ONN-Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa Sad 24/2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Yakkoonni Hamaan Hidhaaf Dararaa Suukanneessaa Dabalatee Lixa Oromiyaa Danbi Doolloo Keessatti Ilmaan Oromoo Nagaa Irratti Dhaqqabaa Jira. Aside [SQ,sadaasa,24,2017] Hidhaaf dararaan bulchiinsa Lammaa keessallee haala duraan olittuu nurratti raawwataa jira, ilmaan keenya keessattuu dargaggoon ba’aniigaluun yaaddessaa dhufeera. Humni waraanaa TPLF akkuma galaanaa nu keessa danbali’ee dargaggoota mana hidhaatti guuraa jira, kan jedhan jiraattoonni danbidoolleegabaasa sagalee qeerroo bilisummaa oromoof ganama kana erganiin “Haalli Dambidoolloo daran yaaddeessaadha. Uummati Oromoo nuu dirmadhaa namoota yeroo darbe Manni murtii Dambidoolloo Abbaan Seeraa Lalisaa Oljirraa jedhamu “iyyati Poolisii sirrii miti” jechuun “guyyaa torba booda mirga wabii eegna” jedhee, hangasitti Waajjira Poolisiii Dambi doolloo akka turaniif ajajee ture. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Yuunversiitii Wallaggaa keessatti barattoonni Oromoo maqaa Oromoo ta’an duwwaaf caalmaattimmoo sababa gaaffii mirgaa gaafatan duwwaaf shakkamanii akka ari’amaniif maqaan isaanii ba’uun maxxanffamaa jira. Warraaksa biyyaalessaa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti belbelaa jirutti kan rifate mootummaan wayyaanee barattoota moorichaa maqaa barattoota qindeessitan akkasumas jeequmsa kaastan jedhuun sabboontota ilmaan oromoo heedduu maqaa isaanii akka ari’amaniif qabxii barnootaa isaanii GPA waliin baasuudhaan mooricha keessatti baasee maxxansaa jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Sadaasa 24 bara 2017. Oduu fi Gaaffii fi Deebii Dr. Badhaasaa Taaddasaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/11/24112017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gaaffif Deebii HD/ ABO J/ Daawud Ibsaa Waliin Kutaa 2ffaa Sadaasa 23/2017 Oromia News network ONN Live Stream Aside https://youtu.be/Ftp1tHyODdw QOPHII KAAYYOO Live Streamhttps://youtu.be/fJzOU0ApU64 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mootummaan Abbaa irree Wayyaanee yeroo ammaa waraana isaa jumlaadhaan gara Oromiyaatti guuraa akka jiru himame. Aside Sadaasa 23,2017/Murni afaan qawweetti amanuun biyya bulchaa jiru sirni Wayyaanee FXG akka abidda saafaatti belbelaa jiru dhaamsuu waan dadhabeef murtiisaa xumuraa keessa galuudhaan bifa haaraatiin waraana agaazii guutummaa yuunversiitii golee oromiyaa fi dhaabbiilee barnootaa sadarkaa 1ffaa hanga sadarkaa 2ffaa kanneen jiranitti ol seensisuudhaan barattoota nagaa dhorkaa akka jiru hubatamee jira.Gochi diinummaa kunis tooftaa kaleessa maqaa komaandi poostii jedhamuun uummata Oromoorratti k Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Dinne Gabrummaa” Wallee Warraaqsaa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Haaraa /Sadaasa 23,2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mooraa Yuunversiitii Wallaggaa keessatti fxg diddaa COCn wal qabatuun dhohee ture daran jabaachuun itti fufee jira. Aside [SQ sadaasa 23/2017] Fincilli Xumura Gabrummaa biyyaalessaa diddaa COCn wal qabatee dhohee ture erga guutummaa Yuunversiitiilee Oromiyaa fi dhaabbiilee barnootaa xixiqqaa dhuunffatee ammallee dhaamuu dhabuudhaan gootowwan barattoonni Oromoo guutummaa biyyattii keessatti diddaa isaanii akkuma itti fufanitti jiru. Haaluma kanaan mooraa yuunversiitii wallaggaa keessattis hanga gaaffiin mirga Abbaa biyyummaa keenyaa nuuf hin deebinetti hin barannu,jechuun gootowwan barattoonni moorichaa dhaadannoodhaan lafa raasaa jiru. Waraanni sirna Wayyaanees aarii keessa seenuudhaan barattoota moorichaatti olseenuun barattoota mooraa keessa ari’aa jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside (SBO/VOL – Sadaasa 22,2017) Godina Lixa Harargee Ona Mi’eessoo keessatti humni waraanaa liyyuu haayil Somaalee lakkoobsaan guddaa ta’e karaa afuriin ummata Oromoo irratti lola banuuf qopha’aa akka jiru jiraattotni naannoo ibsan. Karaa Araddaa Bareedaa, Ona Gumbii/ araddaa Deymaa karaa Mulluutii fi naannawa sanaan lola qindaawaa ummata keenya irratti banuuf humni guddaan buufachaa waan jiruuf, ummatni keenya jabaatee akka of ittisuu fi of tiksu jechuun sabboontotni naannoo sanii dhaamsa dabarsanii jiran. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ-Sagaleen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Sadaasa 23, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...