“GODINA_WALLAGGAA_LIXAA_ONA_SAYYOO_NOOLEE MAGAALAA DABBASOO
TARREE MAQAA HIDHAMTOOTAA FI DARARAA ISAAN IRRA GA’AA JIRU.
#HAGAYYA_09_2019
#Komaand_Poostiin Aanaa Saayyoo Noolee Namoota Nagaa #Mana_Hidhaa Aanaa Saayyoo Noolee Magaalaa Dabbasootti maqaa “ABO
deggartan” jedhuun dararaa guddaa irraan ga’aa jiru. warreen kana keessaa Mana hidha xollaay keessaa ji’oota sadiif oliif kan turaanii bilisan galan ammas mana hidhaatti deebifamanii dararama jiru.
Namootni kun kutaa xiqqoo tokko kessatti nama #20( #Digdama)ta’anii hidhamanii waan jiraniif guyyaa har’aa 02/12/2011 ALHtti ykn #Hagayya_09_2019 irraa eegalanii sababa dhibee guddaan irra jiruuf nyaata lagatanii miidhamaa jiru.
Namootni kunis:-
1. Doktooree_Moosisaa
2. Masarat_Jaallataa
3. #Uummataa_ Waldee
Natti dhagaa’ame. Dubartii ulfatu hidhamaa jira. Haadhaaf daa’ima addaan baasanii Harma irraa kutanii haadha mana hidhaa kahaa jiru. Dubartiin ulfi eessatti shiftite?.

