Gootonni Qeerroon University Haromaya Diddaa Sirna Wayyaaneef Qaban Itti Fufan.

Aside

Sadaasa 26/2017  Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Gootota Qeerroo Barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Harammayyaan Daran Jabaatee Finiinaa jira. Gotootni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Harammayya ganama barii lafaa irraa eegaluun yakki waraanaa Uummata Keenyaa Godinaalee Kibba Oromiyaa Booraana Areeroo, Kibba Bahaa Oromiyaa Gujiifi Baalee,fi Bahaa Oromiyaa Harargee irratti banamee itti fufinsaan uummata keenya irratti yakki ajjeechaa duguuginsa sanyii adeemaa jiru hataatamaan dhaabbachuu qaba. Mootummaa Wayyaanee EPRDF/TPLF/OPDO yakka waraanaa uummata keenyarratti gaggeeffamaa jiruuf itti gaafatamoodha jechuun sagalee mormii guddaa dhageesisaa jiru. Continue reading

Godina Iluu Abbaa Booraa Magaalaa Mattuutti Ayyaanni Irreecha Malkaa Soor Bakka Koodoo Jedhamutti Bifa Kanaan Kabajame.

Aside

Sadaasa 26/2017

Irreecha Malkaa Caffee Bookaa Bifa Kanaan Kabajame.

Aside

Sadaasa 26/2017 Continue reading

Irreecha 2017, Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abee Dongoroo, Malkaa Caffee Bookaa.

Aside

Sadaasa 26, 2017

Continue reading

TV Gaaddisa Dhugaa Gaaffif Deebii Kutaa 3ffaa fi ka Xumuraa HD/ABO/J/Daawud Ibsaa Waliin Goonee.OROMIA NEWS NETWORK (ONN)

Aside

Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira

Aside

Sadaasa 27,2017 Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG  geggeeffamaa oolee jira, Waraanni Wayyaanees guyyaa guutuu Ummatarratti reebicha gaggeessaa ooludhaan kunoo amma galgala kana saa’atii 12 irratti Ummata Ummata Mormii gaggeessaa oolee gara mana isaa deebi’aa jirurratti dhukaasa banee jira.Ammaaf namni miidhame hin jiruu waan jiru jala buunee isiniin geenya Continue reading

Makkalaakayaan Wayyaanee Maagaalaa Ciroo Keeysatti Uummata Lammii Isaanii Buqqa’an Gargaaruuf Deemaaa Jiran Irratti Reebicha Hamaa Raawwachaa Akka Jiru Ibsame

Aside

Raayyaan ittisa federaalaa har’a dilbata 27/11/2017 guyyaa sa’aatii 6:00 irraa eegalee, Garee gargaarsaaf ‘lammiin lammiif’jedhu
Yuunivarsiitii Madda Walaabuu Hospitaala Riiferaalaa Goobaa irraa gara Barraaq ganda jedhamtu deemee gargaarsa laate deebi’u irratti reebicha
hamaa geessiseera. Gareen kun Doktoroota (including specialists),ogeessota fayyaa garagaraa, barattoota ogeessa fayyaa,
hojjettoota bulchiinsa Hospitaalaa kan of keessaa qabu namoota gara 70 kan ta’an turan. Gareen kun gargaarsa yaalaa jimaata darbe irraa
kaasee laataa tureefi deebii irratti, seensa magaalaa goobaa irratti kan reebicha hamaan isaan irraan gahe. Isaan booda gamtaan deemnee itti
gaafatamaa qajeelcha poolisii godina baalee deemnee itti gaafatamaa qaleelchichaa koomaandeer Gazzaanyiifi Fayyisaa jedhaman argamanii
jara kana qabnee seeratti inuma dhiyeessina jedhanii waadaa nuuf galaniiru! Garuu isaan tokkumaa mee wal ilaalla jedhu ummanni jechuun Qeerroon Aanichaa gabaase.

Gama biraan Godina Baalee Aanaa Raayituuti Continue reading

Maaltu deemaa ture? Maaltu deemaa jira? Maaltu deemuuf jira?

Aside

Kutaa 2ffaa
Qalbeessaa Dhangi’aa
Sadaasa,26,  2017
Finfinnee Oromiyaa
Qabxiiwwan kaleessa kaasee itti akkan deebi’u waadaa baleen ture. Akkuman isinii waadaa gale,
3, Maqaa “Foollee” jettuun ijaarsa ijaaruu, ijaarsa sanaan dargaggoota sochii biyya keessaa hogganummaan gaggeessaan hordofsiisuu,(Qeerroo
Bilisummaa Oromoo) isaanuma falmii hadhaahaa godhan Foollee jechuun muuduu, erga uummanni tasgabbbaa’eemmoo deebisanii isaanuma hidhuu
4, Humna waraanaa biyyattii keessatti faana dhoksanii tamsaasuu. Labsii komandi postii malee sagale malee uummata keessa danbaliisuun
uummata doorsisuu
5, Dhuma irratti akka baroota caasaa ABO Daraaraa Kafanii (Amboo
keessatti kan Abbaan Duulaa Ajjeesise, ABO jajjaboo durii) dabalatee
hedduu isaanii ajjeesan dargaggoota humna jabaa ta’anii uummata Continue reading

Hagganooti OPDO Walgahii Dargaggootaa fi Foollef Godhan Irratti Goototi Qeerroo(Dargagoonni) Oromoo Bifa Kanaan Dura Dhaabbatan.

Aside

Part 1

 

ONN:Qophii Dooyaa Marii TVOMTn dhihaatee kessatti Maqaa Aktivistii Oromo Ja’u Jalatti Dhokatanii Qabso Ummata Oromo Sakaaluun Maaliif Barbaachise ? Sadaasa 26/2017

Aside