaa turan hojii irraa hari’amannii seeraan akka gaafataman gaafatame
Aside
Waxabajjii 3/2018 , Bishooftuu:
Rakkoo saamichaa lafaa Magaalaa Bishooftuu keessaatti babaldhachuu waliin walqabatee uummatni Oromoo Magaalaa bishooftuufi naannawaa ishee jiraatu abbaan qe’ee qe’ee isaatti gidirfamaa jiraachuu irraa mormiin guddaan akka adeemaa ture beekamadha. Kanuma waliin wal qabatee guyyaa har’aa walgayiin muddituun tokko magaalaa Bishooftuu keessatti gaggeeffama jira. Walga’ii kana irraatti Abbaan Gadaa kan argame yoo ta’uu walgayii kana irraatti :
Warri saammicha lafaa gaggeessa turaan hojii irraa kaafamuun lafa saamaniifi saamsisaan uummataaf akka deebi’uufi ofii immoo seeraan akka itta gaafataman murtiin dabarfamee jiraachuu Qeerroon Magaalaa Bishooftuurraa gabaase.


Qophii Gaaddisa Dhugaa, Wax. 03/2018
Aside
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ona Jaarsoo haala yeroo irratti mari’atan
Aside

Oduu Ammee/Breaking News;-Konfirensiin kufaatii sirna cunqursaa Abbaa-irree Wayyaanee/EPRDF booda haalli Siyaasaa Dinagdee fi Hawaasummaa Oromiyaa fi kan waliigala Impaayera Itoophiyaa maal fakkaachuu qabu irratti mariisisu eegale
Aside
(SBO/VOL – Waxabajjii 03,2018) Hayyootaa fi Beektota Oromoo moyxannoo fi oggummaa gara garaa qaban hedduu fi Hoogganoota Adda Bilisummaa Oromoo bakka tokkotti fiduudhaan kan mariisisu Konfiransiin tokko guyyaa har’aa (Waxabajjii 03, 2018) teessoo Waajjira Hayyu-Duree Adda Bilisummaa Oromootti jalqabamuu isaa Sagaleen Bilisummaa Oromoo fi TV Gaaddisa Dhugaa gammachuudhaan dhaggeeffattootaa fi daaw’attoota keenya beeksisna.
Konfirensiin kun kufaatii sirna cunqursaa Abbaa-irree Wayyaanee/EPRDF booda haalli Siyaasaa Dinagdee fi Hawaasummaa Oromiyaa fi kan waliigala Impaayera Itoophiyaa maal fakkaachuu akka qabuu fi maal maaltu godhamuu/guutamuu akka qaban kanneen akeekan dhimmoota Imaammataa jajjaboo tahan irratti mariin bal’aa fi bilchaataan kan itti geggeeffamu taha.
Xumura Konfirensii kanaa boodas Shaneen Gumii Adda Bilisummaa Oromoo Walgahii isaa Dhaabbataa geggeeffatee dhimmoota Dhaabaa fi kan Waliigala Qabsoo Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun murtiilee fi tarkaanfilee barbaachisoo tahan ni fudhata jedhamee eegama.
Sagaleen Bilisummaa Oromoo fi TVn Gaaddisa Dhugaa dhimma kana jala bu’uudhaan yeroo yeroodhaan kan gabaasu tahuu irra deebinee dhaggeeffattoota, daaw’attootaa fi dubbistoota keenya beeksisna.
Breaking News: A Major Policy Consultation Conference Begun, Asmara, Eritrea,
Aside
|
|
(SBO/VOL, June 3, 2018). “Voice of Oromo Liberation” and “Gaaddisa Dhugaa TV” Happily announce to our readers, listeners, and our viewers that a Policy Consultation Conference which brought together several Oromo scholars of various expertise knowledge and experience and the OLF leaders at various capacities has began today, June 3, 2018 in the office of the Chairman of OLF, in the Capital of Eritrea, Asmara.
The objective of this conference is to examine what the post TPLF/EPRDF political, economic and social policies of Oromia and the Ethiopian Empire at large should be and to thoroughly discuss and debate on major policy matters and devise the best recommendations.
At the end of this conference, the Executive Committee of OLF is expected to hold its regular meeting and make decisions on organizational matters and on matters pertaining the struggle of the Oromo people for democracy, justice, and freedom and is expected to devise actions that need to be taken to implement those decisions.
“Voice of Oromo Liberation” and “Gaaddisa Dhugaa TV” would happily announce to our readers, listeners, and viewers that we will follow and report the developments and the outcome of this conference from the Conference venue.
Maqaa haaromsaan kaabinoonni asngoo irraa kaafamanii turan gara aangootti deebifamaa jiraachuun beekame
Aside
G/W/Liixaa Anaa Jaarsooti OPDOn maqaa haroomsaan walga’ii guyyaa murta’eef ta’aa turteen Kabinoota kaleessaa uummatichaa dararaa turan gara angootti deebisaa jieaachuun beekame. Maqaa haaromsaan dhaadachaa kanneen seeraan gaafatamuu qaban gara aangootti deebisuun uummaata irraatti dararaa ture akja itti fufu aangessuun bara garbummaa ida’aa jiraachuu uummanii magaalaati koomacha jiru.
Haalumaa kanan kabinoota kaleessaa uummaata miidhaa turanii yeroof angoo irraa buusun ammaas gara angootti deebi’an keessaa;
1. Geetachoo Dhibbisaa
2. Gammachuu Qixaaxxa fi
3. Sorii kan jedhamaa akkasumas 4. Abbaan Alangaa Anaa Jaarsoo kan bara 2008 Bartoota Mana hiidhaati reebisa ba’ee Daagiim Tashomaa namni jedhamuu immoo hangaa ammaati angoo irraa tursuun uummaata akka miidhuu jajjabeessamaa jira.
Uummani Anaa Jaarsoo yakkamtootni kunneen hatatamaan angoo irraa hin kafaaman taanan tarkanfii maata isaanii fudhachuuf akka jiran himaa jiru. Kana malees kaabinonnii kaleessaa uummaata hiidhaafi hiraarsa turan maqaan angoo irraa haa bu’aan malee meesha uummaata duran hiidhaacha turan ammayyuu waan irraa hin hiikamneef meeshaa uummtaan ummata doorsisaa jiru waan ta’eef meeshasn jen atattamaan irraa hiikamee akkaa Fuuleen anichaaf kennamuu jabeessanii dhaamaniiru.
በገሃድ ያልታወጀ ጦርነት በኦነግ፣ በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትና በቄሮ ላይ
Aside

በገሃድ ያልታወጀ ጦርነት በኦነግ፣ በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትና በቄሮ ላይ
(በወቅታዊ ሁኔታ ላይ ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ መግለጫ)
የኢትዮጵያ ኢምፓዬር ውስጥ ለረጅም ጊዜያት እየተቀያየረ ዛሬን በደረሰው የጦርነትና የፖለቲካ ሁኔታ ውስጥ የወያኔ መንግስትና ቅጥረኛ ኣጋሩ የሆነው ኦፒዲኦ ላለፉት 27 ዓመታት የተለያየ መልኮች ያለው ጦርነቶችን መክፈቱ ይታወሳል። የቅርብ ጊዜው የኢትዮጵያ የፖለቲካና የጦርነት ሁኔታን ከተመለከትን ደግሞ በተለያዩ መልኩ በገሃድ ያልታወጀ ጦርነት በኦነግ ላይ እየተካሄደ ስለመሆኑ የሚያስተውለው ብቻ ነው የሚገነዘበው።
የኦሮሞ ነጻነት ግንባር በጠላቶቹ ተነጣጥሮበት በበርካታ መልኮች ለተከፈተበት ጦርነት በቀጥታ ምላሽ ከመስጠት እራሱን በመቆጠብ የነጻነት ትግሉን በማፋፋም የኦሮሞን ህዝብ የሃገር ባለቤትነትና መብቱን እንዲጎናጸፍ በማድረጉ ላይ ኣተኩሮ ነበረ፥ ዛሬም ይህንኑ እየተገበረ ይገኛል። ይሁን እንጂ ከቅርብ ግዜያት ወዲህ ጠላት በኦሮሞ ላይ የሚያካሄዳቸው የተለያዩ መልኮች ያሏቸው ስውር ዘመቻዎች ኣድማሳቸውን እያሰፉ፣ ስልትና ዘዴ እየቀያየሩ ሲጠናከሩ እነሆ ዛሬ ላይ ደርሰናል።
1. የፕሮፓጋንዳ ዘመቻ፡ በኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግልና በኦነግ ላይ እየተካሄደ ያለ ዘመቻ ኣካል የሆነው በኦነግ/በኦሮሞ ባንዲራ ላይ የሚነዛ ፕሮፓጋንዳ በስርዓቱ የተለያዩ መድረኮች ላይ በኦፒዲኦ ሹማምንት እንዲሁም በኦፒዲኦ/ኢህኣዴግ ቁጥጥር ስር ባሉ እንደኦ.ቢ.ኤን በመሳሰሉ ሚዲያዎች ላይ በግልጽ ሲካሄድ እንደነበር ከኦሮሞ ህዝብ የተሰወረ ኣይደለም።
2. ዘመቻ በኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል ላይ፡ የኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል ጎራ ንቅናቄ የኦሮሞን ኣንድነት ይበልጥ በሚያጠናክር መንፈስና ክንድ መካሄዱ ከመቸውም ጊዜ በላቀ ሁኔታ በግልጽ እየታየ ባለበትና እንደኦፒዲኦ ያሉ ኣካላትም ውጤቱን ሊክዱ በማይችሉበት በዚህ ወቅት፡ የወገንን የነጻነት ትግል ጎራ በማጠናከርና የሰከነ እንዲሆን በማድረጉ እንዲሁም የጠላትን ጎራ በማዳከሙና መሰረቱ እንዲናጋ በማድረጉ ውስጥ ድርሻ ባላቸው የኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል መሪዎች ላይ ዘመቻ እየተካሄደ መሆኑ የኢህኣዴግ/ኦፒዲኦን ጠላትነት በግልጽ የሚያሳይ ነው። በኣሁኑ ወቅት የኦሮሞን ህዝብ የነጻነት ትግል በተለይም ደግሞ ከባድ መስዋዕትነት የተከፈለበትን የትጥቅ ትግል ለማሳነስ፣ በማጥላላት ገጽታውን ለማበላሸት፣ መሳለቂያ በማድረግና በማዋረድ እንደለማ መገርሳ ባሉ የኦፒዲኦ ሹማምንትና በኢትዮጵያ መሪዎች ያለኣንዳች ሃፍረት በተለያዩ ህዝባዊ መድረኮች ላይ ኣፍራሽ ፕሮፓጋንዳዎችና ስድቦች እየተካሄዱ መሆናቸው ከኦሮሞ የተደበቀ ኣይደለም።
3. ብሩህ ታጋዮችና በትግሉ ውስጥ ድርሻ ኣላቸው ብለው የጠረጠሯቸውን መሪዎች የማደን የወያኔ የደህንነት ኣካላት ዘመቻ፡ በኦሮሞ ብሄርተኞችና ታጋዮች ላይ የማደን፣ የእስራትና የሰቆቃ ዘመቻ ፊንፊኔን ጭምሮ በመላው ኦሮሚያ ውስጥ በስፋት እየተካሄደ ይገኛል። ይህ በእጅጉ የተጠናከረው የማደን ዘመቻ የኦሮሞ ህዝብ ባለፉት 27 ዓመታት ሲፈጸምበት የነበረ ከመሆኑ የተነሳ ኣዲስ ባይሆንም በኣፋቸው የተሃድሶ ጊዜ ነው እያሉ በሚለፍፉበት በዚህ ወቅት ውስጥ መካሄዱ የተሃድሶውን ዓላማ የሚጠቁም ሲሆን ወዴት እንደሚሄድ የምናየው ይሆናል።
4. በሽምግልና ሽፋን፡ የወያኔ ስርዓትና ኦፒዲኦ በሌላ መልኩ እያካሄዱት ያለው ዘመቻ ደግሞ የሃገር ሽማግሌዎችና ኣዛውንትን በመያዝ በኦነግ በሚመራው የትጥቅ ትግል ላይ በማነጣጠር የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ለማፍረስ የታቀደ ዲስኩር መንዛትና ማስነዛት ነው። በዚህም በደቡብ ኦሮሚያ በኩል የደቡብ ዞን የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ከተቻለላቸው እጅ እንዲሰጥ ለማድረግ፣ ካልተቻለ ደግሞ ህዝባዊ ድጋፍ ነፍገው በጦር ዘመቻ ለማጥፋት እየተሰራ እንዳለ በኣካባቢው የሚገኘው የኦሮሞ ህዝብ እንዲሁም በጎረቤት ኬኒያ ያለው የኦሮሞ ማህበረሰብ ምስክር ነው።
የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን እናጠፋለን ብለው እያሴሩና እየዘመቱ ያሉት እነዚህ ኣካላት ለኦሮሞ ህዝብ ጥቅምና ፍላጎት የቆሙ ቢሆኑ ኖሮ የኦሮሞን ህዝብ ከምድረ-ገጽ እያጠፋ ያለውን የደህንነት፣ የጦር ሃይልና የሶማሌ ልዩ ሃይል ትጥቅ ያስፈቱ ነበር። ይህ ዘመቻ በሽምግልና ሽፋን በኬኒያና በኦሮሚያ ውስጥ የሚገኙ ኦሮሞዎች ላይ በስፋት ከተከፈተ እነሆ ሁለት ወራትን ኣስቆጥሯል።
የወያኔ መንግስት ከቅርብ ጊዜያ ወዲህ በስውር ሲያካሄድ የነበረውን ዘመቻ ኣሁን ደግሞ ገሃድ በማውጣት በኦነግና በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ላይ በተለያዩ የኦሮሚያ ዞኖች ውስጥ የፖለቲካ ዘመቻውን በኣዲስ መልክ ለማካሄድ ማቀዱ በተለያዩ ኣቅጣጫዎች እየተደረጉ ያሉ ስምሪቶች ይመሰክራሉ። ኣቶ ለማ መገርሳ ደምቢ-ዶሎ ላይ ያደረገ ንግግር ስርዓቱ የስውር ዘመቻ ዋዜማ ላይ መሆኑን ያመላከተ ነው። ለዚህም ኣቶ ለማ “ለሁለትና ሶስት ወራት ከጫካ ትተኩሱ ይሆናል ግን ሃይል ያለው ነው መጥቶ የሚያጠፋችሁ” በማለት የትጥቅ ትግሉን በተለይም ደግሞ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን በማስመልከት የተናገረውና ንቀትና ስድብ የቀላቀለ ንግግሩ ከሁሉም ጆሮ የደረሰ ኣብይ ምስክር ነው።
የኢህኣዴግ ቡድንና ኦፒዲኦ በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ላይ ግልጽ ያልሆነ ዘመቻ ስለመክፈታቸው የሕወሃት የጦርና የደህንነት ሃይሎች እንዲሁም በክልልና በወረዳ ደረጃ ያሉ የኦፒዲኦ ሹማምንትን ያቀፈ የሕወሃት ታማኞች ቡድን በደቡብ ኦሮሚያ ያአ-በልኦ ላይ እንዲሁም በምዕራብ ቄሌም ወለጋ ላይ በመሰማራት ሰፊ እቅድ ይዘው መንቀሳቀሳቸው በግልጽ ያሳያል። በዚህ ዘመቻ እቅድ መሰረት በያኣ-በልኦ ከ13ወረዳዎች የተውጣጡ 42 ሰዎች ‘በኦነግ ጉዳይ ላይ ጉባዔ ማካሄድ’ በሚል ከላይ ኢህኣዴግ/ኦፒዲኦ በሰጣቸው ዓላማ ላይ በውይይት ላይ ናቸው። የውይይት ዓላማም ግልጽና ኣጭር ነው። በህዝቡ ላይ የፖለቲካ ዘመቻ በማካሄድ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ትጥቅ በማስፈታት ወደ ጠላት እንዲገባ ግፊት ማድረግ፣ እምቢ ካለ በሃይል/በጦርነት ከኣካባቢው ማስወጣት። በምዕራብ ኦሮሚያ በኩልም በኦሮሚያ ክልል ደረጃ ካሉ የኦፒዲኦ ሹማምንት ሶስት-ሶስት ሰዎችና ኣስተዳደሮች እንዲሁም የልዩ ሃይሎችና የኣድማ-በታኝ ሃይሎችን ያቀፈ ‘የቄሌም ወለጋ ዞን ኣጽጂ ኮሚቴ’ የተሰኘ ቡድን ለተመሳሳይ ዓላማ ሁሉም ወረዳዎች ውስጥ ገብቷል። ከዚህም ሌላ በኦነግ ኣመራሮችና መዋቅሩ ላይ በተለያዩ መልኩ ዘመቻ ለማካሄድ የተለያዩ ቅድመ-ዝግጅቶች በስውር በመካሄድ ላይ ይገኛሉ።
ጥሪ! ለኦሮሞ ህዝብ፡ የኦነግ ኣባላት፣ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትና የቄሮ ብሊሱማ ኦሮሞ ኣባላት የኦሮሞን ህዝብ የሃገር ባለቤትነት መብት ለማስከበር፣ ለህዝቡ ነጻነትና ለሃገሩ ኦሮሚያ ሉዓላዊነት መረጋገጥ ከባድ መስዋዕትነት የጠየቀ ያልተቋረጠ ፍልሚያ በማፋፋም የኢትዮጵያ መንግስት፡ የጀሌዎቹና ኣጫፋሪ ኣጋሮቹን ዘመቻ ስንመክት ዛሬን እንደደረስን ከናንተ የተሰወረ ኣይደለም። የኦሮሞ ህዝብና መላው የኢትዮጵያ ህዝቦች ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ ያስገኘው ድል ትሩፋት ተቋዳሾች መሆናቸው ግልጽ ነው። ዛሬ ትላንት ኣንተንና ልጆችህን ሲያስጨርሱና ለሰቆቃ ሲዳርጉ የነበሩት ኣፋቸውን ማር ቀብተው በኦነግ-ቄሮ መሪነት ኣሁን ካለበት ደረጃ ባደረስከው የነጻነት ትግልህ ላይ እየዘመቱ ባሉበት ወቅት ላይ እንገኛለን። ስለሆነም የተገኘውን ድል በማስጠበቅና የኢህኣዴግ/ኦፒዲኦ ቡድን በኣዲስ መልክ እየከፈተ ያለውን ዘመቻ ኣስፈላጊና ኣመቺ መሆነ ሁኔታ ሁሉ እየቀለበሰ የኦሮሞን ህዝብ የነጻነት ትግል ወደፊት ለማራመድ እራስህን ማዘግጀት ግዴታ መሆኑን እናሳስባለን።
ለመላው የኢትዮጵያ ሕዝቦች የኦሮሞ ህዝብና ኦነግ ለረጅም ዓመታት ባካሄደው ትግል በኢትዮጵያ ውስጥ ለሚገኙ ተጨቋኝ ህዝቦች ጥቅምና ፍላጎት ሁሉ ታላቅ ክብር እንዳለው ለበርካታ ዓመታት ባካሄደ ንቅናቄ ውስጥ በተግብር ያሳየ መሆኑን ሁሉም ይመሰክራል። እኛም እንዲሁ በሃገሪቷ ውስጥ ካሉ ተጨቋኝ ሁሉም ህዝቦች የኦሮሞን ህዝብ ጥቅም የሚያስጠብቅ ክብርና የትግል ድጋፍ እንጠብቃለን። ኣሁንም የኦሮሞን ህዝብ ፍላጎትና ጥቅም በሃይል ለማፈን ኣያሌ ደባዎ እየተፈጸመ ስለሆነና ደም መፋሰሱ ሊቀጥል ስለሚችል የኢትዮጵያ ህዝቦች ይህንን ተገንዝበው ከኦሮሞ ህዝብና ከትግሉ ጎን እንዲቆሙ ኦነግ ጥሪውን ያቅርባል።
ለኢትዮጵያ መንግስት ሹማምንት፣ ለኦሮሚያ ክልል መንግስት ባለስልጣናትና ከበስተጀርባው ላሉ ሃይሎች በኦነግና በኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግል ላይ ከኣንድ ምዕተ-ዓመት በላይ ከተካሄደው በስተቀር ላለፉት 27 ዓመታት ሙሉ ሲካሄድ በነበረው ጦርነት ኣያሌ የህዝብ ልጆች በተለይም የኦሮሞ ደም ፈስሷል። በዚህ ውስት የኦፒዲኦ ባለስልጣናትና ሹማምንት ድርሻ ምን እንደሆነ የኦሮሞ ህዝብ ያውቃል። በቀጣይነት እየተካሄደ ባለው ዘመቻ ለሚደርሰው ደም መፍሰስና ኣደጋ ተጠያቂነቱ የፌዴራልና የክልል መንስግት ባለስልጣናት እንዲሁም ከነሱ በስተጀርባ ያሉ ሃይሎች መሆኑን ኦነግ ኣጥብቆ ያሳስባል።
ኦነግ የኢትዮጵያን የፖለቲካ ችግር መፍትሄ በተመለከተ መግለጫ ማውጣቱ ይታወሳል። የፖለቲካ፣ ኢኮኖሚና ማህበራዊ ችግሮችን ባጠቃላይ ለበርካታ ዓመታት የቆየውን ዘርፈ-ብዙ ቀውስ ከመሰረቱ ለመፍታት በተለያዩ ጊዜያት ጥረቶችን ሲያደርግ ቆይቷል። የኢትዮጵያ መንግስት ሃገሪቷንና ህዝቦችን ኣንቆ ወደፊት እንዳይራመዱ ጠፍሮ የያዛቸውን ችግር ከመፍታት ይልቅ፡ በሃገሪቷ ብዙሃን የሆነው ህዝብ መሪ ድርጅት በሆነው የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ላይ በማነጣጠር በግልጽና በስውር በመዝመት ከፍተኛ ኣደጋ እያስከተለ መሆኑ ችግሩን ይበልጥ ከማወሳሰብ ባሻገር ኣንዳችም ፋይዳ የለውም። ከዚሁ ጋር በኢትዮጵያ ለህዝቦች መብት መከበርም ይሁን ባጠቃላይ ለቀጣናው ሰላምና ደህንነት እንቅፋት የሆነውን የኢትዮጵያ መንግስት በተለያዩ መልኩ በመደገፍ ላይ የሚገኘው የዓለም ማህበረሰብ ተጨባጭ እርምጃ በመውሰድ ለሰላም፣ ለፍትህ፣ ለዲሞክራሲና ለነጻነት ሲል ውድ መስዋዕትነት እየከፈለ ካለው የኦሮሞ ህዝብና የኣካባቢው ህዝቦች ጎን እንዲቆም ጥሪያችንን እናድሳለን። በኦነግ፣ በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትና በቄሮ ቢሊሱማ ላይ ሰሞኑን እየተካሄደ ያለው በግልጽ ያልታወጀው ጦርነትም የማይሳካ መሆኑን ኦነግ በድጋሚ ማረጋገጥ ይወዳል።
ዘመኑ የጭቆና ፍጻሜ ዘመን ነው! ድል ለኦሮሞ ህዝብ!
የኦሮሞ ነጻነት ግንባር
ሰኔ 2 ቀን 2018ዓም




