Har’a Mudde 11, 2015 Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FDG Godina Kaaba Shaggar(Godina Salaalee) Aanota garagaraa keessatti jabaachuun ittifufuun Guyyaa har’aa Aanaawwaan kanneen akka Kuyyuu Magaalaa Garba Gurraachatti hiriirrii Mormii guddaan Gootota uummata Oromoo Salaalee fi Qeerroo dargaggoota Barattoota Oromoon jabaate itti fufe jira,
Akkasumas Aanaa Dagaam keessatti warraaqsii haalaan jabaachuun Magaalaa Shanoo keessatti daandii bakkoota hedduutti cufamee
warraaqsii jabaate jira. Anaawwaan Kanneen Akka Wucaalee Magaalaa Muka Xurii fi Hidhabuu Abootee wajiraaleen mootummaa hundii cufamanii hojiin dhaabbatee jira., Uummatni fi dargaggootni Oromoo gaaffii keenyaaf deebii barbaadna, ilmaan Oromoo wareegamaa jiraanniif
Mootummaan itti gaafatamuu qaba jechuun dhaadannoo isaanii jabeessuun daandiiwwaan gara Garba Gurraachatti geessaan ganamarraa eegaluun bakkoota hedduutti cufamee jiraachuun ifa ta’ee jira. Hummni waraanaa gara Garba Gurraachaatti ramadamee karaa darbaa dhabuun hedduu rakkachaa jiraachuun gabaasaan…. itti fufa!!
Blog Archives
Har’a Muddee 11,2015 Godina Wallagaa Onoota Qeellam Gara Garaa Keessatti FDG Haala Daran Jabaateen Itti Fufee Jira.
Aside
Mudde 11,2015 Jimmaa Horroo
Har’a ganama irraa kaasanii uummanni Godina Qeellem Onoota garagaraa keessatti didaa isaanii itti fufanii akka jiran Qeerroon gabaasaa jira. Amma sa’a kanatti ona Jimmaa Horroo irratti dhukaasni jabaan akka jiruu fi uummanni fi barattootni walitti dhufuudhaan dhaadannoo
Diddaa Gootota Oromoo Magaalaa Ijaajjii
Aside
Magaalaa Ijaajjii Waggaa 120 Har’aan Dura Bakka Waraanni Minilki Cabsuu Dadhabee Yeroo Dheeraaf Itti Dhaabbate Waan Ta’eef Maqaan Lafa Sanaa Ijaajjii Jedhamee Yaamamee Hafe. Lola Bara sanaa Geendaa Buushan Mijuutu weerartoota Habshaa lolee lafa sanatti waraana Minilik Ijaajise(Dhaabe) sababa kana irraa mogga’e. Har’as gootonni barattooti Oromoo fi Ummanni Oromoo diddaa magaalaa sanii haalaan jabeessee jira.
“Ka’i Gumaa Hin Nyaatiin” Sabboonticha Oromoo Artist Addisuu Karrayyuu
Aside
Oromia Support Group Asutralia Statement on the Current Situation in State of Oromia
Aside
To: Office of the UN High Commissioner for Human Rights
United Nations Office at Geneva 1211 Geneva 10, Switzerland
Fax: + 41 22 917 9022
Oromia Support Group Australia (OSGA) extremely shocked about the killings and torture of innocent Oromo students including Primary School Children in Oromia. Oromo student peaceful protests are spreading throughout Ethiopia, Oromia region, as people demonstrate against the endanger that hundred thousand of Oromo farmers, residents and their families living near the capital, Finfinnee (Addis Ababa), could be evicted from their lands by the name of Addis Ababa expansion policy.
Since the first week of December 2015, horrifying, and heartbreaking images and videos of Oromo children peacefully marched on a street and voiced their anger being beaten to death and killed by shootings. There are credible reports of severe injuries and arbitrary arrests in many locations that the Ethiopian government armed forces and authorities are unable to deny and publicly admitted the killings of Oromo children.
Since the first week of December 2015, horrifying, and heartbreaking images and videos of Oromo children peacefully marched on a street and voiced their anger being beaten to death and killed by shootings. There are credible reports of severe injuries and arbitrary arrests in many locations that the Ethiopian government armed forces and authorities are unable to deny and publicly admitted the killings of Oromo children.
The Ethiopian Federal forces, racially affiliated and heavily armed, known as Agazi and part of the select force of the dominant Tigrean People’s Liberation Front (TPLF), violently respond when Oromo students and children from various universities and institutions in the country protested against the Master Plan since the beginning of December 2015. (please see attached further statements and evidence).For full document click here
“Bilisummaa Barbaadna” Gootota Oromoo Godina Harargee Magaalaa Machaara.
Aside
Sagalee Qeerroo Bilisummaa (SQ) Gabaasa FDG fi Haala Oromiyaa Keessaa Kan Muddee 10,2015
Aside
Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Magaalaa Sabbataatti Mormiin Sirna Wayyaanee Itti Fufee Jira.
Aside
Ummanni Oromoo Magaalaa Shaambuu,Wallagga Guutummaatti Walgahii Wayyaaneen Yaamte Lagachuun Mana Isaa Cufatee Jira.
Aside
Mudde 11,2015 Gabaasa Qeerroo Shaambuu
Wallagga Magaalaa Shaabuu keessatti uummanni Oromoo walgahii qondaalota Wayyaanee waamame guutuutti lagachuun mana isaa cufatee jira. Haala kanaan namoota irra deemtee hidhuu eegaltee Barsiisaa Afaan Oromoo kan ta’e Balaay Iddoosaa nama jedhamu mana hidhaa Wayyaanee gale.
United Oromo Evangelical Churches on weeklong killing, beating and detention of protesting Oromo Students by the Ethiopian security forces across Ethiopia’s Oromia Reginal State
Aside
The Honorable Julie Bishop
Australian Foreign Ministry
PO Box 2010
Subiaco, WA, 6904
Melbourne, Australia
Dear Mrs. Bishop,
Ref: – This weeklong killing, beating and detention of protesting Oromo Students by the Ethiopian security forces across Ethiopia’s Oromia Reginal State,
We are coping you an appeal letter we sent to the Ethiopian regime to draw your attention to the plight of Oromo students, and Oromo people in Oromia, Ethiopia and to convey our great concern about the ongoing violent action against unarmed students protest. We are extremely saddened by reports that Ethiopian security forces again this week opened fire and killed unarmed student protestors at Haro Mayya and Madda Walaabuu Universities, imprisoning unarmed young university and high school students over Oromia Region from East to West and North to south. The current episode is the repeat of the inhumane treatment of two years ago and innocent students and parents are under indiscriminate attack.
The Board of the United Oromo Evangelical Churches, on behalf of its member churches around the World, is sending its urgent appeal to you and all fair minded people of good will, churches and other religious establishments, regimes, and other Human Rights organizations to urgently intervine on behalf of the young Oromo students and the households of students, and the small farmers being displaced and ask the Ethiopian government to:
For detail document click here









