Qeerramsoo Oromiyaa Fulbaana 2016 fi Wallee Warraaqsaa Aartist Dirribee Jifaar

Aside

Wallee Warraaqsaa Sabboontuu Dirribee Jifaar 
Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Fulbaana 29, 2016

Aside

Matakkal Waambara keeessatti Fulbaana 27,2016 Qeerron Bilisummaa FXG haala jabaa ta’een gaggeessaa oolan,ABO fi WBO faarfachuun diddaa sirna TPLF f qaban muldhisan.

Aside

“Maaloo Yaa Lamii Koo” Wallee Warraaqsaa Haraa Artist Keyeroon Darajjee, Fulbaana 2016

Aside

Dargaggoon Oromoo Hojii Qophee Qulqulleessuun bulu ,Ammoo Barreessaa Kitaabaa Asoosama “Uddeellaa” Jedhu barreesse bakka b’ue wallaalame

Aside

20160927015214Fulbaana 29,2016 Dargaggoon kun maqaan isaa guutuun Galataa baayyisaa jedhama.

Dhaloonni isaa godina Wallaggaa lixaa Gullusoo bakka jedhamtutti dhalatee guddate. Hojiinsaa idileen magaalaa Naqamtee keessaa kophee qulquleessee jireenya isaa nama ittiin of jiraachisuudha. Galataan kanaan duras kopheema qulqulleessuun Asoosama maqaan isaa ” UDDEELLAA ” Jedhamu barreessee nama uummata isaaf gumaache akka ta’e jiraattonni tokko tokko nuuf eeranii jiru.
Haata’uutii Dargaggoon Galataa Baayyisaa Gidduu kana Osoo magaalaa Naqamtee keessaa kophee qulqulleessaa jiruu bakka hojii isaatii deeninnatoota magaalaa Naqamtee keessa jiraniin  butamee achi buuteen isaa dhabamee jira. Yeroo qabamee deemes harki isaa sansalataan boodatti hodhamuun konkolaataa sireeffii jedhamu keessatti xaxamee hidhamuun magaalaa naqamtee keessaa butamee akka dhabame bira ga’amee jira.

Godina Wallaggaa Aanaa Anfilloo Magaalaa Ashii Keessatti FXG Jabaatee Itti Fufe!

Aside

Godina Arsii Lixaa Alambadaa Keessatti Qeerroon Bilisummaa FXG Itti Fufanii Olan.

Aside

Arsii lixaa Alambadaatti guyyaa har’aa Fulbaana 28/2016 saa’atii 11 Irraa kaasee Qeerron daandii cufuun mormii gaggeessaa oolee hanga galgala kana saa’atii 2:00tti wallee warraaqsaa Caalaa Bultumee ka’i Qeerroo hin kaanaa jedhuun daandiirra garmaamaa jiru

Guyyaa Har’aa Qeerroon Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii Hiriira Guddaa Gaggeessaa Jira.

Aside

Waraanni Agaazii TPLF Qaanyii Tokko Malee Abbootii Amantii Hiriira Nagaa Bahanitti Dhukaasaa Turuun Beekamaa Dha.

Aside

luba-daaniel-abraham-mandiiGaafa Hagayya 7, 2016 Luba Daani’eel jedhama.Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii keessatti yeroo darbe hiriira nagaa gaggeeffamuuf ture sanarratti uffata ittiin waaqeffachiisan,Kitaaba Qulqulluu fi Fannoo baatanii Uummata fuuldura bu’uun hiriirsisan.

Ejjennoon itti aanee hiriira sanarratti fudhatame akkuma beekamu waraanni Agaazii TPLF amantoota ykn namoota isaan faana hiriiraa turan irratti reebichaa fi ajjeechaa erga gaggeessan booda Luba Daani’eel harkaa Kitaaba Qulqulluu fi Fannoo harkaa darbatanii erga reeban booda gara mana hidhaatti darbatan.

Yeroo ammaa kanatti erga gaafa hidhamee kaasee yaalli fayyaa tokkollee hin taasifamneef. 
Abbootiiin Amantii kaaniifis fakkeenya gaarii taatan. Seenaan yoomuu sin yaadata. Dhugaa barsiisaa,dhugaaf hidhamaa,dhugaaf du’uun Abbaa Amantaa ta’uu mirkaneessitan.

Barruulee Warraaqsaa Qeerron Bilbisummaa Magaalota Seeruu fi Kofaleen Keessatti Barresse Ergamtoonni Wayyaanee Irra Deemanii Balleessaa Jiru.

Aside

img_20160924_051022 img_20160924_051534 Continue reading