Haati dhiraa ni boosi Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gooticha Oromoo Dachaasaa Wiirtuu beektuu? Aside Hundeeffama sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo keessatti koree qindeessaa jalqabaa ta’ee Jaallan isaa waliin sochii jaarmiyaa Qeerroo Bilisummaa keessatti eegala bara 2011 keessa hogganummaa siyaasaan sochii Qeerroo gama hundaan taasisaa osoo jiruu University Harmayaa irraa qabamee waggaa 7 fi walakkaa hidhaan dararamaa turee amma bilisaan bahe.Imala gara Horroo Guduruutti Jaallan isaa hidhaa irraa bilisa gadhiifan waliin godhan irratti simannaaQeerroo magaalaa Harattoon isaanii taasiameen irratti haasaa gabaabaa gootichi Dachaaasaa Wiirruun taasise kunooti.Dachaasaan haasaa isaa irratti ummanni Horroo Guduruu fi Qeerroon goota Oromoo osoo weerara Habashaa falmuu wareegamee reeffi isaa biyya Habashaatti fudhatame Abishee Garbaan akka biyya dhaloota isaatti deebi’uu fi siidaan isaas magaalota keessatti akka dhaabbatuuf dhaamsa qaama mootummaa fi ummata Oromoof dabarsee jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sirna Yaadannoo Waggaa 9ffaa Gootichi Oromoo Wandimmu_Daammanaa Kumsaa: Aside Wandimmuu Daammanaa waxabajjii 1978 A.L.H tti ,Godina Shawaa Lixaa,Aanaa Midaa Qanyii ganda Boquu Nissootti dhalate. Akkuma ilmaan Oromoo kamiyyuu umuriin isaa wayita barnootaaf gahu,baratee kutaa 11ffaa wayita gahutti,Guraandhala 21 bara 2001 A.L.H tti Sochii Warraaqsa FDG barattoota Oromoo Mana Barumsaa Geedoo sadarkaa lammaaffaafi Qophaa’inaan taasifameen rasaasaa Poolisoota ergamtuu diinaa irraa itti dhukaafameen Lubbuun isaa wareegame. Gootichi Oromoo Wandimmuu Daammanaa wareegamus kaayyoofi akeekni inni irratti Wareegamee hin wareegamne irratti kufa kuffisaa Oromoon diina hudhee qabee jira!! Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...