“Isin Yaamti Harmeen” Lammii Baraaruuf Qooda Dargaggoota Oromoo Magaalaa Gimbii

Aside


Continue reading

Artiistotaa Oromoo – Yaa Oromoo Lammii Koo Walii Birmannu 2017

Aside

“Haati Dhiiraa Hin Boossee” Eliyaas, Seenaa, Heenook J & Keeyeroon

Aside

Continue reading

Seife Nebelbal Radio – Oromo News in Amharic – September 24, 2017

Aside

SBO Fulbaana 24,2016. Oduu, Dhimma Kora Sabaa ABO 4ffaa irratti Ibsa WBO Zoonii Kibbaa,Cuunfaa Gabaasaa HRW dhumaatii Irreecha kan bara 2016 irratti mootummaan Wayyaanee geessise irratti Gabaasaa qindeessine Kutaa Xumuraa fi Kanneen HRW Akka ragaatti dhiheesse akkasumas Gabaasaa kana qopheessuu keessatti qooda kan qabu dargaggoo Lammii Beenyaa waliin Gaaffii fi Deebii taasifne Kutaa Jalqabaa.

Aside

Wayyaaneen TPLF meeshaa gurguddaa magaalaa Naqamtee keessa dabarsaa jirachuu Qeerroon gabaase

Aside

Fulbaana 13,2017 Gabaasa Qeerroo Naqamtee
Wayyaaneen lola daangaa Oromiyaa hammeessitee itti fufte. Lola kanaan qe’ee Oromoottu waaroo gaddaa galchuu cinatti ilmaan Oromoo ardaa isaanirraa gadhiisuun buqqisiisaa jirti. Abbaaf ilma haadhaaf intala, maatii addaan tamsaasuuttus jirti. Oromiyaa biyya bohichaa taatee argamti. Bohicha dabalatee ardaa ofii gadu lakkisuunis hammaataa jira. Uummata Oromoo qe’eetti uummata daangaa naqxee lolchiisuutti jirti. Naannoolee Oromiyaa daangessan mara h8dhachiisuun waraanni Oromiyaatti banameera.
Waraana kanaan qabeenyi miliyoonaan lakkahamu barbadaa’urratti argama. Haaluma kanaan Lola Liyyuu Polisiin uummata Oromiyaa Baha buqqaasuun ishee nii yaadatama. Qalbiin uummataas deggarsa uummata Oromoo kanatti saatii qabamee jiru, Wayyaanee tattaaffiuf qophii Lixa Oromiyaatti gotu jabeessite.
Weerara daangaaf uummata Gumuz tokko tokkoosaaf ,deggarsi meeshaa lolaa guutamaafii jira. Akkasuma waraanni Wallagga ona Limmuu keessatti banamee jiraachuus odeessi keenya ifa nii godha. Har’a saatiu kana konkolaataan gurguddaan patroolii 7 ol ta’an magaalaa Naqamtee buufatee jira. Continue reading

ONN: Oduu Idilee Oromiyaa Fuulbana 22/2017

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Fulbaana 22, 2017

Aside

Simbirtuu… Continue reading

ONN:Oduu Oromia News Network Fuulbana 21/2017 – Ibsa Mootummaa Ameerikaa Ilaalu Irratti.

Aside

SBO Fulbaana 22,2017. Oduu, Cuunfaa Gabaasaa HRW Dhiheenya kana Dhumaatii Irrecha Onkoloolessa 2/2016 mootummaan Wayyaanee ilmaan Oromoo irratti dhaqqabsiise ilaalchisuun baase irratti kan fuulleffatu fi Yaada Hirmaattota Kora Sabaa ABO 4ffaa Hagayya 20-30 bara 2017 geggeefame irratti laatan

Aside