SBO Amajjii 19 Bara 2014

Aside

Raadiyoo Sagalee Oromoo Amajjii 18,2014 (Oromo Voice Radio, January 18, 2014)

Aside

Raadiyoo Sagalee Qeerroo Amajjii 16, 2014 ( Gaaffii fi Deebii Barataa Yuunivarsiitii Jimmaa, Pirezedaantii Yuunivarsiitii Jimmaa fi Wallisaa Shukrii Jamaal waliin kutaa 1ffaa)‏

Aside

Must-listen Interview with Artist Shukurii Jemal and Dr, Fiqiree Lammeessa

F’ YAA Bineensotaa…Qabsoo dheeraan booda…WALALOO BINEENSAAF BARREEFFAME!!!

Aside

Beekan Gulummaa Irranaa
Uf ‘Yaa Bineensotaa…Qabsoo Dheeraa Booda!
Ani maaluma godhu bineensota kana
Eeboo maaliinan dugdashee waraanaa?
Fala maaf dhabdanii maaloo yaa jaranaa
Maafan ba’aa baadhee kophaakoo maassanaa?

Uf Yaa Bineensotaa.pdf

GOOTUMMAA QOFAATU BILISUMMAA,,,,kutaa 1ffaa

Aside

GOOTUMMAA QOFAATU BILISUMMAA MIRKANEESSA !!!!

SEENAA Y.G (2005)

barruuUmmati Afriikaa Kibbaa Maandeellaaf kabajaa qabu sagalee tokkon kan mirkaneesseef, Gootummaa isaan ta’uun mamii hin qabu. Gootummaan Maandeellaa har’a Onnee tokkon tokko lammiilee Afriikaa Kibbaa keessa jiraachuu haasaa fi sochii dhaloota har’aa irraa hubachuun nama hin rakkisu. Gootummaa Maandeellaaf hundeedha kanan jedhu, Ejjannoo fi cichoomina isaati. Ejjaannoo fi cichoomiina isaaf bu’urri ykn Ejjannoo fi Cichoomiina isaaf bu’ura kan ta’e waa lama dursee hubachuu fi murteeffachuu isaati. 1. Daandin Bilisummaatti nama geessu dheeraa ta’uu , 2. Appaartaayidii dhabmsiisuuf yeroo dheeraa ykn adeemsa dheeraa akka barbaadudha. Gaaffiin Ummata Afriikaa Kibbaa waan ifa jiruudha. Gaaffiin isaanii kun garuu deebii akka argatu taasisuuf, yaadi Maandeellaa kun lameen bu’uradha jedheen amana.

Ejjannoon isaa lameen kun, hanga lubbuun jirutti murannoon akka hojjatuu qabu isa akeeke. Kanaaf ammoo, cichoomina hin daddaaqamne, akka sibiilaa waa hundaa dandamatee akka tarkaanfatuuf isa gargaaru murteeffachuu isaatu kabajaa har’aa, Addunyaan itti hinaaftu isa goonfachiise. Nuutis Goota keenya irraa baratee Gootummaa addunyaatti mul’isu kana maaf deeffachuu dadhabne? jennee keessa keenyatti akka of gaafannu nu taasise. Nurraa baratee jennee dubbachuuf nutti salphatu, qabatamaatti argisiisuuf nutti ulfaatu taane argamuun keenya, falmii seenaa dubbachuu keessatti nu hanbisee jira. Nuuti Gootummaa Abbootii keenyaa ni dubbanna. Garuu hin kabachiifne. Diinni nu bitu garuu, seenaa Bittaa abootii isaanii akka isaaniif ta’utti dabareen kabachiifataa jiran. Kun haqa. Maandeellaan Daandiin Bilisummaa dheerachuu fi Appaartaayidii dhabamsiisuuf yeroo gaafata kan jedhu kana ofitti fudhannee ilaaluun barbaachisaadha.

1=GOOTUMMAA QOFAATU BILISUMMAA ,,,,,,.docx

Raadiyoo Simbirtuu fi Seife Nebelbal, Amajjii 16,2014

Aside

Diddaan Gootota Barattoota Oromoo Yuniversitii Jimmaa Jabaachuu Irraan Wayyaaneen Doorsisa Eegaluun Gabaafame

Aside

Gabaasa: Amajjii 15/2014 Yuunivarsiitii Jimmaatti baratootni
OromiaALutaContinua2011FDGOromoo nagaan humnota tikaa fi poolisotaan doorsifamaa jirachuun ibsame jira. Haala kanaan Poolisotni Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa fi bulchitootni dabballoonni Wayyaanee Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa keessa jiran baratoota Oromoo sadii irratti beeksisa waajjira dhimma nageenya poolisa mooraa yuunivarsiititti akka dhiyaattan jechuun baratoota Medicine lama fi barataa Afaan Oromoo Folklorii tokko irratti beeksisa baasuun bulchiinsi wajjira poolisii Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa kan baratoota Oromoo dararuu qofaaf dhaabbate, ni arii’amtu jechuun balleessa tokko malee baratoota Oromoo doorsisaa jiraachuun gabaafamera. baratootni haala kanaan dorsifamaa jiran:
1. Barataa Guutasaa Jaalataa barataa Medicine waggaa 5ffaa
2. Barataa Sanyii Iddoosaa barataa Medicine waggaa 5ffaa
3. Barataa Zabbanaa Barasaa barataa Afaan Oromoo Folklore waggaa
3ffaa kanneen jedhaman badii tokko malee sababa Oromoo ta’an qofaaf barnoota irraa ni arii’amtu, ni hidhamtuu jechuun dorsifaman. Kana malees sabboontootni baratootni Oromoo hedduun Yuunivarsiitii Jimmaa irra barachaa jiran humna tikaa fi poolisaan bilbila isanii irratti bilbiluun illee akka dorsifama jiran ibsatani jiru.Gochaan shiftummaa fi faashistumma abbaa irruumma Wayyaanee kun baratoota Oromoo cufa fincila diddaa garbummaa (FDG)f kan kakaase ta’uun ibsame.
Haaluma walfakkatuun humini waraana Wayyaanee gara Yuuniversiitiiwwaa dhiha Oromiyaa Jimmaa, Mattuu, Amboo fi Wallaggaa irratti xiyyeeffannoo addaa gochuun humna waraanaan eegaa jirachuun gabaafame jira.
Haala kana ilaalchisuun gaggeesitooti Qeerroo bilisummaa Oromoo dhiha Oromiyaa dhaamsa dabarsee jira. Baratootni Oromoo bakka jirtan hundaa dammaqa, mirga keenya kabachiisuu fi doorsisaa, hidhaa, sakkatta’insa seeraan alaa, sirna minilik amma wayyaneen nurraatti farsisaa jiru dhaabufi abbaa irrumma of irra dhaabsisuuf tokkummaan mootummaa wayyaanee dura dhaabbachuu qabna. Dorsiifni, hidhaan ,sakkata’insii, ajjechaan, arii’atamuu fi heddumni waraanaa kayyoo bilisummaa saba keenya danquu kan hin dandeenyee; kanaaf dubatti kan nu hin deebinee ta’uu akeekkachiisna.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Sagantaa Amajjii 12,2014

Aside

Ethiopia: A Call for an End to the Endless Violence against Oromo Nationals

Aside

HRLHA Fine

HRLHA Press Release

January 12, 2014

In the past twenty two years, the peoples of Ethiopian and the outside world have witnessed the EPRDF Government’s incarceration of hundreds of thousands of Oromo Nationals from all walks of life in jails, unofficial detention centers and concentration camps simply for allegedly being members or supporters of the Oromo Liberation Front (OLF), whom the ruling party has deemed a terrorist group, and some other opposition political organizations. Due to the inappropriate and inhuman treatments by the government security members, hundreds of Oromos died, suffered from physical disabilities resulting from tortures, and most of those who were taken to court were given harsh sentences including life in prison and capital punishments or death penalty. Oromo intellectuals, Businessmen, and the members of legally operating Oromo parties (for example the Oromo People`s Congress (OPC) and Oromo Federalist Democratic Movement (OFDM)) have been among the victims of the EPRDF/TPLF Government’s suppressive political system. The most worrisome is that the Oromo youth, who were even born after the EPRDF/TPLF government came to power, have become the major victims of the Government’s brutalities under the same allegations of supporting and/or sympathizing with Oromo opposition political organizations. In the past decade or so, thousands of young Oromo students of universities, colleges, high schools and intermediate academic institutions have been criminalized for allegedly being member or sympathizers of the Oromo Libration Front. A lot of them have killed, tortured, and thousands are still languishing behind bars, while thousands others have been banned from being part of any level of educational opportunities; and, as a result, have became jobless, homeless, etc. Tenth of thousands have fled their homeland and become refugees in neighboring countries.

Read More :– HRLHA PR- January 2014.pdf Amajjii 2014

 

Aside

Oromo Voice Radio (OVR), January 13, 2014

http://oromovoice.org,