“GODINA_WALLAGGAA_LIXAA_ONA_SAYYOO_NOOLEE MAGAALAA DABBASOO
TARREE MAQAA HIDHAMTOOTAA FI DARARAA ISAAN IRRA GA’AA JIRU.
#HAGAYYA_09_2019

because-i-am-oromo#Komaand_Poostiin Aanaa Saayyoo Noolee Namoota Nagaa #Mana_Hidhaa Aanaa Saayyoo Noolee Magaalaa Dabbasootti maqaa “ABO
deggartan” jedhuun dararaa guddaa irraan ga’aa jiru. warreen kana keessaa Mana hidha xollaay keessaa ji’oota sadiif oliif kan turaanii bilisan galan ammas mana hidhaatti deebifamanii dararama jiru.
Namootni kun kutaa xiqqoo tokko kessatti nama #20( #Digdama)ta’anii hidhamanii waan jiraniif guyyaa har’aa 02/12/2011 ALHtti ykn #Hagayya_09_2019 irraa eegalanii sababa dhibee guddaan irra jiruuf nyaata lagatanii miidhamaa jiru.
Namootni kunis:-
1. Doktooree_Moosisaa
2. Masarat_Jaallataa
3. #Uummataa_ Waldee

4. #Taakkalee_Tarfaa
5. #Geetahuun Tarrafaa
6. #Addamee dhibbarraa
7. # Mazgabuu Taaddasee
8. #Oliiqaa Atoomsaa
9. #waaktolaa Fiqaaduu
10. #Atoomsaa Mijaanaa
11. #Ashim Sarbaa
12. #Muuzammil Ittaanaa
13. #Alfakii Hasan
14. #Muddiin surraa
15. #Wandimmuu Buzunaa
16. # Kaliifaa Abduu
17. #Tasfaayee Fufaa
18. #Mitikkuu Quuddee
19. #Dhugaasaa Gaaddisaa
20. #Addamuu Gindaabaa
Erga komaand postiin Lixa Oromiyaatti Labsamee kaasee kanneen lubbuun jirachuun isaaanii hin beekne isaan armaan gadiiti:-
1. #B/saa Misgaanuu Asfawuu
2. #H/M Saamu’eel Qajeelaa
3. #Darg/Kumaa waakshumaa
4. #Darg/ Gamteessaa Tasfaayee
5. #Obboo Garramuu Qana’aa
6. #Obboo Girma Dhinaa
#HIDHAA_FI_AJJEECHAAN_DUUBATTI_NU_HIN_DEEBISU!
#INJIFANNOON_UUMMATA_OROMOO_TIIF !!!
#GADAAN_GADAA_BILISUMMAA_TI !!”

 

 

 

 

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s