Dargaggoonni kunneen haga ammaatti mana hidhaatti gidirfamaa jiru.Qeerroo Gadaa Bultii erga leenjii xoollay xumuree tureera garuu haga ammaa hingadhiifamne.Amaanu’el Beekkataas Addis Ababa police commission ykn 3ffaa bakka jedhamutti yakka tokko malee ugguramee jira.
Amaanu’el Balaay namoota hedduu waliin xoollay keessatti dararamaa jira.Sooressaa Hundarraa kaambii RIB. Qaaqee jirutti dararamaa jira.
Dargaggoonni kunneen badii tokko malee gariin mana barumsaa irraa gariin ammoo bakka hojiirra ukkaamsamanii yakka tokko malee hidhaman.Namni balleesse saatii seerri eeyyamutti mana murtiitti dhiyyaatee badiisaatti gaafatamuun waanuma jiru osoo tahee jiruu mootummaan garuu dargaggoota kanneen badii tokko malee mana murtiirraas lagee yakka seenaa irratti raawwataa jira.
#Free_Gadaa_Bultii
#Free_Amaanuel_Beekkataa
#Free_Amanueel_Balaay
#Free_Sooressaa_Hundarraa
#Free_Abdii_Warrawaaq


