ONN- Qophii Kaayyoo,Oduu fi Sagantaalee Biroo

Aside

Continue reading

Qabsoon Abbaa Biyyummaa Ququnxuraa Siyyaasaan Hinargamu

Aside

Qeerroo Bilisummaa

Oromoo Finfinnee Oromiyaa

Qabsoon uummanni Oromoo waggoottan 28 darban Wayyaanee waliin taasisaa tureef jiru qabsoo sirnicha dhabama gochuun abbaa biyyummaa Oromoo mirkaneessuuti. Qabsoon abbaa biyyummaa ammoo ququnxuraa siyyaasaan akkasumas kennee aangoo siyaasaa gabroomfataa irraa kennamuun kan argamu miti.

Qabsoon ummata Oromoo  sirna gabroomfataa dhabama gochuun cunqursaa  jarraa nutti lakkoofsise konkolaachisuu, mirga namoomaaf mirga lubbuun jiraachuu mirkaneeffachuuti. Continue reading

SBO: Bitootessa 28, 2018. Oduu, Gabaasa Gumaacha maallaqaa WBOf taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaaa Afaan Amaaraa.

Aside

Funyee Show on OBN Afaan Oromoo

Aside

Ergamtoota Wayyaanee maqaa kumaandi postiitiin uummata iraarsuuf gara G/Wallaggaa aanaa Giddaa Ayyaanaa deeman uummanni fudhatama dhowwachuun dhaga’ame.

Aside

 [SQ, Bitootessa 26,2018] Humni kumaan poostii aanicha buufatee aanicha dabalatee kanneen akka Limmuu Haroo Eebantuu Kiiramu qawween bulchuuf buufate bakki buufatasaa sirrii miti waraanni magaalaa keessa buufachuu hin danda’u kanaaf gara baadiyyaatti hiiqanii haa qubatan jechuun dhoksaadhaan bulchiinsa magaalaa erga beeksisanii booda akkas jechuun ergaasaanii ddhaammatan. Humni kun durumaanuu nun barbaachisu garuu mootummaan abbaa irree erga qawweetiin nudirqisiisii nutti erge magaalaa keessa uummata walii jiraachuu hin jedhan.itti fufuunis jarri poolisii kora bittinneessaa oromiyaa waliin mooraa tokko keessa galuun isaanii daran nu Continue reading

Barsiisaa Qanaasaa Raggaasaa Laanshaahuu Qaamaarratti Yaalaa Dhabuun Lubbuusaaniif Yaaddesse!

Aside

Image may contain: 1 person, hat, beard and close-up[SQ, bitootessa 26,2018] Barsiisaa Qanaasaa Barnoota hawwaasaa Mana lbarumsaa sadarkaa 1ffaa sibuu Sireetti barsiisaa turan. Hayyuu qaroon hawwaasaa kun, Badii tokko malee bara 2008 magaalaa Godina Wallagga Bahaa aanaa Sibuu siree jalatti argamtu keessaa butamanii ukkaanfamuun waggoottan hanga kana reebichaaf dararaa Maakalaawwitti irra gahaa tureen Miillisaanii bitaan laanshaahuun dararaa hadhooftuu sa’atii kana mana hidhaa Qilinxoo keessatti argaa jiru.

Reebicha maakalaawwiin kan laanshaahuun miilaa mudateen, baatamanii mana fincaanii dhaqaa kan jitaniif haallisaanii ammaammoo yaalaas dhabuun gara lubbuun darbuu laata jedhamutti yaaddessaa dhufeera. Continue reading

Eenyummaa Oromoo Ibsituu. Kuula Irraa Jalaan Diimtuu.

Aside

በወቅታዊ ጉዳይ ላይ ራጂ ጉደታ እና ጋዜጠኛ አዱኛ አንጋሱ ያደረጉት ውይይት::

Aside

Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti Maqaa Kumaandi poostitiin Ilmaan Oromoo Mana hidhaatitti guuramuun itti fufee jira,erga labsiin kun labsamee as

Aside

Bitootessa 25,2018

Godina Arsii Aanaa Suudee 234
Godina Arsii Aanaa Shaallaa 367
Godina Baalee Aanaa Gaasaraa 197
Godina Arsii Aaanaa Doddotaa 217
Godina Baalee Aanaa Diinshoo 321
Godina Baalee Aanaa Barbaree 421
Continue reading

ONN:Seife Nebelbal Radio, Oromo news in Amharic, March 25, 2018

Aside