Seenaa irraa Haa Barannu!

Aside

Damee Boruu irraa

Hooggantoonni OPDO bara kana namoota qara tahanii fi dammaqnisa qaban akka tahan waan mamnu natti hin fakkaatu. Waan hojii fi muxxannoon isaanii bara dheeraa warra Habashaa wajjin taheef ammantaa jabaa waan isaa irratti qaban akka tahe hojiin isaanii fi oolmaan isaanii ni agrsiisa. Yaroo qabsoon uummata Oromoo Qeerroo Bilisummaan hooggannamu Oromiyaa guutuutti fininu Obbo Lammaa Magarsaa Bulchaan Naannoo Oromiyaa ,“utuu uummata Oromoo milliyoona afurtama of duubaa qabnuu maal sodanaa” jedhee ture.  Jecha haqaa onnee irraa buqa’e akka tahe naaf gala. Continue reading

NAAFKOO SOBBOOQAA *GUBAA BARA BARAA* NEW OROMO MUSIC, 2018

Aside

https://youtu.be/aDcFQa2Ym1E

Continue reading

“VIVA QEERROO” Dawite Mekonen romo/Oromiyaa Music 2018 (Official Music Video)

Aside

Aside

English Summary of Qeerroo Statement on Moyale Massacre, March 11, 2018.

Aside

Qeerroo Bilisummaa Oromoo (aka Qeerroo, the Oromo Youth Organization Leading the Current Oromo Movement) just released a six-point statement following the Moyale Massacre. The Statement is summarized as follows:
1. All necessary measures will be (sould be) taken to halt the distribution of gas and the movement of gas companies giving service to the regime in Oromia.
2. All major roads through which goods and services are provided to the regime will be closed prudently in such a way that the regime will not be able to commit another masssacre.
3. All necessary measures will be 

Continue reading