SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Bitootessa 6,2018

Aside

Oduu fi Qophiilee ONN biroos… Continue reading

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 5 March 2018

Aside

Continue reading

ONN:QOPHII HUBANNAA : Bitootessa 05 2018 :-Haalowwan Oromiyaa keessatti mumul’achaa jiranu irratti, hayyuu siyaasaa Obbo Kumsaa Buraayyuu wajjin maree.

Aside

ONN- Qophiilee Adda Addaa  Continue reading

SEENAA SOCHII QEERROO FI QABSOO OROMOO.

Aside

SEENAA Y.G  (2005)

Seenaa qabsoo Oromoo keessatti yakki inni guddaan, diina bira goranii lammii ofii miidhuudha. Salphinni hunda caaluus kanuma jechaa jiraanne. Har’arra dhaabbannee salphina lammaffaa galmaa’aa jiru argaa fi dhaga’aa jirra. Warra beekumsi hammayyaa isaan maraachaa jiruun seenaa xuraa’aa argaa fi dhaga’aa jirruudha. Beekumsi hammayyaa barcuma ho’iitu irra taa’anii baratan yoo baayyatee, arraba qofaa jabeessiti. Onnee kan jabeessitu muraasa. Warri seenaa Ummata isaanii fi dhugaa ummata isaanii keessa jiru dubbisuu fi dhugeeffachuu hin barbaannee, seenaa warra adii fi dimokiraatoota warra summiin Continue reading

Magaalaan Finfinnee Jaalattees Dirqamtees Sochii Warraaqsa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Irraa Qooda Fudhachuu qabdi.

Aside

Finfinneen Teessoo mootummaa abbaa irree EPRDF/TPLF kan taateefi bakka irraa qajeelfamni yakka waraanaa uummata kenyarratti rawwachuu darbaa jiru waan ta’eef Xiyyeeffannoo guddaan Magaalaa Finfinnee irratti godhamuu qaba. Finfinneen fedhiidhanis ta’ee dirqamtee Sochii Warraaqsaa FXG irraa qooda akka fudhattuufi mootummaan abbaa irree Finfinnee irra taa’ee qajeelfama dabarsuu daranuu akka muddamuufi aangoo gadi gadhiisuuf adeemsa sochii Warraaqsaa Oromiyaa keessatti finiinaa jiru duula gabaa lagannaa, uggura geejjibaa kaa’uu, daandii cufuufi hojii dhaabuun guyyoota torbaaf daran jabaatee itti fufa, Finfinneenis dirqamtee sochii irraa qooda ni fudhatti. Kanaafuu adeemsa armaan gadii kanaan Finfinneetti Warraaqsa jabeessuun dirqama uummata Oromoo hundaafi sabaaf sablammoota cunqurfamoo biyya keenyaa hundaati!! Continue reading

VOA Amharic-በኦሮሚያ ክልል ዛሬም ውጥረትና ግድያ መኖሩን ያነጋገርናቸው ነዋሪዎችን ገለፁ

Aside

Abbaa Duulaan Sobamuun Kanaan Haa Raawwatu.

Aside

Damee Boruun  , Qabsoon Uummataa Oromoo Prime Minister Haayile Mariyam Dasaleyni yaroo of irraa darbu TPLF muddamtee Labsi Yaroo Muddamaa maqaa mana maree Miisteerotan labsite. Labsiin kun labsii sobaan godhame. Ministeerota ishee keessaa Dr. Nagarii Leenco  fi Dr. Werqinee Gabayehu  biyya Ameerkaa utuu jiranii deegarsa guutuu mana marree ministeerootaan darbe jedhamu hin qabu. TPLF nama Oromoo sobaan aangoo irra haa keessu malee akka namatti sagalee isaanii lakkawwuu ishee hin barbaachisu. Waan TPLF jette fudhachuu malee ofiifuu mirga namumaa hin qaban. Garuu afaan hin du’uuf uummata keenyaaf dhaabbanee jira jedhanii dubbatu. Continue reading

E.U. must stop treating Ethiopia regime with kid gloves – MEP wants action

Aside

E.U. must stop treating Ethiopia regime with kid gloves – MEP wants action

March 4, 2018 (African News) — The European Union (E.U.) must start being tough with the Ethiopian regime especially given the current political climate, a Member of the European Parliament has said.

MEP Ana Gomes has thus requested that the parliament summons the E.U. Commission vice-president and top diplomat to explain the body’s most recent statement on the Ethiopian crisis.

According to her, the statement was weak and failed to send a strong signal to the regime especially relating to the reinstatement of a state of emergency (SoE) – the second measure in the last two years. Continue reading

Ethiopia: With Nobody in Charge, a State  of Emergency was Approved by a Fractured Ethiopian parliament

Aside

HRLHA Press Release, March 3, 2018

The State of Emergency declared by the Ethiopian Council of Ministers was approved by the Ethiopian parliament on March 2, 2018.  It is a gift to the Agazi killing squad, authorization to commit  more crimes.

There is no extraordinary situation on the ground that poses a fundamental threat to the country that requires a State of Emergency declaration.as well, the declaration appears at odds with the decisions of  the ruling Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF)’s willingness to allow more space for democracy and releasing political prisoners.

Picture: from Social Media

Continue reading

ONN Live Stream :ONN: ONN : የውይይት መድረክ በወቅታዊ ሁኔታ ላይ Mar :03 2018

Aside