Godina Jimmaa Aanota Adda Addaa Keessatti Dargaggootii fi Ummanni Oromoo Jimulaan Hidhamaa Jiru.

Aside

[SQ, Bitootessa 29,2018] Godina Jimmaa Aanaalee garagaraa keessatti Namoota Komaand poostiin hidhamanii jiran jiran keessaa kanneen maqaa isaanii akka armaa gadiitti jirtu dha.

 Aanaa Gommaa Aggaarootti

1.Injinar Baahir Zeenuu Geembee irraa

2.Miftaahii Abdussalaam Aggaaroo irraa

3.Fu’aad Alii Geembee irraa

4.Naamus Abbaanagaa(Abbaaf Obboleessa woliin komaand poostiin dura sobaan hidhame!) Geembee irraa

5.Fayyisaa Hirphaa Aggaaroo irraa Continue reading

Oromoota Goojjam Matakkal irraa Labsii Yeroo Muddamsaa Wayyaanee asitti hidhamanii hidhaa jiran kan Qeerroon gabaase.

Aside

[SQ, Bitootessa 29,2018]

Galeessaa irraa

1 Abarra Shoonee

2 Faqqadee Olaani

3 Abuyye Gannatii

Gelgel beles irraa

1.Fiqadu Abera Continue reading

Dr. Abyii fi Lammaa Magarsaa Daddaffiin Waan gochu qaban!

Aside

TPLF Gaafi Oromoo ni deebisa yaadi jeedhu yoom ilee samuu ummataa keessa hin jiru garuu gareen Lama magarasa fi Dr. Abyi Ahemd fedhinnaa fi golgaa fedhii TPLF keessaa bahuu fi aanummaa sabaa qabaachuu isaanii kan ittiin muldhisan keessaa Gaafi ummata Oromoo kana gadii kana irratti daddaffiin furmaata gochuu deemsa siyaasaa tokko jedhanii jalqabuun barbaachisaa dha.

Kanaaf ammatti waanneen gochuu qaban keessaa:-

  1. State Emergency waan hunda dura dhaabbu fi badii isaan geesisan sirreesu.
  2. Oromoon Millyoni 1 ol ta’e qe’ee irraa buqa’ee lafa galu dhabee magaalota keessaa karaa irra bulaa jira kaan ammo mooraatti galee lafti isaa Liyuu Poliisin qabame jira, Abdi Ilyee fi Waraanaa wayyane Achii basu qaba,
  3. Oromoo siyaasaan mana hiidha jiru hunda gadi dhisisu,
  4. EPRDF jijjirama bu’uura feesisa waan hundan TPLF seeran ala Angoo, Daldala fi bu’ura misomma hunda dhunfate jiru harka fudhu fi EFERTn qabeenya ummata gochu, Ango isaan waga 27 qabatan fakeenyaf Military security, finance, telecom, airlines, military industry, constriction industry kkf hunda qabachun isaan siiri miti, kun jiriramu qaba. Continue reading