SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Qophii Fulbaana 21, 2017 Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Abbaan irree Wayyaanee uummata Oromoofi ollaa isaa nagaan waliin jiraatan walitti buusuuf shira xaxuu itti fuftee jira. Aside Fulbaana 21/2017 Uummata nagaafi jaalalaan baroota dheeraadhaaf waliin jiraataa tureefi kabaja waliif qabaataa tiksee wal jiraachisaa kan ture, mootummaan wayyaanee uummanni kun nagaan akka waliin hin jiraanne shira gurguddaa xaxuudhaan dantaa siyaasaashee geggeeffachuuf hojii erga eegaltee bubbuleera. Tooftaa dulloomaa kanaanis milkaa’uu kan dadhabde mootummaan wayyaanee, kan caaluyyu uummanni ollaa walii ta’e kun nagaan akka waliin jiraatuufi jaalala waliif akka qabaatu tasisaa jirti. Dabalataanis, uummanni Oromoo guutummaan mootummaa nama nyaataa kanarraa jibba guddaa akka qabuufi tokkummaadhaan shira ishee fashaleessuuf halkanii guyyaa akka hojjetu, akkasumas ija addunyaa duratti aadaafi duudhaa wal jaalalaa duraanuu qabu akka mullatu taasisteetti! Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wayyaaneen TPLF Abdii Kutatee Basaasota Gandaa Leejisaa Jira. Aside Fulbaana 21/2017 Godina wallaggaa bahaa aanaa Gudayyaa Biilaa, Gudayyaa Jaree, Gobbuu Sayyoo,Aannoo,Sibuu siree ,Jimmaa Horroo,Baakkoo Tibbee irraa gandoota aanoota kana keessa jiran keessaa,mootummaan Wayyaanee namoota lama lama filuun leenjii hatattaamaa akka fudhatan gochaa jiraachuu qeerroon naannoo Sana addeessan. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
IBSA GABAABAA GAMTAA BARATTOOTA OROMOO (GBO) IRRAA BARATTOOTA OROMOOFI UMMATA OROMOO HUNDAAF DABARFAME Aside Mootummaan abbaa irree Wayyaanee Sochii Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa FXG fi Qabsoo bilisummaa Oromoo roga hundaan hudhee isa qabee jiruufi kufaatii kallattii hundaan isa muudate keessaa ba’uudhaaf yeroo gara yerootti bittaa umrii dheereffachuuf shira hamaa Ummata Oromoo irratti xaxaa akka tureefi itti jiru beekamaadha. Yeroo ammaa lolli maqaa Liyyuu Haayilii Sumaalee golgatee daangaa Oromiyaa Bahaan, Kibaaafi Kibba Bahaatiin waraana ifatti Uummata keenyarratti banamee gaggeeffamaa jiruun ajjeechaan jumlaa, Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Tapha Siyaasaa/Qumaara Siyaasaa Oromoo Irratti Murna Wayyaanen Taphatamaa Jiru. Aside Waan Oromoo irra gahaa ture dararaan uummataa hidda jabeeffachuuf munyuuqaa jiraachuun beekamaadha. Haalli Oromoon keessa jiru amma haalli qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo ammaa kun kan akka amna darban faana wal kiphu miti. Sochiin diinni qiyyeeffatee Oromoo irrarti raawwataa jiru danabaalee jira. Kan uummaanni taasisus akkanuma. Taphni siyyaasaa TPLF’f garaaf bultoota ishee OPDO tapha bakka lamatti qoodamuudha. Tapha Adii yknTapha Mul’ataa Tapha Gurracha ykn Tapha Dhokataa TAPHA ADII/ MUL’ATTUU Tapha Tigirooti gartuu arcaatuu ilmaan Oroomootti akka silmii maxxantee dhiiga xuuxaa turte OPDO faana gaggeessan keessaa kan dursa hojolmaa ykn hoojirra olmaan ariifatee socho’udha. Tapha kana ariitiin akkuma isaan uummatarratti gaggeessan ariitiin baruuf nii salphata. Iciita tapha Adii kana ariitiin hayyoonni Oromoos Oromoonis nii bara. Taphni kun yeroo hedduu waan bakkee duraa bahuuf gufuu heddata. Milkii isaarra Miilla Qeerrootu ejjetee Hiddii fardi irra ejjete godha. Tapha kana yeroo sardamsaa falaaf malli dhibu ariitiin itti seenu. Taphni kun gaafa gufuu jajjabaa godhatuuf danqaraan itto hammaatu tapha biraa jijjiiru. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Lixa Oromiyaa Aanaa Guutoo Giddaa Saamicha Lafaa Adeemaa Jiruuf Uummatni Ganda Lookoo Bulchaa Gandaa Kan Ture Irratti Himata Banan Aside Fulbaana 20,2017 Saamicha lafaa yeroo yerootti adeemamuun uummata lafa isaarraa buqqaasuun namoota halagaa qubsiisaa turuun wayyaanee yaadannoo jabaadha. Adeemsi saamicha lafaa sun har’as aanjaa’ee kan itti fufe yoo ta’u, abbootii lafaa irraa lafa saamuun maallaqatti jinniirratanuu namoota biraaf qubsuma taasusuurratti investment irratti babbal’isuurratti argamu. Uummanni Oromoo lafa abbuummaa itti qabu molqamuu mormu kaawwan hidhuu kaawwan ajjeesuunillee ture. Buqqa’iinsa Oromoo kanaaf beenyaa gahaaf qabeenyi bakka bu’umsaa utuu hinkennamiin lafa saamuun gagdadoo jireenyaa keessatti ilmaan Oromoo kufaa turuun beekamaadha. Gartuun Tigirootaa ykn Wayyaanee kun saamicha taasistu ammallee daran jabeessitee kan jirtu ta’uun beekamaadha. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Fulbaana 19, 2017 Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Fulbaana 20 bara 2017. Oduu fi Gaaffii fi Deebii Itti Aanaa Hayyu-duree ABO Jaal Araarsoo Biqilaa waliin taasifame Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/09/20092017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN; Ajjechaa Sukanneysaa M/Adaree Biyyo Hammarressatti Ilmaan Oromo Irratti Raawwatamee Laalchisee Ibsa ABO Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroo Bilisummaa FXG Godina Harargee Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...