SBO Mudde 04 Bara 2013

Aside

Aside

Qeerroo

በጎንደር ዩኒቨርሲቲ በትምህርት ገበታው ላይ እያለ በወያኔ ታጣቂዎች በግፍ የተገደለው ወንድማችን ግድያ አጥብቀን እናወግዛለን !!

የወያኔ መንግስት በኦሮሞ ወጣቶች ላይ በተደጋጋሚ እየፈፀመ ያለው የግፍ ግድያ በኦሮሞ ህዝብ ላይ የከፈተው የዘር ማጥፋት ዘመቻ አካል ነው !!

ወጣት አንተነህ አስፋው ለገሰ በ1983 ዓ.ም በዲላ ዞን፣ ፍሰሀ ገነት ወረዳ፣ ቀበሌ 02 ተወለደ፡፡ ይህ ወጣት ተማሪ በጎንደር ዩኒቨርሲቲ የ3ኛ ዓመት የማርኬቲንግ ክፍል /department/ ተማሪ ሲሆን ወደ ዩኒቨርሲቲ በ2004 ዓ.ም የገባና በ2006 ዓ.ም ይመረቅ የነበረ ነው፡፡ ይሁን እንጂ ህዳረ 24/2006 ዓ.ም ቁጥራቸው ከ60 በላይ ከሚሆኑ ከክፍሉ ተማሪዎች ጋር በመሆን ዳሽን ቢራ በተባለ ቦታ የግብዣ ፕሮግራም አድርገው ነበር፡፡ ከግብዣው ፕሮግራም በኋላ ከምሽቱ 3፡00 ሰዓት ላይ ወደ ዩንቨርሲቲው ቅጥር ግቢ እየተመለሰ ሳለ የኦሮሞ ተማሪዎች ለብቻቸው ተነጥለው የትግል ዘፈኖችን እየዘፈኑ ይሄዱ ነበር፡፡ የሀበሻ ልጆችም አካባቢውን በጩኸት በመበጥበጥ በመንገድ ላይ ሲንቀሳቀስ የነበረውን ሰው ሁሉ ሲደበድቡ ነበር፡፡ የኦሮ ልጆች በወቅቱ የትግል ዘፈኖችን ከመዝፈን ውጪ ያነሱት ሁከት አልነበረም፡፡ ሆኖም ግን ከዳሽን አለፍ ብለው “ቀሀ” የተባለውን ወንዝ ተሻግረው 18 ቀበሌ ሲደርሱ የሀበሻ ልጆች መንገዱ ላይ ተሰማርተው የነበሩ የወያኔ ታጣቂዎች ላይ ድንጋይ መወርወር ጀመሩ፡፡ የወያኔ ታጣቂዎችም እየረበሹ ያሉትን የሀበሻ ልጆች ትተው ትኩረታቸውን የኦሮሞ ልጆች ላይ በማድረግ እናንተ ኦነግን ታወድሳላችሁ በማለት ተኩስ ከፈቱባቸው፡፡ በወቅቱ በግንባር ቀደምትነት የትግል ዘፈኖች እየዘፈነ የነበረው አንተነህ አስፋው ሲሆን እሱን ጀርባው ላይ በመምታት ሌሎቹን በተኗቸው፡፡ ይህ ልጅ የተመታው ከምሽቱ 3፡30 ሰዓት ላይ ሲሆን ወዲያውኑ ወደ ዩኒቨርስቲው ሆስፒታል የተወሰደ ቢሆንም የደረሰበት ጉዳት ከባድ በመሆኑ ወደ ሚኒሊክ ሆስፒታል እንደተወሰደ እያለ ሂወቱ ሊያልፍ ችሏል፡፡ ከልጁ ሞት ጋር በማያያዘ ህዳር 25/2013 ከ3,000 – 4,000 የሚሆኑ የዩኒቨርሲቲው ተማሪዎች በተለይ የኦሮሞ ልጆች ወደ ሆስፒታሉ በሚወስደው መንገድ ላይ ሰላማዊ ሰልፍ በመውጣት “we need freedom”  “ነፃነት እንፈልጋለን”  በማለት ድምፃቸውን አሰምተዋል፡፡ ከዚህ በተጨማሪም የዩኒቨርሲቲውን ንብረት ያወደሙ ሲሆን እስካሁን ድረስ በዩኒቨርስቲው ቅጥር ግቢ የሚገኘው የኦሮሞ ተማሪ፣ አስተማሪና ሌሎች ሰራተኞች ትምህርትና ስራቸውን አቋርጠዋል፡፡ የሀበሻ ልጆች ግን ወደ ትምህርታቸው ተመልሰው  እየተማሩ ናቸው፡፡ ወያኔ ይህን ስልት የተጠቀመው  የኦሮሞ ልጆችን ለመጨረስ ነው ሲል የሪፖርቱ ምንጭ ይገልፃል፡፡ “በጥይት ተመትቶ ህይወቱ ያለፈውን ወገናችንን ደም ሳንበቀል አንቀመጥም ትምርቱም ይቅርብን” ብለው በርካታ ቁጥር ያላቸው የኦሮሞ ልጆች ትምህርታቸውን አቋርጠው እንደሚገኙ ሪፖርቱ ይገልፃል፡፡

ድል ለኦሮሞ ህዝብ !!

ገዳው የነፃነት ነው !!

Afaan Oromoo:- Ibsa Qeerroo Bilisummaa. muddee 2013

Afaan Amaariffaan:- በጎንደር ዩኒቨርሲቲ በትምህርት ገበታው ላይ እያለ በወያኔ ታጣቂዎች በግፍ የተገደለው

Dhaamsaa/Ibsa Maadhee Iftuu Barii Magaalaa Sulultaa Irra.

Aside

QerroooSadaasa 30/213/ Yeroo ammaa mootummaan Wayyaanee kaayyoon isaa hangafaa ilmaan oromoo lafa irraa dhabamsiisuu, uummata oromoo fi qabeenyaa uummata oromoos barbaadeessuu fi duudhaa mataa isaa irra oolfachuu akka tahe dhokataa miti. Kana qofa miti yakki inni ilmaan oromoo irratti raawwachaa jiru suukkanneessaa fi hedduu gaddisiisaa akka tahe uummata oromoo biyya hambaa jalaas dhokataa miti,rakkoon saba bal’aa hanga mootummaa addunyaatti beekamaa kan dhufeedha. Kun hammaataa dhufus egaa ifa gala kan tahe yeroon isaa amma yeroon itti mirgi abbaa biyyummaa keenyaa, walabummaan biyya keenyaa fi bilisummaan saba keenyaatti ifaa ifatti tahuuf deemu kana keessatti nutis qooda guddaa keessatti fudhachuuf tokkummaa keenya akka utubaa sibiilaa jabeessinee darbinee uummata dachee Oromiyaa guutuu irra jiraatu kana tokkummaa isaa jabeessuudhaan daandii nuti irra qajeelle kana irratti dachaasuuf yeroo nuti murannoo fi kutannoo qabnuu fi haamilee jabaadhaan kaanee mirga abbaa biyyummaa keenya kan sarbe kana mootummaa wayyaanee of irraa fonqolchinee gara dirree bilisummaatti bahuuf murtoodhaan itti seenne tahuu isaa hanga hundee dhaabatti nu hubadhaa jechaa gabaabsinee ammo ejjennoo qabnus kanaa gaditti kan tarreeffanneedha.

ü Hanga bilisummaa keenyaa fi walabummaa biyya keenyaa ija keenyaan arginutti sodaa fi naasuu malee,daaraa fi  beela osoo hin sodaatin hanga dhumaatti dhaaba ABO fi WBO waliin qabsoo finiinsuuf kutannoo keenya ibsanna.

ü Nuti akka ijaarsa gurmuu maadhee Iftuu Bariittis tahee akka dhuunfaa dhuunfaa keenyaattis mootummaa wayyaaneef yeroo sodaa fi jibleenfannaa hin qabnu,amma yeroon yeroo waanjoo garbummaa of irraa fonqolchuu fi godoo roorroo jalaa bahuuf tattaaffii keenya daran jabeessinee hanga dhumaatti deemuu keenya murtoo qabnuun waadaa keenya haaromsina.

ü Yoomiyyuu walabummaa oromiyaa fi bilisummaa saba keenyaatti ni amanna,kanaafuu walaboofne jiraachuuf qabsoo gama keenyaatiin ni finiinsinaaf waadaa qabnu jabeessina.

ü Nuti maadheen Iftuu Barii ajajaa fi dirqama dhaabni keenya ABOn nu dursuun durfamnee yoomiyyuu qabsoo hanga wareegamaatti ni tarkaanaffanna kun waadaa keenya cimsinee yeroodhaa yerootti haaromsinuudha.

ü Lafti uummata oromoo irraa fuudhamee abbaa qabeenyaaf laatameef, uummata mana isaa irraa buqqa’ee bakka biraatti socho’aa jiru…….  Sochii dargaggoota biyyoolessaa keessatti hirmaannee kan sichitti tahuuf deemu gocha mootummaa wayyaanee kana dura akka dhaabbannuu fi uummata lafa isaa dhabee fi mana isaa ariyame bakkatti deebisuuf qabsoo barbaachisu ni raawwanna.

Injifatnoon Uummata Oromoof!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

The Legacy of Violence: State Terrorism of TPLF-led Ethiopian Government Using Anti-Terror Law on Political Dissident Must End

Aside

abo

The research and information unit of the Oromo Liberation Front (OLF) has conducted a study on the allegiance that accounted for some political prisoners to be sentenced or otherwise been unjustly detained. The herewith attached partial list of political prisoners has been collected from prisons of Kaliti, Torhailoch (Military Police Prison), Maikelawi and Kilinto. Almost all prisoners are charged for act of terror, violation of territorial integrity, attempts to overthrow the constitutional order by violent means and being suspected member of OLF or any other organizations. These political prisoners are ranging in age from young high school and University students to elderly civic society leaders. Professionally, they are also diverse – from farmers, businessmen, government employees, political leaders, journalists and etc. The overwhelming portions are Oromos and some are also from different nations and nationalities of Ethiopia.

Most of these political prisoners already gave prison service for several years; many of them are tortured and subjected to irreversible mental damages, and some of them were shot to death in the course of time.

Since the fall of Transitional Government in 1992, Ethiopian authorities continued to severely restrict basic rights of freedom of expression, association, and assembly. Violation of human rights is a daily record of the regime. Instead of solving the root cause of political conflict, it rather declared war on the Oromo people and its vanguard Organisation, the OLF. Consequently, many thousands of Oromos and other nationals were arbitrarily arrested and detained and remain at risk of torture, ill-treatment and extrajudicial killings. Many of them were executed during peaceful demonstrations due to excessive use of force by police or security agents.

The TPLF regime promulgated and adopted the restrictive Anti-Terrorism Proclamation in 2009. This regime, which from its very initial, was known for its massive human rights violations is currently using this law to justify all atrocities it conducted. In this attempt to hood wink opinions of the international community, the EPRDF regime is still trying to make others believe that the current problem of the empire is act of terror but not deep rooted political conflict of domination.

The OLF vehemently opposes any forms of terrorism and reject the use of terrorism neither as a form of struggle nor also for suppression of dissidents by states. Thus, we denounce the Ethiopian state terrorism that is used to crush any form of struggle and decent.

OLF is cognizant of, and appreciate the concern of various human rights advocating organizations and some democratic governments that expressed their concerns about Anti-Terrorism, Press and Civic society laws of Ethiopia on various international forums.

In a country like Ethiopia where the government structure is monopolized by a single ethnic group, legalizing the abuse of the universal human rights is a way that leads for the establishment of a totalitarian system which is more sustaining than a simple personal dictatorship. Therefore, OLF alarms that the dangerous political development sustaining over Ethiopia demands more than just a concern but towards a proactive action of the international communities and UN member states. We denounce legalized form of state terrorism and call up on the international community to exert diplomatic pressure on Ethiopian government to release all political prisoners unconditionally and repeal these brutal and repressive laws.

Victory to the Oromo People!

Oromo Liberation Front

December 2, 2013

Attached is Partial list of political prisoners of Ethiopia

FILANNOO 2015 DURA ABO LAAMSHEESSUU !!

Aside

FINIINEE  FINFINNEE (1991)

GULLALLEETI

barruuSochii siyaasaa keessatti odeeffannoon bakka ol aanaa qaba. odeeffannon guddaadha , xiqqaadha hin jedhamu. Warri muuxannoo ga’aa qaban akkas jedhu.”ODEEFFANNOON HIN TUFFATAMU, HIN JAJAMU” jedhu.diina mo’achuuf tarkaanfiin jalqabaa odeeffannoo argachuu fi haala odeeffannoo irratti hundaa’uun irratti hojjachuudha. Kana dhalli Oromoo hundi bakka jiru maratti waan of eeggachuu fi shira diinaa kana fashalsee irra aanuuf irratti hojjachuu qaba. Yoo siyaasa keessa hin jirru ta’e illee , waan sabummaa keenya irratti hojjatamu odoo ijaan arganii BIRA taruun yakka. Rakkoo yertuu nu keessa jirruuf jennee, ykn wal dhabbii sadarkaa dhunfaatti wal irraa qabnuuf jennee, Qabsoo obboleyyan keenya itti dhumaa jiranii fi hiraaraa jiran yennaa miidhamu ilaaluun wallaalummaadha. Odeeffannoo walii laachuun lubbu walii oolchuu ta’uu habadhaatii bakka jirtanitti diina mana keenya seenee nu diiguu fi qabsoo keenya kolaasuuf yaalu irraa ofis , ummata keessanis, dhaaba keessanis  tiksaa. 

Haalli biyya keessa jiru haalaan yaaddeessaadha.Seenaa Qabsoo Ummata Oromoo keessatti waa hedduu argineerra. Haalli sirna wayyaanee dadhabee, ofiin kufutti wayita dhihaatu, dhaabbilee mormitootaa hedduun keessa isaanitti rakkoo ulfaataatu dhalata. Yeroo dhaabbileen kun rakkoo keessa isaaniin tarkaanfachuu dadhaban, wayyaaneen deebitee lubbu horatti. Seenaa kana yeroo hedduu taajjabneerra. Wayyaaneen har’a dhaabbilee mormitootaa addatti ABO irratti shirri gaggeessitu daangaa hin qabu. Angoo isheef kan sodaattu fi irriiba itti dhabduus sochii qabsoo Ummata Oromoo ABOn hogganamuudha. Kana laamsheessuuf waggoota Angoo irra jirtu kana hundaa ifaajjaa jirti. Wayyaaneen har’a ABO dhabamsiisuu akka hin dandeenye akka gaaritti hubattee jirti. Maallaqi ABO dhabamsiisuuf ba’e Biyya tokko ijaara ture yoo jenne dhugaa irraa fagaachuu miti. Bajati ramadamu kun , Dingadee Biyyaa laaffisuu isaatiin, Maqaa Gooleessummaa jedhuun Addunyaatti hidhatanii itti duuluun har’a daran jabaate itti fufee jira.

Shiroonni wayyaanee ABO irratti gaggeeffaman lakkoofsa hin qaban. Garuu tokko tokkon adda baafamee yk tarrifamee, irratti hojjatamaa jiraachuu akka dansaatti beekna.barruun Biyya keessaa ba’ee warra alaan isini dhaqabe kun, ta’innaa yk ta’u malaa miti . haqadha. nuuti SHIRA wayyaanee akka xaafii ijaa heddummaate kana dandamatee, har’allee wayyaaneef yaaddoo guddaa kana ta’e ABO guddoo dinqisiifanna. Kana jechuun miidhaan irra hin geenye jechuu keenyaa miti. Of eeggachuu dhabuu irraa balaan irra hin geenye jechaas hin jirru.. Garuu har’allee of qulfulleessaa jiraachuu isaa wayita dhageenyu itti gammanna. Qabsoon Adeemsa malee murtee guyyaa tokko miti jennee waan amannuf..yeroo Baayyee dhaabni kun jabaataa wayita dhufu waa tokkotu keessatti dhalata. Kun ammo, shira diinaa dhaabicha keessatti karaa namoota dadhaboo seenu irraa akka ta’e ifaadha. FILANNOO 2015 DURA ABO LAAMSHEESSUU !

TVOMT-Gaafif Deebii Gaazexeessaa obboo Sifan Miidhagsaa waliin Goone Hordofaa Part2

Aside