Author Archives: Qeerroo
Jaafar Yusuuf waajjira poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti kan hidhamee jiru yoo ta’u, reebicha isarratti raawwatameen ol jedhee dhaabbachuullee hin danda’u jechuun hiriyaan isa OMN-tti hime.
Jaafar Yusuuf waajjira poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti kan hidhamee jiru yoo ta’u, reebicha isarratti raawwatameen ol jedhee dhaabbachuullee hin danda’u jechuun hiriyaan isa OMN-tti hime.Guyyaa Yaadannoo Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) Waggaa 15ffaa Sadaasa 9,2005 akkamiin yaadanna?
seenaa qabeessi Warraaqsi FDG Sadaasa 9 bara 2005 waamicha Qabsoo karaa nagaa ABO uummata Oromoo hundaaf godheen qabsiifame keessatti dargaggootni Oromoo, Barattootni Oromoo fi qonnaan bultootni bifa qindaa’ee fi İjaarameen itti hirmachuun wareegama qaalii baasuun mootummaa abbaa irree boqonnaa dhorkuun bilisummaa ofiifi walabummaa biyya jecha bara Oromoon gamtaan waamicha godhameef simatee falmachuutti jabaate dha.Pathogenicty of the pathogen
By Dr. Baaroo Keno Deressa
March 10, 2017 I wrote this: Revelation of enemy secret plan to destroy the great nation of Oromo through mutagenic process. Today, 42 months later the assessment become real. In order to avert this devastation the lonely chose is strengthen our home based power base.
In medical terminology: Pathogen is an agent causing disease or illness to its host. Pathogens are mostly microscopic, such as bacteria, viruses, protozoa, and fungi. Pathogenicity the qualitative capacity of a pathogen to infect and cause disease on a host that can cause high human morbidity and mortality.
Today I am going to talk about the macroscopic pathogen of the humanity of PP government (mafia gangs in Arat killo, FINFINNE). I said this because of my profound belief that, the PP government and their leaders are very much aware of the real situation in Oromia which is quite different from what they were trying to portray to the Ethiopian empire nations and international community. Before I am going to enter to my main point I would like to quote the universal declaration of humanity. Continue reading
All Oromia Qerro’s stand for freedom and equality structure
Ejjennoo Caasaalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Goleelee Oromiyaa!
Caasaaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Golee Oromiyaa gara garaa keessatti marii taasisneen, goolama siyaasaa (political Violence) biyya kana mudate irraa ka’uun qabxiilee murteessoo biyya kanaaf, sabaa fi sab-lammoota Oromiyaa/lammiilee Oromiyaa tiif ta’an irratti murtiiwwan armaan gadii dabarfanneera.Responding to the Press Statement of the Chairperson of African Union Commission
Abidda guutuu manaa qabateef rakkoo siyaasaa wiirtuu hogganootaa qabate dhaamsuun hindanda’amu!
Hayyu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa miseensota Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin mari’atan
Guyyaa har’aa (Sadaasa 1/2020) miseensonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo mana Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa deemuun haala yeroo fi adeemsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti marii taasisanii hubannoos argataniiru.



