Ethiopian empire policies are fecal occult blood while their actions are considerably hemorrhagic.

Aside

By Dr. B.K. Deressa

Before I am going to enter my main point let me define fecal occult blood and hemorrhage.

Fecal occult blood (FOB) refers to blood in the feces that is not visibly apparent. Occult blood in the stool may indicate colon cancer or polyps in the colon or rectum. The fecal immunochemical test (FIT) is the initial non-invasive investigation of choice for population-based colorectal cancer (CRC) screening. Also called fecal immunochemical test, FIT, iFOBT. The fecal occult blood test (FOBT) is a lab test used to check stool samples for hidden (occult) blood.

Continue reading

ONN;Oduu Amma Nu Gaye Sadaasa 25/2017

Aside

Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Bachootti Konfiraansiin Dh.D.U.O 7ffaa gaggeeffame wal-mormiin guduunfame.

Aside

Sadaasa 25/2017 Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Bachootti Konfiraansiin Dh.D.U.O 7ffaa gaggeeffameera.Kanuma irrratti hundaa’uun Gaa

ffilee gurguddoo Ayyaana dhaabbatummaa 7ffaa Dh.D.U.O irratti gaafatama

niiru. Isaanis: Continue reading

Debifamee ijaaramuu uummata Oromoo karaa jaarmiyolee qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO)

Aside

*Malkamuu Jaatee, Waligayii hawaasa Oromoo irratti barruu dhiyaate,

Afran Qalloo was formed in 1962 and fell apart in 1965. The name Afran Qallo derives from the collective reference to four of Qallo’s sons – Alaa, Babile, Daga and Oborra.  In 1963 the Macha Tulama self-help association was formed and banned in 1966.  In their short periods, these two organizations laid down a profound cornerstone for the struggle the Oromo people.

Netherlands, The Hague, Hagayya 5, bara 2017

Seensa

Ijaarsi (jaarmiyaan) uummati ijaaratu gosti kamuu meeshaa dantaa waloo tiksuu dha. Jaarmiyaa sadarkaa olii keessaa motummaan isa tokko. Motummaan jaarmiyaa (meeshaa) bulchiinsaa ti. Jechuun,  jaarmiyaa dirqamaa fi gaafatamummaa ofitti fudhatee uummataa fi biyya hogganuu dha. Continue reading

Aside

Guyyaa hardhaa 15/2010 Nageellee Arsii keessatti Barsiisaa history kan ta,ee Abbuu umar saba Amahara (goondareen ) Ajjeffameeraa hanga barsiisaan kun ajjefamee qeerroon hiriiraa guddaa godhaa jiru . qabeenya goondariicha ibiiddaan barbadeesaniirruu. qeerroon karaa wan cufaaraniif konkolaataan tokkosii oliif gad hin darbu.dhukkaasni guddaanis bannamee jira.namichii ajjeessee seera jalaa ooleeraa mana hidhaatti gad basaa namichii kana ajjeesuu qabna jedhanii qeerroon dhadacha jiraan. namichaa mana hidhaattii gad basuu didaanii jennaan qeerroon Aaridhaan ganda 03 manneen jirrenyaa hedduu ibiddaan gubanii jiru.yaa ummata keenya Eega kan bobaa keenya keessa jiraatullee Nunyaatuu Eegale Akkam taana lakkaa Amma gara laafummaan keenya kun haa gayuu duraanuu gara laafummaa kanatuu Rakkoo guddaa Nurraan gayaa turee

ONN-Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa Sad 24/2017

Aside

Yakkoonni Hamaan Hidhaaf Dararaa Suukanneessaa Dabalatee Lixa Oromiyaa Danbi Doolloo Keessatti Ilmaan Oromoo Nagaa Irratti Dhaqqabaa Jira.

Aside

[SQ,sadaasa,24,2017]
Hidhaaf dararaan bulchiinsa Lammaa keessallee haala duraan olittuu nurratti raawwataa jira, ilmaan keenya keessattuu dargaggoon ba’aniigaluun yaaddessaa dhufeera.
Humni waraanaa TPLF akkuma galaanaa nu keessa danbali’ee dargaggoota mana hidhaatti guuraa jira, kan jedhan jiraattoonni danbidoolleegabaasa sagalee qeerroo bilisummaa oromoof ganama kana erganiin “Haalli Dambidoolloo daran yaaddeessaadha. Uummati Oromoo nuu dirmadhaa namoota yeroo darbe Manni murtii Dambidoolloo Abbaan Seeraa Lalisaa Oljirraa jedhamu “iyyati Poolisii sirrii miti” jechuun “guyyaa
torba booda mirga wabii eegna” jedhee, hangasitti Waajjira Poolisiii Dambi doolloo akka turaniif ajajee ture. Continue reading

Aside

Yuunversiitii Wallaggaa keessatti barattoonni Oromoo maqaa Oromoo ta’an duwwaaf caalmaattimmoo sababa gaaffii mirgaa gaafatan duwwaaf shakkamanii akka ari’amaniif maqaan isaanii ba’uun maxxanffamaa jira.
Warraaksa biyyaalessaa mooraa yuunversiitii wallaggaa keessatti belbelaa jirutti kan rifate mootummaan wayyaanee barattoota moorichaa maqaa barattoota qindeessitan akkasumas jeequmsa kaastan jedhuun sabboontota ilmaan oromoo heedduu maqaa isaanii akka ari’amaniif qabxii barnootaa isaanii GPA waliin baasuudhaan mooricha keessatti baasee maxxansaa jira. Continue reading

SBO Sadaasa 24 bara 2017. Oduu fi Gaaffii fi Deebii Dr. Badhaasaa Taaddasaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa

Aside

Gaaffif Deebii HD/ ABO J/ Daawud Ibsaa Waliin Kutaa 2ffaa Sadaasa 23/2017 Oromia News network ONN Live Stream

Aside

https://youtu.be/Ftp1tHyODdw QOPHII KAAYYOO Live Streamhttps://youtu.be/fJzOU0ApU64